Murteysa mohammed

28/12/2022

Great moment of the magic man messi

21/10/2021

Meessi kaleessa Riikardii meeqa fooyyesse?

✅ Champions liigiitiin kilaba 37 irratti goolii galchuun Riikardii kiristiano ronaldoon qabamee ture qooddate. 1 jedhaa

✅ Riikardii peenaalitii malee goolii hedduu galchuu 653'n Ronaldo faana qabanii turan Kan dhuunfaa godhate. 654'n. 2 jedhaa

✅ Lionel Messi Tapha champions liigii tokkoon goolii 2 Fi isaa ol yoo galchu yeroo 34 dhaafi. 3 jettanii

✅ Messi Tapha kaleessa irratti peenaalitii mbappeef dabarsee kennuun isaa nii yaadatama. Kanaanis peenaalitii 30ffaa taphattoota gareef dabarsee kenne taateetti
👉 Nuymr'f (11)
👉 Suarez (9)
👉 Eto (3)
👉 Grezman (3)
👉 Cotinho (2)
👉 Ibramovich (1)
👉 Mbappe (1)
✅ Kan isin dhibu kana keessa saddeetiin carraa hatrick hojjechuu qabaa ture

✅ Bara 2021 kanaan goolii 40ffaa isaatii. Kana keessaa 5 qofatu peenaalitii dha

22/11/2020

Ati mul'ata guddaa qabda,

anatti guddaa ta'ee mul'ata malee nin beeka ati siif kun gufuu tiqqoodha karaa keetirraa si dhaabuu dhiisi sin gitintirsitu. Rabbi si wajjiin haa jiraatu baabaa kiyya.

Timeline photos 30/06/2020

Komishiniin Poolisii magaala Finfinnee artiisti Haacaaluu Hundeessaa rasaasaan ajjeefamusaa mirkaneesseera.
Ibsa galgala EBC irratti taasiseen, komishinarri komishinichaa Geetuu Argaaw artiist Haacaaluu Hundeessaa kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalittii, aanaa 04 iddoo Galaan Kondominiyamiitti rasaasaan rukkutamuu isaa himan.
“Rasaasaan rukkutamee hospitaalatti yaalamaa erga turee booda du’e” kan jedhan komishinarichi, “shakkamtootni muraasni qabamaniiru” jedhan.

15/06/2020
12/06/2020

>, MARKAS Raashfoord

Raashfoord hojii tola ooltummaa ji'oottan KOROONAA sadan darbanitti hojjeteen haga ammaa humna daa'immaan miliyoona 3 soorachiisuu argateera. Kun hojii rabbii fi namni kamuu jaalatu.

12/06/2020

Shaampiyoonummaa LaLiga Vs Gahumsa kilaboota wal dorgomanii!

[ Catalans ] Vs [ Lo-blancos ]-taphoota jahan as dhihoorratt!

12/06/2020

Guddaatu kabaja beeka! Urjiiwwan kun lameen sookkoo fi soorgoo fuulduree kubbaa miilaa akka ta’an ifa.
Bara Leo Messi biyyasaa ceessisuu dadhabnaan miidiyaalee fi deeggartootni biyyasaa arrabsoo fi qeeqa itti roobsan ,aantummaan hin eegamiin nama dhiibbaa miidiyaalee uumuu danda'urraa isa qaqqabe. Innis Cristiano Ronaldo isa seenaa fi rakardii wal saamurraa ta'uun immoo bilchina Roonaaldoo mul'isee Meesiis jajjabeessee darbeera.

Lameen kunneen tapha waancaa addunyaa tokko waliin faallaan taphatanii arginaa laata?

12/06/2020
Photos from Addis Standard's post 28/05/2020
25/05/2020

: As the security crisis in Western remained unsolved, 5 people were killed in a fresh military measure by government forces in Western zone, Salo Asabi Wereda, local residents say. Security forces are taking military measures in the area since last Tuesday. Local residents also said that 4 houses including businesses were burned. Elliya Umata, W. zone administrator, on his part says government forces are taking measures to ensure the rule of law in the area, but didn't harm resident civilians.

ምዕራብ ወለጋ ዞን ላሎ አሳቢ ወረዳ ከባለፈው ማክሰኞ አንስቶ የመንግስት በጸጥታ ሐይሎች በወሰዱት እርምጃ በላሎ አሳቢ ስር በሚገኙ በዋንጆ፣ኬላይ እና ጃርሶ ዳሞታ በተባሉ ስፍራዎች አምስት ሰዎች ህይወት ማለፉን የአካባቢው ነዋሪዎች ተናግረዋል፡፡ የንግድ ድርጅቶችን ጨምሮ አራት መኖሪያ ቤቶችም መቃጠላቸውን የአካባቢው ነዋሪዎች አክለዋል፡፡ የምዐራብ ወለጋ ዞን ዋና አስተዳዳሪ አቶ ኤሊያ ኡመታ በበኩላቸው መንግስት በአካባቢው የህግ የበላይነት በማስከበር ላይ ይገኛል ብለዋል፡፡ የመንግሰት ጸጥታ ሀይሎች ህግን ከማስከበር ውጭ በነዋሪው ላይ ያደረሱት ጉዳት እንደሌለም አክለዋል፡፡

See full story: https://www.dw.com/am/%E1%89%A0%E1%8A%A6%E1%88%AE%E1%88%9A%E1%8B%AB-%E1%8A%AD%E1%88%8D%E1%88%8D-%E1%8B%A8%E1%88%9D%E1%8B%95%E1%88%AB%E1%89%A5-%E1%8B%88%E1%88%88%E1%8C%8B%E1%8B%8D-%E1%8B%A8%E1%8C%B8%E1%8C%A5%E1%89%B3-%E1%89%BD%E1%8C%8D%E1%88%AD-%E1%8A%A5%E1%8A%93-%E1%8B%A8%E1%8A%90%E1%8B%8B%E1%88%AA%E1%8B%8E%E1%89%BD-%E1%8A%A0%E1%89%A4%E1%89%B1%E1%89%B3/a-53546001?fbclid=IwAR0gPBWkZDqk2BJUGMaDT8HlLLYPDEOnt7kWijHEiwJD4_t6Hyp0H6Txgv4

25/05/2020

25/05/2020
Photos from Lia Tadesse, Minister of Health's post 25/05/2020
23/05/2020

Viktor Waayinaamaa, Waa'ee Saadiyoo Maanee akkas jedhe

" Guyyaa tokko natti siqee akkas naan jedhe, gurbaa ! Jarri kun kubbaa natti kennuuf ykn naa mijeessuuf fedhii hin qaban. Akkan goolii galchus hin barbaadan, kana booda ijaan dubbifnee waliin taphachuu dandeenyaa ?,nan jedhe. Anis Sadio Mané nama gaarii waan ta’eef guyyaa sanirraa kaasee waliinan ture"!
~~ Hiddatu wal barbaada mitiiree, yeroo Saawuzampiten waliin turani~~
(Madda: Goal)

Photos from Ethiopian News Agency's post 23/05/2020
Photos from Ministry of Health,Ethiopia's post 23/05/2020
23/05/2020

የክልል ርዕሳነ መስተዳድሮች፣ ሚኒስትሮች እና ከንቲባዎች የዒድ አልፈጥር በዓል መልካም ምኞት መልዕክት እያስተላለፉ ነው

አዲስ አበባ፣ ግንቦት 15፣ 2012 (ኤፍ ቢ ሲ) የክልል ርዕሳነ መስተዳድሮች፣ ሚኒስትሮች እና ከንቲባዎች የ1441ኛው የዒድ አልፈጥር በዓል መልካም ምኞት መልዕክት እያስተላለፉ ይገኛሉ።

የኦሮሚያ ክልል ርእስ መስተዳድር አቶ ሽመልስ አብዲሳ በመልካም ምኞት መልዕክታቸው የሙስሊሙ ማህበረሰብ ልዩ እና የተቀደሰ የረመዳን ወር ማሳለፉን በመግለፅ ለዘንድሮው የዒድ አልፈጥር በዓል እንኳን አደረሳችሁ፤ እንኳን አብሮ አደረሰን ብለዋል።

ዓለም ብሎም ሀገሪቱ በኮቪድ-19 ወረርሽኝ ምክንያት ፈተና ውስጥ በገባችበት ወቅት ላይ ያረፈው የረመዳን ወቅት በመረዳዳት እና በመደጋገፍ ማለፉን ያመለከቱት አቶ ሽመልስ፥ በዚህ በዓል ወቅትም ይህ እንዲደገም ነው ያሳሰቡት።

የደቡብ ክልል ምክትል ርእሰ መስተዳድር አቶ እርስቱ ይርዳው በበኩላቸው ለሙስሊሙ ማህበረሰብ የእንኳን አደረሳችሁ መልዕክት አስተላልፈዋል።

በመልዕክታቸው የኢድ አልፈጥር በዓል በአደባባይ ወጥተን በድምቀት የምናከብረው ቢሆንም ዘንድሮ በዚህ መልኩ ለማክበር የሚያስችል ሁኔታ አለመኖሩን ነው ያመለከቱት።

በመሆኑም ህዝበ ሙስሊሙ ለበዓሉ በሚያደረገው ዝግጅት ሁሉ አስፈላጊውን ጥንቃቄ እንዲያደርግ አሳስበዋል።

የትግራይ ክልል ምክትል ርእሰ መስተዳደር ዶክተር ደብረፅዮን ገብረሚካኤል ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ1441ኛው የዒድ አልፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ በማለት መልካም ምኞታቸውን አስተላልፈዋል።

የኢፌዴሪ ጠቅላይ አቃቤ ህግ ወይዘሮ አዳነች አቤቤ በበኩላቸው “ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለዒድ አልፈጥር በዓል በሰላም እና በጤና አደረሳቹህ” ብለዋል።

ይህ በዓል ምስጋና፣ ፍቅር፣ ደስታ እና ይቅርታ የተሞላበት ይሁንላችሁ ያሉት ወይዘሮ አዳነች፥ በዓሉን ስናከብር አቅም የሌላቸው ወገኖችን ባለመርሳት የደስታችሁ ተካፋይ እናድርጋቸው አክብሩ ሲሉም ጥሪ አቅርበዋል።

“ደስታ እና በዓል የማያውቀውን የኮሮና ወረርሽኝ ባለመርሳት ለእራሳችን እና ለቤተሰቦቻችን ከፍተኛውን ጥንቃቄ ማድረግ እና ህጎቹን ማክበር እንዳንዘነጋ” በማለት አሳስበዋል።

የአዲስ አበባ ከተማ ምክትል ከንቲባ ኢንጂነር ታከለ ኡማም ባስተላለፉት መልዕክት “ታላቁን ወር ከልብ በሆነ ፆምና ስግደት አሳልፏችኋል፣ ለራስና ለቤተሰባችሁ እንዲሁም ለሀገራችሁ በመፀለይ ከራሳችሁ አልፋችሁ ለህዝባችሁ ጤና ለምናችኋል፤ የተቸገሩ ጎረቤቶቻችሁን በመርዳት የተቀደሰውን ወር በመልካም ተግባር አሳልፋችሁታል፤ እነሆ ታላቁ የፆም ወቅት አልፎ ለዚች ቀን ስለበቃችሁ እንኳን አደረሳችሁ” ብለዋል።

23/05/2020

በኢትዮጵያ በአንድ ቀን ብቻ 61 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ ተገኘባቸው

አዲስ አበባ፣ ግንቦት 15፣ 2012 (ኤፍ ቢ ሲ) ባለፉት 24 ሰዓት ውስጥ በተደረገ የ3 ሺህ 757 የላብራቶሪ ምርመራ 61 ሰዎች የኮሮና ቫይረስ እንደተገኘባቸው የጤና ሚኒስቴር አስታወቀ።

በዚህም በአጠቃላይ በኢትዮጵያ ቫይረሱ በምርመራ የተገኘባቸው ሰዎች ቁጥር 494 ደርሷል፡፡

ቫይረሱ የተገኘባቸው 15 እስከ 70 እድሜ ክልል የሚገኙ ኢትዮጵያዊያን መሆናቸውን ሚኒስቴሩ ገልጿል።

ባለፉት 24 ሰዓታት ውስጥ ቫይረሱ ከተገኘባቸው ሰዎች መካከል 48 ከአዲስ አበባ ፣ 3 ሰዎች ከአፋር ፣ 1 ሰው ከአማራ ክልል ፣ 7 ሰዎች ከሶማሌ ክልል እና 2 ሰዎች ከኦሮሚያ ክልል ናቸው።

ቫይረሱ የተገኘባቸው 11 ሰዎች የውጭ ሀገር ጉዞ ታሪክ ያላቸው ፣ 5 ሰዎች በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ንኪኪ ያላቸው ሲሆን 45 ሰዎች ግን ምንም አይነት የጉዞ ታሪክ እና በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር ግንኙነት የሌላቸው መሆኑን ሚኒስቴሩ አስታውቋል።

በሌላ በኩል ባለፉት 24 ሰዓታት ውስጥ 23 ሰዎች ከቫይረሱ ያገገሙ ሲሆን በአጠቃላይ በኢትዮጵያ ከቫይረሱ ያገገሙ ሰዎች ቁጥር 151 ደርሷል።

ኢትዮጵያ እስከአሁን ድረስ 76 ሺህ 962 የኮሮና ቫይረስ ምርመራ ማድረግ ችላለች።

16/05/2020

All write

13/04/2020

Waan Ecuador-itti ta'aa jiru irraa waa barannaa laata?

*************

Ecuador biyya ardii Ameerikaa Kibbaa keessatti argamtu. Ummata miiliyoona 17 ta'u qabdi. Magaalaan guddoon ishii Guayaquil jedhamti. Namoota miliyoona sadi ta'utu magaalaa kana jiraata. Akkuma biyyoota Afrikaa hedduu Ecuador biyya hiyyeettidha.

Yeroo amma kana Dhukkuba VaayirasiiKorona (COVID-19)n haala hamaa ta'een rukutamaa jirti. Reeffa namaa mana mana isaatii, koshaafi daandii irraa guuraa jiran. Guyyaan yoo xiqqaate namoota 60 kan dhaabbilee fayyaa otoo hin dhaqin iddoma jiranitti du'an funaanaa jiru. Erga ammaa reeffa namoota haala kanaan du'anii magaalaa guddoo isaanii Guayaquil qofa keessaa 1,350 wolitti qaban. Reeffa kanniin awwaaluufis sanduuqni muka irraa tolfamu baayi'isanii argachuun waan ulfaateef sanduuqa Kaartooniidhaan tolchanii awwaalaa jiru.

Hoggantoonni biyyatti hedduun wonti kun abjuun waan ta'aaru nutti fakkaate jedhu. Amanuma dadhabne jedhaa jiru. Biyyuma kanatti worrota qoratamanii vaayirasichi irratti argame keessaa %40 kan ta'an ogeessota fayyaati. Gabaasa mootummaan baasuun namootni dhaabbilee fayyaatti sababa COVID-19n du'uun isaanii laaboraatoorin mirkanaa'e 220 akka ta'e muldhisa, isaan 189 ta'an kan biroo ammoo laaboraatooriin otoo hin godhaminiif dhaabbata fayyaatti dursani du'an.

Hammeenyi dhukkuba kanaa guyya guyyaan muldhachaa jira. Rabbiin guddaan irraa nu haa hanbisu. Ammas Waaqa kadhachaa of eeggannowan himaamaa jiranitti jabaachuun dirqama. Of eeggannoo gochuun miidhaa dhukkuba kanaa daran xiqqeessuun ni danda'ama. Kanaaf iddoo namni baay'atu irraa of qusadha. Fageenya wolirraa qabdan (tarkaanfii lamaafi sanaa ol eegaa). Harka deddebi'aa saamunaan dhiqadhaa. Yoo qufaataniif haxxifattan ciqilee keessaniin haguugaa. Harkaan afaan, funyaaniifi ija hin tuqinaa. Yoo argatan maskii yoo dhabdan ammoo carqii akka iskaarbii, maarrabii babaldhaa, fa'a xaxadhaa manaa bahaa.

Suuraan kun magaala Guayaquil kaafame. Reeffa nama du'ee karaa irratti peestaalii baldhaan xaxanii argitu. Reeffa wolii kaasunis hagana ulfaata.

Fayyaa ta'aa!
©Dr. Nuredin Luke

09/04/2020

Ada Zanusso, aayyoon ganna 103 lakkoofsisan kun, bara 1918 dhukkuba Spanish Flu kan nama miliyeena 100 fixe irraa hafanii, ammas -19 kanaan qabamanii dandamatan.
Rabbi akkuma isaanii kanatti lammii keenyas koroonaa ha dandamachiisu!!

05/04/2020

Dhaamsa shan "5" Ergamaa Rabbittirraa S A W

Heddu nuu fayyadaati dubisaa godha

------------------------------------------------------------------------
🍂 Gaaf tokko Rasuulli Rabbii Sallallaahu Aleyhi wasallam Sahaabaa isaatiin wajjiin osoo ta'utti jiruu akkana ja'en
Mee enyuutuu isin keessa jacha kana narraa fudhate itti dalagaa ( hujitti hika ) takka jacha kiyyaa kana narra fuudhe namaitti dalaguu barsisa?

Hugguu kana "Abuu Hureeyraan [R A] isaan keessaa anaatu sirraa barachuu barbaada yaa ergamaa rabbii ja'een !!!

🌿 Hugguu kana "Rasuulli Sallallahu Aleeyhi Wasallam harka Abuu Hureeyraa qabee waa shan"5" lakkaawee itti hime
~ Daangaa Rabbii eeggadhu ( tiiyfadhu) nama haalaan Rabbi gabbaru taataa
~ waan Rabbiin siif qoode ( siif Murteeyse ) Jaaladhu Irra dureeysa namaa taataa
~ ollaa keetiif tola Ooli ( gaarii itti dalagi) namaa dhugaan iimaanaa qabu { Mu'umiina} taataa
~ waan lubbuu teetin Jaalattu namaaniis jaladhuu nama qaalii Rabbii jala butamee tataa
~ Heedduu kofla hin bayyisin Heedduu kofla bayyisuun qalbii ajjeefti ja'een
🌸🌸🌸🌸🌸
🌸🌸🌸🌸

Yaa Rabbi warra Dhaamsa Rasuula Sallaallaahu Aleeyhi Wasallam Hujitti Hiikee Addunyaa fi Aakhirattii Milkii Gaarii argate Nu Taasisi

Kheeyri jechuun waanuma akkanaati waliif haa goonuu 💐💐💐💐

01/04/2020

Lubbuushee namummaaf dabarsitee duute
"An umuriikoo jiraadheera, hagana kan hin jiraatiiniif warra dargaggeessaaf meeshaa hargasuu godhaaf malee anaaf hin godhiinaa",jechuun hakiimota meeshaa hargansuu kaawuufiif gaafataniin diddee lubbuunshee darbe. Manguddoon kun SUUZAAN jedhamti, jaartii umurii 90 yoo taatu ,Beeljiyeemitti dhukkuba KOROONAAN qabamtee harganuu dadhabdee lubbuun darbe. Rabbi lubuukee haa qanansiisu jennaan!😷

01/04/2020

Ammmmiiiiiiiiiinnnn

Want your practice to be the top-listed Clinic in London?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Great moment of the magic man messi

Category

Address

London
Other Surgeons in London (show all)
British Association of Paediatric Surgeons British Association of Paediatric Surgeons
Royal College Of Surgeons Of England, 35-43 Lincoln’s Inn Fields
London, WC2A3PE

Established in 1953, BAPS is the founding association for Paediatric Surgery

Restorehairclinics Limited Restorehairclinics Limited
107 Harley Street
London, W1G6AL

Mr Abbas Rashid Mr Abbas Rashid
60 Grove End Road
London, NW89NH

Mr Abbas Rashid -Consultant Upper Limb Surgeon in London, UK.

MEDii Skin UK MEDii Skin UK
67 Upper Berkeley Street
London, W1H7QX

Doctor-Led Skin and Aesthetic Clinic

London Shoulder Specialists London Shoulder Specialists
Fortius Clinic, 17 Fitzhardinge Street, Marylebone
London, W1H6EQ

The London Shoulder Specialists is the largest group of shoulder surgeons working together in the UK

Frank Eliot Frank Eliot
Gemany
London

Alireza Shoakazemi- Consultant Neurosurgeon Alireza Shoakazemi- Consultant Neurosurgeon
The London Independent Hospital
London, E14NL

Skull Base and Pituitary Surgery, Brain Tumours

OrthoMann OrthoMann
London, NW32QG

British Trauma & Orthopaedic Lower Limb Reconstruction Specialist Surgeon / Royal Free London / USA / Dubai UAE

Mr Ian Franklin Mr Ian Franklin
London

Varicose veins; thread veins; aesthetic phlebology; pelvic vein congestion; leg ulcers; deep vein thr

Compatible live human body parts for donation Compatible live human body parts for donation
London

All human parts are available for sale and shipping liver/kedney/pancreas/heart/lungs/intestine/corneas/ear/skin/bone/b

Dr Zoe Vlamaki, Breast Oncoplastic & General Surgeon, Aesthetics & Wellness Dr Zoe Vlamaki, Breast Oncoplastic & General Surgeon, Aesthetics & Wellness
London, SW31NY

Breast Oncoplastic & General Surgeon, Screening, Diagnosis and Treatment of Breast Cancer, Breast Reconstruction & Breast Aesthetics Facial Aesthetic & Wellness, Anti-Wrinkle Tre...

Shah Punwar Orthopaedics Shah Punwar Orthopaedics
The BMI Blackheath Hospital
London, SE39UD

Mr Shah Punwar is an experienced Knee and Hip surgeon based in South East London. His practice is fu