Green Oromia

Tokkummaan humna! Unity is power!
አንድነት ሀይል ነዉ!
💪💪💪My my king love.You thank you  https://youtube.com/channel/UCjJeOfPVUKRwgB1Y1ld4yZg

23/02/2024

💥❣️ Vacation Time 💖💥

21/02/2024

Today Best Photographer ❤️

21/02/2024

Gujii fii Eeboo

Akkuma Oromoo biraa Gujii Girjaa, ilmaan Kontomaa Daarimuu biratti Eeboon kabaja guddaa qaddi. Guji'iin Gaafa sirna midhaagfatu Eeboo qabata. Yeroo Ardaa jilaa Me'ee Bokkoo dhaqan, iddoo namni hundi akkuma umriifii balbala isaatiin Itti lafa kaayyatan qaban.

Aadaa Gujiitti Eeboon hiikkaa guddaa qaba. Gujiin Uraagaa, Hookkuu, Maattii dha. Sadeen Ilmaan Gujii Baallii, gosa, Balbala, ibidda qaba. ilmi Gujii tahe, Gosaa baallii, balbala ibidda isaa himatuu dandahuu qaba. Warroomaa balbalti Gujii Eeboodhaan Jaarrooliin ilmaan isaanii dhaalchisaniin Gujoomni mirkanaawa.

Akka Aadaa Gujitti namni Eeboo Abbaa isaa hin dhaalin, ykn ilmi Abbaan Eeboo hin dhaalchisin Ardaa jilaa Gujii dhaabbatu. Eeboon Gujii hundi akka ishaaraa gosa Gujiitiin beekkamtii. Eeboon jilaa Namaas tahu, bineensaan hin waraanan. Eeboon Adamoo kophaa Jira. Gaafa Me'ee Bokkoo dhaqan, warri baallii kennuufii fudhatu Marti Eeboo qabatee dhaqa. Namni Eeboo Abbaa hin qabatin gadoomaaf gahuus, Gadaa tahuu hin dandahu. Gujii Qulqulluu tahuu wanni beekkamaniin Eeboo Abbaa isaa yoo dhaale qofaadha.

Hubannoof !!

21/02/2024

💥Vacation Time💥


Please tanks Tim 👉
https://www.facebook.com/100002028524680/posts/7247648375312708/?app=fbl

20/02/2024

💥 Vacation Time 💥 💥

20/02/2024

Redii koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉

20/02/2024

Picture of the day 🥰🥰🥰
:
:
:

20/02/2024

ROWAN ATKINSON {Mr. Bean}
*******************************
Seenaa Nama Abjuu Isaa dhugoomsuuf Abdii hin Kutannee kana gabaabinaan haa ilaalluu.

Rowan Atkinson {Mr, Bean} maatii jireenya sadarkaa giddu galeeysaa jiraatan irra dhalate.
ijoollummaa isaatti yeroo dubbatu waan gingisuuf {Sababa giingee ta'eef} rakkachaa ture. Inni biraa sababa bifa isaatiin mana barumsaatti itti qoosama.
Mana baruumsaa keeysattiis tahee ganda keeysattiis namni hiriyyummaaf isa filatu tokkolleen hin turre.

Mr Bean nama abdii kutu hin turre. "Boodarra saayinsii keeysa lixe" jedha barsiisaan isaa tokko.
Yeroo sanktti waa'een isaarra waanti nama dinqisiisu tokkollee hin turre. Saayintistii qaroo ta'a jedhee nami eege tokkolleen hin jiru.
Boodarraa garuu namni hundi dogoggoraa ta'uu isaanii hojiidhaan itti agarsiise.

Mr Bean Yunivarsiitii Oksifoorditti galmaawee taatoo {Actor} ta'ee taphachuu jaalata ture. Garuu sababa rakkoo dubbiitiin {Giingisuuf} ga'umsa agarsiisuu hin dandeenye.

Digirii lammaffaa isaa elektirikaal injinariingiin kan argate yoo ta'u, digrii isaa erga xumuree booda fiilmii ykn sagantaa TV kamiyyuu keessatti osoo hin mul'atin dura abjuu isaa hordofee actor ta'uuf murteeysee. Kanarraa ka'uun garee qoosaa tokkotti makame. garuu ammas giinga'uu jalqabe.

Sababa gingisu qofaaf Qophiileen TV hedduunii fi Namoonni hedduun carraa isaaf laachuu didan. Yeroo kanatti inniniis gadda guddaa keeysa galee ture. Haatahuu malee Ofitti amanuu isaa gonkumaa hin dhiisne. Fedhii namoota kolfisiisuu kan qabu yoo ta'u, dandeettii guddaa akka qabuus ni beeka ture. Kanaaf Qoosaa isaa jalqabaa irratti caalaatti xiyyeeffachuu jalqabe.
Yeroo muraasa booda yeroo taatoo wayii bakka bu'ee taphatu akka gaariitti dubbachuu akka dandaʼu hubate. Giinga'ummaa karaa ittin mo'us argate. Rowan Atkinson amala ajaa'ibaa, dhugaa ta'ee fi amma haasa'u kan Mr. Bean jedhamuun beekamu uume.

Namni kun Agarsiisa tiyaatiraa biroo irrattiis milkaa'ina gurguddaa argateera. Mr. Bean sababa bifaa fi giingee ta'eef gufuun gurguddaa isa mudatus, akka idil addunyaatti hojiin isaa beekamaa isa taassiseera. Akka Holywood tti illee ajaa'ibsiifannaa argatee jirra.
Taphattoonni {Actors} addunyaa kanarra jiran, Kanneen baayyee jaallatamo fi kabajamoo ta'an, Seenaa milkaa'ina Rowan Atkinson (Mr.Bean) seena nama kakaasu ta'u isaa irratti walii galu.

20/02/2024

Picture of the day 🌹🌹🌹🌹🥰
❤️❤️❤️❤️❤️❤️



















19/02/2024

.
ABEBE BIKILA_Ethiopan world famous marathon runner Abebe Bikila arrives to attend the opening ceremony of the Munich 1972 Olympic games on August 25,1972.

Rare pictures of the giant you may have never seen before.

18/02/2024

BEEKUMSA WALIIGALAAF

Garaagarummaan Dhiirri Dubartii waliin ciisuu fi Dubartiin Dhiira waliin ciistuu maali ...?
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
Durboonni keenya Dubbisaa waa irraa hubattu !.

Dubartiin kan dhiira waliin walqunnamtii saalaa gootu Dhiiricha barbaaddeeti. Dhiirri garuu kan ishee waliin ciisu Walqunnamtii Saalaa raawwachuufidha. Garaagarummaan jiru tokko jedheet asii eegala jechuudha.

Ishee waliin ciisuun dhiiraaf wal tuttuquu qaamaa ta'eet itti dhagahama. Isheef garuu wal tuttuquu qaamaa fi miira jabaatu itti dhagahama.
Dubartiin kan dhiira waliin ciiftu jaalalaafi, dhiirri garuu kan ishee waliin ciisu irra caala qaama saalaa isaa tasgabbeessuufidha.

Dubartiin osoo dhiira waliin hin ciisin miira fi yaadnishee isatti dhihaatti. Waa'ee isaa yeroo yeroon ni yaaddi. Namni kun osoo Jaalalleekoo, Abbaa warraakoo, Abbaa daa'ima koo ta'ee jetteet sana milkeessuuf waan inni jedhe mara ajejamtiif. Dhiirri garuu waan kana mara naannessee , buusee, baasee hin yaadu.

Dubartiin walqunnamtii saalaa dura haalaan yaaddi. Tokkicha Gudeeda ishee dhiiraaf saaqxee jennaan garuu waan kam dhimma isaati jetteet hanga dhumaa isatti tolutti kennitiif. Dhiirri garuu hanga Ispermii dhangalaasutti waan takka hin yaadu , hin yaadatus. Erga dhangalaasee xumuratee garuu gatii postipiilii qabdimoo hin qabdu kan jedhu yaaduu irraa eegala😀. Hanga jiini dhufee marsaa laguu ishee dhagahutti of hin amanu. Sana booda osuma jedhanii yoo keessi isaa itti amane fi ulaagaan kan karaa isaas ishees mijateef gara gaa’ilaatti deema. Keessattuu dargaggeessi yeroo ammaa kana maallaqa hin qabu garuu Walqunnamtii saalaa uumama waan ta'eef guyyaan ni barbaada . Shamarranimmoo cinqii akkasii kana waan hin feenef gaaffiiwwan akka bakakkaa kanneen akka ' na fuudhi, yoom cidha godhanna ?, daa'ima hammachuun hawwe,... ' jedhan gaafa itti roobsitu Akka Qocaa walitti suntuuree bakkatti deebi'a. Osuma sexy gochaa jiraataniillee sana booda miirri isaa waan ka'uuf miti 😁.

Dubartiin dhiira osoo hin jaalatin waliin hin ciiftu yooma shamarran mana bunaa ta'an malee . Dhiirri garuu hangas fageessee yaadee osoo hin taane Miiruma isaa bahuuf qofa ishee waliin ciisa. Kanumaafi yeroo baay'ee dhiirri kan deddeemmatu ykn Sh@lleef ( jechichaaf na oofkalchaa ) kan hojii uumu.

Dhiirri dubartii bakka fi akka barbaadetti argachuuf yeroo fi maallaqa isaa qisaasessee inuma milkeessa. Maallaqa isheen barbaaddellee inuma kennaaf. Kana kan godhu garuu ishee barbaadee osoo hin taane Sexy barbaadeeti. Akka inni si jaalatu mirkaneessuuf akkuma inni gaaffii jaalalaa siif dhiheessee sitti dhihaateen itti hin kennin. Garuu kana yoo gootu akka inni yeruma tokkoon abdii kutatu osoo hin taane dhawaata xiinsammuu isaa hubachaa raawwachuu wayya. Sababnisaa dhiirri obsa hin qabu. Isa hin sobin. Fkn yoo durbummaa si gaafate hin qabdu taanaan itti himi. Kanaan ala ati gowwoomsitee osuma si fuudheeyyuu waan kana hin dagatu , madaa itti ta'a keessa isaatti.
Kanarra darbee yoo inni yeruma muraasatti abdii kutate sababa itti kennuu diddeef qofa inni si barbaadee osoo hin taane Sexy barbaade jechuudha.

Kanaaf yaa Shamarranii , adeemsa gaa’ila dhaabuutti gaafa deemtan abbaa warraa isiniif ta'u tasgabbiin filadhaa. Jaalalli osoo hin jiraanne Deessanii Isa heerumataniin wal hiiktanii daa'ima keessan filannoo abbaa akka ምርጫ ቦርድ hin taasisinaa. Jaalala sirrii fi tasgabbiin dhiira qabnaan inuma kan keessan ta'a. Waliin mormii hin taasisinaa, kunuunsa barbaachisu kennaafii. Haadha Gaarii ijoollee ishee seeraan guddiftu ta'uu hin dagatinaa !.
Fuuldura keessan akkamiin akka qajeelchita hin yaadne yoo ta'e Qubeelaan jaalalaan qubatti siif kaa'e sun Cancala Poolisiin ittiin nama hidhu sana ta'eet si cinqa.
Xumureera !.

16/02/2024

Firoo React...... Green Oromia.....

16/02/2024

Green Oromia...... Follow godhaa........ Variety

10/02/2024

Countries In Africa By Population:

1. Nigeria 🇳🇬 223,804,632

2. Ethiopia 🇪🇹 126,527,060

3. Egypt 🇪🇬 112,716,598

4. Democratic Republic of Congo 🇨🇩 102,262,808

5. Tanzania 🇹🇿 67,438,106

6. South Africa 🇿🇦 60,414,495

7. Kenya 🇰🇪 55,100,586

8. Sudan 🇸🇩 48,109,006

9. Uganda 🇺🇬 48,582,334

10. Algeria 🇩🇿 45,606,480

11. Morocco 🇲🇦 37,840,044

12. Angola 🇦🇴 36,684,202

13. Ghana 🇬🇭 34,121,985

14. Mozambique 🇲🇿 33,897,354

15. Madagascar 🇲🇬 30,325,732

16. Ivory Coast 🇨🇮 (Côte d'Ivoire) 28,873,034

17. Cameroon 🇨🇲 28,647,293

18. Niger 🇳🇪 27,202,843

19. Burkina Faso 🇧🇫 23,251,485

20. Mali 🇲🇱 23,293,698

21. Malawi 🇲🇼 20,931,751

22. Zambia 🇿🇲 20,569,737

23. Chad 🇹🇩 18,278,568

24. Senegal 🇸🇳 17,763,163

25. Somalia 🇸🇴 18,143,378

26. Zimbabwe 🇿🇼 16,665,409

27. Guinea 🇬🇳 14,190,612

28. Rwanda 🇷🇼 14,094,683

29. Benin 🇧🇯 13,712,828

30. Tunisia 🇹🇳 12,458,223

31. Burundi 🇧🇮 13,238,559

32. South Sudan 🇸🇸 11,088,796

33. Togo 🇹🇬 9,053,799

34. Sierra Leone 🇸🇱 8,791,092

35. Libya 🇱🇾 6,888,388

36. Congo 🇨🇬 6,106,869

37. Central African Republic 🇨🇫 5,742,315

38. Liberia 🇱🇷 5,418,377

39. Mauritania 🇲🇷 4,862,989

40. Eritrea 🇪🇷 3,748,901

41. Gambia 🇬🇲 2,773,168

42. Botswana 🇧🇼 2,675,352

43. Namibia 🇳🇦 2,604,172

44. Gabon 🇬🇦 2,436,566

45. Lesotho 🇱🇸 2,330,318

46. Guinea- Bissau 🇬🇼 2,150,842

47. Equatorial Guinea 🇬🇳 1,714,671

48. Mauritius 🇲🇺 1,300,557

49. Eswatini 🇸🇿 1,210,822

50. Djibouti 🇩🇯 1,136,455

51. Réunion 🇷🇪 981,796

52. Comoros 🇰🇲 852,075

53. Cabo Verde 🇨🇻 598,682

54. Western Sahara 🇪🇭 587,259

55. Mayotte 🇲🇫 335,995

56. Sao Tome & Principe 🇸🇹 231,856

57. Seychelles 🇸🇨 107,660

58. Saint Helena 🇦🇮 5,314

13/01/2024

Dhugaawwan jireenyaa ciccimoon akka sitti hin tolle sitti dhagaʼamuu dandaʼan maal faʼi

1.. Of kabajuun kan dhufu of to’achuu irraati.

2.. Haaloo bahuu barbaaduu mannaa bakka haaloo bahuun kana booda siif dhimma hin qabne gahuu irratti xiyyeeffadhu.

3.. Yeroo fi humna kee miidiyaa hawaasaa, garmalee yaaduu, hariiroo hiika hin qabne, fi wantoota jireenya kee irratti gatii hin daballe irratti akka hin qisaasne mirkaneessi.

4.. Hiriyaa deggeru qabaachuun ykn qofaa ta'uun barbaachisaa dha. Dhuguma lafti gidduu hin jiru.

5.. Hariiroon tokko yeroo dheeraa waan tureef qofa qabatamaan hojjechaa jira jechuu miti.

6.. Namni tokko mudaa ofii amanuu yoo dadhabe of beekuu dhabuu balaa ta'e agarsiisa.

7.. Yeroo hunda gammachuu bakka biraatti yoo barbaadde bakka jirtutti gonkumaa hin argattu.
🙏
Firoo React

06/01/2024

Suuraa tokkicha kitaaba dhibba ta'u!
Oromummaa🦚
Jaalala🤌❤️
Bareedina👌
Kabaja🤝
Safuu🫶
Xiiqii🙅
Sabboonummaa haqaa🫡

Best

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Riyadh?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Redii koo🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉🎉
https://youtu.be/qO_NYX48UG0
Harmee Oromiyaa osoo guyyaa tokko dawwadhee #Falmataa Roorroo
Gaafii fi Deebii Jaal Marroon Reyot Media wajjiin taasiseየጃል ማሮ ቃላምልልስ
Sirbaa jaalala,
GREEN OROMIA #HACCEE KOO
Firoo koo Obsii homaa mitii
Dhugaa kettii itti cabsii
Hin ariin........ Jalalaa ijoollummaakan biyyaa
Qophii ijoollee

Category

Website

Address


Riyadh
OROMIAMEDIANETWORK
Other Artists in Riyadh (show all)
A.R Ahmed A.R Ahmed
Riyadh

Music , Art and Photography are my Passions.

ريم عبدالله ريم عبدالله
Riyadh

Saudi Actress - Reem Abdullah

Yara Photography Yara Photography
Riyadh

Twitter @YaraAlGoraini

Dj Scorpio Dj Scorpio
Riyadh, 11496

Event Management

طارق الثاقب طارق الثاقب
Riyadh

طارق الثاقب - مصور فوتوغرافي tariq althaqib - Photographer

Ahmad Bayrakdar Ahmad Bayrakdar
Riyadh, 11256

creativity is my favourit drug..

MAMN84 Photography MAMN84 Photography
Riyadh

Mohammed Al Nafisah's Photography http://www.facebook.com/MAMN84

Noura Bouzo Art Noura Bouzo Art
Riyadh

"Noura Bouzo says her art is about the notion of not belonging, but it appears even more to be an ef

J..k Murad retinol J..k Murad retinol
Riyadh

Isislamic page

EJ official EJ official
Riyadh

radio editor

sarh205789 sarh205789
Riyadh

هدايا

Mariam Habib Artwork Mariam Habib Artwork
Riyadh

drawing portraits in acrylics and oils