Cash

welcome to page waa'ee keenya

26/06/2022
03/03/2022

Guyyaan Ati dadhabbii si qabate hundaa injifattee, jabaa namaa taatee muldhattu Ammaa dhufaa!...Cash godhaa

26/02/2022

Onnee Namaa Cabsuuf Daqiiqan tokko ga'aa ta'ullee Deebisanii ijaaruun garuu waggoota dheeraa lakkoofsisu danda'a🖤 CCashgodhaa

25/02/2022

Beekaa jechaan nama waan gaarii fi hamaa addaan beeku qofa osoo hin taane, nama gaarii dalaguun hamtuu irraa of dhoorkeedha.

godhaa

21/02/2022

Namoota Eenyummaa Kee Beekan Biratti Gatiin kee Baay'ee Guddaa dha! Namoota Hedduu Eenyummaa kee Hin Hubanne biratti garuu Gatiin Kee Xiqqaa dha! Cash

20/02/2022
18/02/2022

Hiree Abdul-Jabbar huseen 😪😪

08/02/2022

Wanta jedhamu jennee nuharkaa dhume Rabbi ija Rahmataatiin isin haa laalu.

06/02/2022

⏯morkii guddicha tapha waancaa Afrikaa

⏰04:00
Ijiipt fi Seenegaal

carraa gaarii @ Cash

05/02/2022

Demsaa jilbiibbii kaleessa daguun dukanaan gaga’ee dhaabaneeti demna Hardha sintuu dhadhaabata nuuf ta'ee........
❤💚❤🙏🙏🙏🙏

04/02/2022

Namni du'uu barbaadee of ajjeesu hin jiru, jiraachuu dadhabee malee @ Cash

03/02/2022

Namni nama jijjiiruu hin danda'u. Garuu namni tokko akka namni jijiiramuuf sababa ta'uu danda'a.
@ Cash godhi

02/02/2022

kan biraa rafu ati dammaqi!
Seenaa hojjechuu yoo barbaadde waanta namoonni hedduun hin hojjenne hojjechuu
qabda. Kan biraa yeroo rafu ati ka'i(dammaqai)!!!

01/02/2022

Namni irra daddeebiin waan hin qabne lakka'aa oolu,Waan qabu dagata.@ Cash

29/01/2022

Nu waliin dhaadanna

28/01/2022

Bololli Mootii gabra yoo taasisu Obsi immoo gabra mootii
taasisa.

Cash

26/01/2022

Ifa nuu baasuuf jecha kanneen taatan aarsaa nurraa

26/01/2022

"Hin danda'amu kan jedhamu waanta hin hojjetamne qofadha"
M Luter King
Kedir sa'id

25/01/2022

Diinni dhaloota ammaa kana sodaata, dhaloonni boru dhufu garuu ibidda ajaa'ibaati! Mucaa waggaa 7 eenyu akka Haacaluu ajjeese gaafadhumee, Sirriitti sitti hima!
Naaf sirbi yoo jatteniis sirba Haacaluu, sirba Galaanaa, sirba Caalaa Daggafaa, sirba Ittiiqaa, sirba Yoosan fi kkf siif sirbu male sirba jaalalaa bay'ee hin beekan!

Qubee, Dhaloota Finiinaa!

24/01/2022

Bahara, Dahaba ykn Gaazaa miti, nagaya yoo qabaatte biyti dureettiidha.

23/01/2022

Ani yeroo namni hundi abdii kutate manaatti deebi'u abdii hin kutadhu. jedha

21/01/2022

Onnee Qulqulluun Yaaduu Caalaa Waanti Nama Gammachiisu Hin Jiru!🔎

18/01/2022

Kan ati haasoftu marti dhugaa tahuu qaba, garuu dhugaa hundi hin haasa'amu!
-Voltaire

14/01/2022

Gaa'ela diiguu dura carraa ijoollee ofii si'a 2-3 yaaduun barbaachisaadha.

12/01/2022

"Dafqi bara dargaggummaa hin cophne bara dullumaa imimmaanitti jijjiirama." - Jaappaanota

Humna bara dargaggummaa fayyadamuun cimanii hojjechuun galgalaaf galaa ta'a.

09/01/2022

Gamachuu tee hunda kesatti rabbin yaadadhu sodadhu.
Nama isa sodaatee tika isaa jalatti jiratee gamachuun isaa waltti dhaabattuf rabbin nu haa godhu.

07/01/2022

Dajanee Xaafaa, Shamsaddin Xaahaa fi Egdonni Jawaar fa'a bahanii jiru. Baga gammaddan!!

Photos from Cash's post 07/01/2022

Alhamdulillaah yaa rabbi baga baatan

07/01/2022

Waanuma feeteyyuu yoo hojjatte.
Namni waa siin jechuu hin dhiisu
Tanaafuu ati waan isaan yaadan dhiisiii
Waan barbaadde hojjadhu

07/01/2022

Great oromia

04/01/2022

Video collections

02/01/2022

Chelsea

Liverpool

Sa, ati Ethiopia 1.30 pm

Huduma kessanifuu caraa garii

Liverpool tiyyaa Abdii qaba 3,

01/01/2022

Happy New Year
2022 Bara Jaalalaa fi Gammachuu Hunda Keenyaaf

30/12/2021

Kaleessi har'a hin ta'u ,qabeenyis Dhabeenyis walfaana imala.✅
Bakka Guddaa gahaa🙏🙏 kanas share godhaa 👏👏

28/12/2021

Barumsi riqicha!!
Wollaluma irra gara bekumsaatti,Dukkana irra gara ifaatti si ceesisa!!

26/12/2021

Yaalii adda addaa gaggeessanii of xaarsanii of xaarsanii. Yoo dafqan nyaannillee namatti mi'oofti. Yoo dafqan waan dafqaniif dafaqatu1. Wanti dadhabbii malee dhufu dachee kanarra hinjiru. Qilleensumallee hargananii fudhatu. Bishaan rabbi uumes waraaban malee hindhugan. Hirribumtillee yoo gadi ciisan yookaan hirkatan nama fudhatti. Adeemaa hin mugan waan ta'eefi. Wanti dadhabbii malee argamu, midhaan rakasaa hinjiru. Duutiyyuu salphaatti hinargamtu. Waa ta'uuf, waa ta'uu gaafata. Waa nyaachuuf waa kaachuu gaafata. Abdiin jiraadhu. Xiiqiin sin xiqqeessiin xinqishaa taasisii dhiiga isaa keessaa xuuxxadhu malee.

26/12/2021

Yeroo tokko tokko haalli rakkisaan nuti keessa seenne, kan namni biroo keessa seenee hin beeyne nutti fakkaata. kuni ilaalcha dogoggoraati.

Qormaanni nuti qoramnu kan namni qoramee hin beeyne hin jiru.
qoramuun carraa dhala namaa hundaati. tarii qabiyyeen qormaata keenyaa adda adda tahuu mala.🤴

22/12/2021

Humna Waan qabduuf Lubbuu Namaa Balleessuu Dandeessaa ta'a;
isaa Garuu Tasumaa Balleessuu hin dandeessu🔍

Vil du plassere din offentlig person på toppen av Offentlig Person-listen i Oslo?
Klikk her for å få din Sponsede Oppføring.

Videoer (vis alle)

Hiree Abdul-Jabbar  huseen 😪😪
Nu waliin dhaadanna
Great oromia
Video collections
Seenaa dinqisiisaa biyya jappaan
Money 💰or love ❤
My body needs more sleep. What to do but my buckets need extra money. I'm going to have a good
Best #Ethiopian comedy
Best Ethiopian comedy 🤣
Comedy liverpool vs Manchester united 🤣

Nettsted

Adresse


Oslo
Andre Offentlig personer i Oslo (vis alle)
Advokat Hermansen Advokat Hermansen
Oslo

Hermansen lever evig!

Politibetjent Hamre Politibetjent Hamre
Welhavens Gate 14
Oslo, 0350

Bamse Bamse
Oslo

Bamse har fin og hvit fluffy pels som ikke har vært vasket siden 1983. Favorittmaten er vannbakkels

AX80 AX80
Hegdehaugsveien 14 A
Oslo, 0167

BRUTALLY HONEST

photographer tarjei krogh photographer tarjei krogh
Oslo

commercial / art / stills photographer / oslo / norway

DjChristianRoT DjChristianRoT
Oslo, 0187

The Original Setesdals' house&techno Dj. Oslogoodlife, and microinviromental designer. Skibbedi-bap!

Kjetil Løset Kjetil Løset
Oslo

Twitter: http://twitter.com/kjetilloset Insta: http://instagram.com/kjetilloset

Venn av Nøff Venn av Nøff
Vålerenggate 43
Oslo, 0658

Venn av Nøff er en forening som har som formål å inspirere hverandre til å tenke med hjertet. Dette e

Forbrukerøkonom Magne Gundersen Forbrukerøkonom Magne Gundersen
Oslo

Magne Gundersen er forbrukerøkonom i SpareBank 1 og ekspert i TV3-programmet Luksusfellen. Se: http

NORMA JEANE NORMA JEANE
Oslo

A collaboration between dancers/choreographers Helle Siljeholm and Sara Christophersen, visual artis

RHYTHM ROCKERS CREW SINCE 1994 RHYTHM ROCKERS CREW SINCE 1994
Oslo

Vi hadde 15års jubilem i 2009 Dette blir feiret med bilder av meg og roc i kingsize.