Hamdii Maayaa

oromo oromumma oromiya

09/09/2023

Biyya kanatti maaltu deemaa jiraa? Godina Shawaa bahaa aanaa dugdaa ganda baadiyyaa Birbirsa guddaa Saabolee jedhamutti dargaggoota kanneen waraanni mootummaa haala sukkanneessaa ta'een raashanee jira. Waan nama gaddisiisu immoo ajjeefamuu isaaniin dura reebicha hamaa irratti raawwatanii erga laaffisanii booda jedhan kan rashanan. Dargaggoota kanneen keessa barattoonni illee akka jirantu dubbatama. Hedduu nama gaddisiisa!πŸ’”

25/07/2023

WBO abdii biyyaa wbo gaachana sabaa
WBO lolttuu haqa
Wbo durattiβ€πŸ’šβ€

08/07/2023

Seenaa gabaabaa Jaal HAMBISAA SEENAA.
=========
Jaal Hambisaa Seenaa qabsoo bilisummaa Oromoo keessatti qooda leencaa bahachaa ture. Jaal Hambisaan akkuma ilmaan Oromoo sababa Oromoo tahe qofaaf biyya ofiirraa gara biyya ollaatti dirqamanii imalan.
Inniniis ijoollummaa isaatiin gara biyya ollaa Oromiyaa jabuutitti imalee osoo achi jiraatuu dabballee ABO jabuutii jiru hiriyoota isaa waliin qunnamee waa'ee qabsoo bilisummaa Oromoo akkuma nama tokkoo baratee achumaan waraana bilisummaa Oromoof bara 2001 akka lakkoofsa faranjiitti leenjiif Biyya Ertiraa seenee ergaa leenjii waggaa lamaaf fudhatee booda achumatti hawwisoo WBO yeroo Sani tahee gaafa ayyaanaa FI sagantaa adda addaa irratti sirbaa ture.

Dhimma bara 2005 sirboota akka "amma kunoo yeroon tokko taanu" faaruu jettu FI "rakkoolee walxaxaa dhaabni koo ABO'n keessa darbee as bahe", jettu Jaal Suutee Bareentoo FI Jaal Falmattuu Bulee waliin amanjjii bara 2006 wallee sirbaatin ummata dammaqsaan keessaa isa tokko tahuun sirbaa ture.

Dhuma bara 2006 ji'a kudha lammaffaa humna waraana bilisummaa Oromoo gara soomaaliyaatiin seene amajjii 2007 waraanaa mahakintaa islaamiigaa Kan yeroof soomaaliyaa dhunfatee FI humna waraanaa bilisummaa ummata ogaadeen (ONLF) waliin iddoo baladweeynee jedhamtu qubatee soomaaliyaa keessaa qaxxaamuree daangaa itoophiyaa cabsee seene keessa isa tokko ture. Humni kun iddoo lamatti gaafas Kan seene Yoo tahu Jaal Hambisaan Murna ykn caasaa boodarra bara 2007 ji'a torbaffaa seene keessa isa tokko ture.

Haalli yeroo San soomaaliyaa keessati isaan mudate haala rakkisaa ture. Haala yeroo San soomaaliyatti isaan mudate guutumatti dhifne gara dhimma ijoo keenyatti haa deebinu.

Bara 2007 ji'a torbaffaa putlaandi magaalaa nasa'anootiin daangaa cabsani seenan humna yeroo San ogaadaniyaa dhunfatee jiru waraana ONLF walqunnamanii gara humna waraanaa bilisummaa Oromoo isaan Dura amajjii bara Kuma 2007biyya seeneetti makaman Oromiyaa gara bahaatiin seenanii haga bara 2014 tti wal waraanaa mootummaa itoophiyaa waliin baroota dheeraaf qarqara daangaa soomaalee irraa kaasee hanga Carcar xirrootti jechuun harargee baha walumagala gammoojjii fii harargee lixaa bookee,daaro,gabiiba baddeerraa hanga jalloo ciroo FI gammoojjii Asabootitti lolaa Kan turaniidha.

Bara 2008 foxxoqa kamaal galchuutiin dhaaba keessatti tahe irraa Kan ka'e humni WBO baharra ture laaffachaa dhufuun warri dhaabarratti foxxoqa uuman gara bahaa kanaas waan turaniif hooggantoonni zoonii yeroo Sanaa Abbaa zoonii Ariyaa Daadhii,Danbal Waabee,Abaadirii fii duulchisaa zoonii Diimaa Jiloo dabalatee warra dhaabarratti foxxoqa uuman waan tahaniif Akka isaaniif mijatu dhabnaan gara diinatti harka kennachuun iccitii waraanaa diinaaf laataanii hooggantoota zoonii hafaniifi waraana irratti mootummaan Akka tarkaanfii fudhatu waan godhaniif sababa saniin hogganni zoonii Kan hafee dhunfate Furgaas Qajeelaa dabalatee haga Abbootiin buttaatiifii abbootii muraasa waraana baayyee waliin Lola ji'a tokkoo FI walakkaa walitti tureen harka Diinaa bu'uun gaga'ama zoonii baharraan gahame arra seenaan ni yaadata Gama hawaasaatiin naannoo Dirree dhawaa, Awwadaay, Haramaayaa fi naannawa sana irra gahe namoonni gaafas waa'ee qabsoo beekan ni yaadatu.

Jaal Hambisaan faan warra waraana sanirraa daddamatee hafee of ijaaree Abbaa zoonii Jaal Najiib xahaa of keessaa filee qabsoo bilisummaa Oromoo itti fufsiise keessa isa tokko ture. Haaluma kanaan Jaal Najiib xahaa waggaa tokko booda baalee beeltotti Lola guddaa diinni irratti godheen harka Diinaa seenee humni irraa hafe deebisee ammaas if ijaaree lolli ittuma fufee humni WBO laaffachaa dhufee wareegama guddaa booda bara 2012 gara Ogaadeen of booda deebi'anii waggaa tokkoo fi ji'a torba booda haalli waraanaa ONLF jabaachaa waan dhufeef of ijaaruun Akka yaadamettu hin milkoofne.

03/07/2023

Haasa dhageefadha

20/05/2023

Firaafis diinafi gurraaf dawa

19/05/2023

Kutaa Waraanaa-1ffaa
1αŠ› ክ/ጦር
β€πŸ’šβ€πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’
α‹¨αˆ›αŠ•αˆ αˆα‰…αˆα‰…αˆ α‹¨αˆ°α‹ ልክ αŠ α‹«α‰…αˆ!!!!

06/05/2023

WBOn haa waaruβ€πŸ’šβ€

Photos from Hamdii Maayaa's post 17/01/2023

Waraana gahumsaa fi haamilee lolaa hin qabne baay'inaan bobbaasaa jirti hidhannoo haaraan nuf dhufaa waan jiraniif bifa ho'aatiin simanna!

11/01/2023

Urjii Lolaaβ€πŸ’šβ€

11/01/2023

Jecha gootota keleessa dhagefadhaβ€πŸ’šβ€πŸ™

05/06/2022

Waraanni bareeda miti kana warri bosona jirus,warri kuunis numa beeka.Garuu Oromoon kan gabroomeen waraana kanaani.Qawween gabroomtee akkamitti karaa nagaan bilisoomta? Gabrummaan Oromoon baatee ittiin jiraataa jiru kun lola qawwee kanarra hin caaluu? Isayyuu akka waan warri bosona jiru saboota biroo miidhuuf hidhatee bosona seenetti ummata barsiisu.Kaayyoon warra bosona jiruu Oromiyaa walaboomsuudha. Habashaa irraa namni dhimma qabu hin jiru.Habashaan maaliif nutti mufatti jennee karaa bilisummaa keenya argannuun dhiisnee ishee ofjaalachiisuuf xoophiyaa leellisuu qabnamoo? Kaayyoon Oromoo habashaa gammachiisuuf miti,Habashaa bilisoomsuufis miti.dursa ofii keenyaa bilisa ta'uufi.biyya keenyarratti abbaa ta'uufi.nama kan ofiif tahetu nama biroof yaada.Osoo Oromiyaan dhiigdu inni xoophiyaaf boohu innuu diina Oromooti.

Photos from Hamdii Maayaa's post 31/05/2022

Qeerroo kaleessa WBOβ€πŸ’šβ€ arraa

31/05/2022

Ammee!

Ooraliin ganama kana Waraana Weerar*uu fe'ee Udat irraa gara malkaa Gubaa dhufaa ture garagalun Ajejaa 50 dabalate Waraanni 8 yoo du'an,13 madoo gurguddaan mudate jira.
Lafti Liiban Ofirraa lolata.

03/05/2022

Eid al fixrii bara 1443
Gudda galatomi πŸ™guyo wariyo aba jirma

16/04/2022

WBOβ€πŸ’šβ€

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Moi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

WBO abdii biyyaa wbo gaachana sabaaWBO lolttuu haqaWbo durattiβ€πŸ’šβ€#OROMIYAAN_BIYYA
Haasa #jaal_marro_dirriba dhageefadha
#WBO_force #Oromo
Firaafis diinafi gurraaf dawa
Kutaa Waraanaa-1ffaa1αŠ› ክ/αŒ¦αˆ­β€πŸ’šβ€πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’πŸ’α‹¨αˆ›αŠ•αˆ αˆα‰…αˆα‰…αˆ α‹¨αˆ°α‹ ልክ αŠ α‹«α‰…αˆ!!!!
WBOn haa waaruβ€πŸ’šβ€
Urjii Lolaaβ€πŸ’šβ€
Jecha gootota keleessa dhagefadhaβ€πŸ’šβ€πŸ™
Eid
Ebla 15 guyya yaadanno gotota oromo

Category

Telephone

Website

Address


Moi
Other Writers in Moi (show all)
HR DashBod HR DashBod
52498
Moi

This page offers a platform for professional guidance on human resource strategies such as man-power

Business minded persons Business minded persons
Wekeshpatrick91@gmail. Com
Moi, 00100

Branding shows how smart your mind and work is....!

A Go-getter GIRL. A Go-getter GIRL.
Moi

The other point of view

Reit Reit
Reit
Moi

Let's Bond Let's Bond
Moi, 00100

We Build Resilient Families through trainings, coaching, therapy, play and building support systems.

Young Poets Generation Young Poets Generation
Moi

Everything to do with poetry

Boundless voices,the Kenyan poetry Boundless voices,the Kenyan poetry
Eldoret
Moi, 3830

introducing the unheard voices from poetic minds to the real world through written ideals