Harar Multimedia

Harar Multimedia
15/06/2023

Namni nama miidhuuf kaayyeeffate
Kamiyyuu boodarra ofumaaf
Miidhamuuf taa'a.
Ofii ja'ii nama miidhuu dhiisi

15/06/2023

Yeroon ta loolaati miti.
Yoo sammuun injifachuu dadhabe
Harka kennadhu!!!

Akka addunyaatti yaadi
Akka naannootti hojjedhu

06/03/2023

Rabbiif Jecha
AFOOYNAA LILLAAHI🤝

27/02/2023

Yoo uffatan wayyaa adiidha
Gurraacha uffatuun badiidha

Dhugaan ni bareeda
Akka wayyaa adii
Dhugaan waaqaan dabu
Lammii too gammadi

Namni dhugaan deemu
Durat tarkaanfata
Galmaan nuuf haa gahu
Kaayyoof imaammata
Foon koo si haa gahu
Kan koo salaamata

✍️Artist Abdeta Jemal

18/12/2022

Baga gammadde my leo

29/11/2022
12/11/2022

Yaadi isa durii caalaa
Ammalle natti yaadi
Isaan miidha je'ii
Tooftaa babarbaadi

Rabbiin ja'u malee
Hin milkaa'u yaadni kee
Isaan irkoo qaba
Danda'uuf miidhaa kee

Of tuttuuluu teeti
Ani kan na dinqu
Wallaalu kee kana
Jiraachuu simalees
Ani kan na dinqu

11/09/2022

Baga bara haaraa
2015
nagayaan Geessan

30/08/2022

Jireenya keessatti akkuma qormaatni jiru obsiis jiraachuun dirqama!!!

08/08/2022

Ilmi namaa yoo lubbuun jiraate
Seenaa isaa
xureessuus & bareechuus
~~~Ni Danda'a~~~

Kanaafu 50% ol amanuun....

11/07/2022

Har'a dukkana'uus
Boru naafi ifa
Rakkoo fi hiyyummaas
Rabbiitu narraa cufa
Boru aniis dhufeen
Akka kee guggufa
Boone of hin dhaadu garuu
Niin gargaara cufa

Ani sirra dureessa jette
Har'a na tuffattee??
Naafi dhufa guyyaan
Guyyaan nu taanu wal qixxee

Nama hamaa miti
Je'een yaade ani
Waan ati taate
Har'a si arge ani

Nan balleessin maqaa
Na hasoofsiisfte hunda
Nan godhin nama badaa
Balleessitee hunda

Ta'uu kootti dhabaa
Gabbiin qabu ani
Naaf jijjiirama
Anis haalli kuni

Irra hin kaayyanne ani
Isa na tuffatu
Isa garaaf jedhee
Irbuu kalee gatu

✍️Waan Jiilaniin Kakatu(Nasru Bushura)

04/07/2022

ናስሩ እነቴረታኢንሜንተ⏭️ ሀረር መልቲሚዲያ

ውድ የነስሩ መዝናኛ ተከታታዮች እንደሚታወቀው የሀረር መልቲሚዲያ ገፃችን እየተሰረዘ ነው።
ከአሁን በኋላ ናስሩ ኢንተርቴመንት የተባለው ፔጅ ወደ ሀረር መልቲሚዲያ ይቀየርለታል።👨 💻

Waan Jiilaniin Kakatu
አመሰግናለሁ!!!
🙏🙏🙏🙏

04/07/2022

Nasru Entertainment⏭️ Harar Multimedia

Kabajamtoota Hordoftoota Nasru Entertainment akkuma beekamu page keenya ka Harar Multimedia jedhamu nu jalaa haqamu kabajaan isin hubachiisaa
Amma irraa eegalee page Nasru Entertainment Jedhu kun Gara maqaa Harar Multimedia jedhutti jijjiirame hojii kan itti fufu ta'a.👨‍💻

Waan Jiilaniin Kakatu
Galatoomaa!!!
🙏🙏🙏🙏

04/07/2022

Nasru Entertainment⏭️ Harar Multimedia

Dear Nasru Entertainment Followers, As it is known, our page Harar Multimedia is being deleted
From now on, the page Nasru Entertainment will be renamed to Harar Multimedia.👨 💻

Waan Jiilaniin Kakatu
Thank you!!!
🙏🙏🙏🙏

Photos from Artist Sultan Kerudin's post 30/06/2022
30/06/2022

Onnee keenya keessa bara baraan jiraatta!!!

Want your establishment to be the top-listed Arts & Entertainment in Harar?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Harar
22KFOLLOWERS
Other Arts & Entertainment in Harar (show all)
Ajmu Sarcasm Ajmu Sarcasm
Harar

JUST FOR FUN����

HANI & HAYYU HANI & HAYYU
Harar
Harar

Gaaruma Yaadi Atis gaariin siif yadamti❣️

Edla T Edla T
Harar

welcome to eddy T you will see more passion than cosmo here enjoy

ANSAR KEDIR ANSAR KEDIR
Harar

Baga gara page kiyya nagayaan dhuftan #Follow #Like #Share godhuun na hordofaa.

ZiYaad ibnu Ahmad ZiYaad ibnu Ahmad
Harar
Harar, BARATAA

As wr wb �Baga nagayaan gara page kiyya dhuftan warren hara'a taatan page kaan follow like godha

Bright Harari Young Art Entertainment Bright Harari Young Art Entertainment
Harar
Harar

Its all about art and entertainment

Harari Mereja Harari Mereja
Harar, 5114

#እውነት #ለሐቅ የቆመ #ስለ_ኢስላም #ምርጥ ቻናል #Harari_mereja #Islamic #Muslim #love #relationship #mowlid #Mohamme

Sabaaf tube Sabaaf tube
Harar, BEDDENNO

Follow like share godhii bro dhibee sin qabsiisu

Lafto wood Lafto wood
Harar
Harar, LAFTO

lafto

ማዕዶት የኪነ-ጥበብ ማህበር / Maedot Art Association - Harar ማዕዶት የኪነ-ጥበብ ማህበር / Maedot Art Association - Harar
Harar
Harar

"ጥበብን ለጥበበኞች" ይህ ገፅ የማዕዶት የኪነ-ጥበብ ማህበር ይፋዊ ገፅ ነው

Aarif Isaaq Aarif Isaaq
Harar

You tub Aarif Isaaq subiscribe godhaa https://youtube.com/channel/UC9ooM_D9JGVUCyvN334O6mQ

Sudeysi shek kadir Sudeysi shek kadir
Harar

Roraasaa tube