Falmaa Oromoof Oromiyaa

Falmaa Oromoof Oromiyaa

Gaafa nama badhaasu badaas nama hin dhamasu

02/03/2023

Ayyana Adiwaa ilaalchisee Fooxeen /Kottee dudaan Finfinnee keessaa ookara kaasuu yaalaa jiru. Offeeganno.

25/02/2023

Akkuma Leenjii xummuraniin utuu rasaassa tokko illee hin dhukaasin galii ta'aniru.
Yoo mootummaan tarkaanfii irratti hin fudhatiin gadii lakkisee tarkaanffii keessa deebii hin qabnee irratti fudhachuuf qophii xummureera❤️💚❤

25/02/2023

fi Horii isaani beelaan yammuu dhuma callisani ilaalun Oromoo fixuuf karoorfatanii waan jiranif callisani ilaalaa jiru Oromoon damaqii saba kana bira dhaabbadhu.

25/02/2023

Mootummaan Fedeeraalaa fi Mootummaan naannoo Oromiyaa dhimma Booranaa maaliif Callisani???😭

14/02/2023
02/02/2023

Gareen kanaan dura Magaalaa Naqamtee keessatti jechuun of waamanii fi qabsoo fi tarkaanfii QBO Magaalaa Naqamtee irratti fudhateen biyyaa baqattee jirtu kanneen akka , , fi kkf yeroo ammaa immoo karaa harcaatota isaanii magaala Naqamteetti hafanii jiranii fi Bataskaana maadheffatanii turan ammas mana suuraa fi jedhamutti ammas wal ijaaraa akka jiranii fi simannaa Phaaphaasotaa keenyaaf tibbana taasifamaa jiru irrattillee rakkoo uumsuuf tattaaffii gochaa akka jiranii fi turan bira geenyeerra.
Kanas abbuummaadhaan qindeessaa kan jiran fi kan jedhaman yammuu ta'u maallaqaan immoo namootni armaan olitti tarreeffaman Finfinnee taa'uudhaan deeggaraa jiraachuun bira gahameera. Nus gidduu kana walitti deebina waan itti jirtan hin dagatinaa. Bakka warri kaan deemanitti isin erguun geesseetti nu'eegaa.
Habadan sichi Oromoon biyyaa isaa irratti mirga guutuu qabaata. IUOf

26/11/2022

Shagar jettee amma imoo Ashaagreen💀

25/10/2022

- በጮቢ ሰላማዊ ዜጎች ላይ የደረሰውን የድሮን ጭፍጨፋ የአማራ ሰብአዊ መብት ኮሚሽን እስካሁን አልሰማም።

25/10/2022

Stop killing Oromo & Oromia

19/10/2022

Finxaaleeyiin Amaaraa Faannoon, Mootummaa gabroomfataan kun leenjisee gadhiisee, Godina Wallaggaa bahaa magaalaa Naqamtee irraa Km 17 fagaatee kan argamtuu Magaalaa Tsigee seenuun namoota nagaa yoo xiqaate namoota 10 ol ajjeesuun isaani mirkana'eera.😭😭😭😭😭😭 Ayii Oromoo koo

26/09/2022

Gaantu, baasastuu fi jaala figduu PP addaabun ittii fuffaa

26/09/2022

INJIFAANNOO BOONSAA ABBA TORBEE
Magaalaa Naqamtee keessaa namoota nagaa daraarudhan kan beekamu dhitee kufaan tokko deemteeti
Tarkaanfi waalfakkaatan itti fufaa waan ta'eef uumaani of egaannoo cimsaa
Abbaa Torbee irraa IUOf

Photos from Falmaa Oromoof Oromiyaa's post 23/09/2022
17/09/2022

Nuu milkeesi yaa Waaq 💪💪💪💪💪💪

12/09/2022

NAQAMTEE
Magaalaa Naqamtee saabboontootni kenyaa kaallaati jirtaan hundaan eegannoo goodha ........ waa ta'uufi.......

12/09/2022

Kibbinootni Goto Giddaa kaalleessa Uukee dhaqxaani Goojamotaa Uummaata kenyaa fixaanif sangaa qaltaani nyaachiftaanni galtaan hundaa keessaan of harka qabna yeroo dhihootti kan waal daawanu ta'a

07/09/2022

Ijifannoo !
Abbaa Torbee:
Magaalaa Dambii Dolloo
Sa'aati amma kan ganda 05 keessati galmeesse jira . Yeroo heduu uummata oromoo irratti dinumaa hamaa hojjechaa kan ture. Amma Garee sonsaa Abbaa Torbeetin adbamee jira. Ijifannoo uummata oromoo hundafi!

31/08/2022

Searching ..............

13/08/2022

MAALIITTI BEETI GADHEEN LAFA DHIRRII OLUU

24/07/2022

Dambii Doolloo

Lamaan kaampii biratti afuufaman dhaqaa awwaaladhaa. Isa Hospital kutaa Operation jiru sanaan ammoo foolii kophee keetii dadhabne maal Borxaan hin gogemoo yoo dhiqatte jedhaanii. Itti fufa...

24/07/2022

"

Wallagga Bahaa Aanaa Arjoo keessa wa*aanni RIB, HAO, Milishaa Oromiyaa jettee of waamtu baadiyyaa magaalichaa keessa waan bobbaatee jirtuuf Jajjabee naannoo sanaa akka of eeggannoo gootaniin dhamsa sabboontota Magaalaa . Waraanni RIBs oraalii 5tu galee jira. Sakkatta'a jettee baadiyyaa magaalichaa keessas kaateeetti, keessumaa Ganda jedhamu kaleessa seentee jirti‼️"

24/07/2022

WBO # Wallagaa Lixaa Laaloo Assabiiti Weerartuu 13 Rirriteera‼️

Photos from Falmaa Oromoof Oromiyaa's post 14/07/2022

WBO YAA GOOFTAA DINAA

13/07/2022

Oraliin ammaa Magaalaa Naqamtee keessaa ya'aani darbaan gara Lixaatti figaa jiruu refaa ishee guraachu dhaqxii fakkaata qulaa figdihoo ishees ittii muuddinu laata

04/11/2021

Naqamtee naannoo 05 sagalee dhukaasatu jiraa qulqulleefaane waliitti deebiina

Photos from Falmaa Oromoof Oromiyaa's post 03/11/2021

አዲስ አበቤዎች

Photos from Falmaa Oromoof Oromiyaa's post 29/10/2021

አቤት ውሸት
ጁንታው እንኳንስ ግመሎችን እነዝ አህዮችንም አልገደለም

29/10/2021

ኸሬ እባካቹ ለምንም የማትረቡ ደነዝ የሚያምርባቹ ልመና ቢቻነው በማታውቁ ገብታችሁ አትለቁ

29/10/2021

ተማርኮና ሙቶ የማይጠግብ መተተም ደነዝ ሕዝብ

29/10/2021

GOGOMBISAA JIRAA YOONA GOOTNILE

29/10/2021

GOGOMBISAA JIRAA YOONA GOOTNILEE

Photos from Falmaa Oromoof Oromiyaa's post 29/10/2021

GOGOMBISI WBO KOO

23/10/2021

Huduumaa birayyuu hin genyaa yeroo egnaa malee

23/10/2021

ABBAA TORBEE 13/02/2013 Vs 13/02/2014
Gumaan dhigaa dhigaan battii Ummaatni dandiirraa gorraa saroota waliif gaddi figaa jirtuu kana keessaa tokkon ittii dabalaatti

23/10/2021

# # # # # Viva Abbaa Torbee # # # # # # #
Magalaa Naqamtee naannoo waldaa Araarrattii gumaan ijjoollee keenyaa ba'ee waan jiruuf Uummaani naannoo sana kararaa galaa gantuun yeroo dherraadhaf harka mirgaa Komaandar Girmaa fi Bariiso Tamasgeen ta'uudha Ijjollee kenyaa ficisiftee Malkamuu Fayisaa jedhamtuu har'a rasaassa abbaa torbeen addaabamteetti
IUO GSAT

22/10/2021

MILKAA'II MILKIIN GALII -💪💪💪💪💪💪💪

22/10/2021

SEENAA RIRMI HIN NYAATUU

Want your organization to be the top-listed Government Service in Mombasa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Mombasa
Other Mombasa government services (show all)
Mombasa, Kenya Mombasa, Kenya
Mombasa, 80100

Relax, Revive, Enjoy!

Maasai Mara Maasai Mara
Maasai Mara National Reserve
Mombasa

Maasai Mara - Kenya is with out a doubt Africa's Greatest Wildlife Reserve. Classed amongst the be

Mwema safari Mwema safari
MacKinnon Road
Mombasa

Amazing Safari in Kenya. Visit our website for more details!

IFTIN Dagane IFTIN Dagane
Dagane
Mombasa

Mike Kioko Sonko for Governor Mombasa Couny Mike Kioko Sonko for Governor Mombasa Couny
Mombasa
Mombasa

Vote for change, vote Mike Sonko

Onyango auto garage Onyango auto garage
Onyangoautogarage@gmail. Com
Mombasa, 8070

Auto garage

Jumaa Jumaa
2245
Mombasa, 2255

Umoja Hustlers Umoja Hustlers
Changamwe Constituency
Mombasa, 80100

We are Team RUTO Supporters in Changamwe Constituency, Mombasa county. We are Team UDA and UDA NA NGUGI IS OUR BUSINESS !!!

Ng-Cdf JOMVU Ng-Cdf JOMVU
Mikindani
Mombasa, 90646-80100

Major Oseno Tony Major Oseno Tony
Lamu
Mombasa, 200

The Ministry of Defence Comprised Of the (KDF>Kenya Army ,The Kenya Air force ,The Kenya Navy)

Coast General Teaching and Referral Hospital Coast General Teaching and Referral Hospital
Kisauni Road, Mzizima Tononoka Mvita Mombasa
Mombasa, 90231-80100

Our mission is to provide quality affordable healthcare and outreach services, training and research.

Nyali Barracks Nyali Barracks
Nyali Barracks
Mombasa

OUR MISSION To defend and protect the sovereignty and territorial integrity of the Republic, assist and cooperate with other authorities in situations of emergency or disaster and ...