Abdii Hajii Abduqadiri Page
Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abdii Hajii Abduqadiri Page, Beauty, cosmetic & personal care, Boston, MA.
Godiinni Gujii Hiriira mormii itti fufee jira. Haga ammaa Gama Mootummaan waanti jedhame hin jiru. Akka ragaaleen tokko tokko agarsiisutti sochiin mormii taโaa jiruu,hanga karaa konkolaataa cufuutti deemameera. Uummata kanaan waliin mootummaan taaโee ,gadi buโee marii hin godhu taanaan dubbiin kuni kan ammaa caala ulfaataa akka deemu shakkii hin qabaatu. Gama biraatiin Uummanni Booranaa beelaan dhumaa jira. Gargaarsa atattamaa barbaada, gargaarsi deemaas jira . Mormiin kuni ol guddannaan garuu gargaasi kuni danqamuu fi rakkoon caalu mudachuun mala. Mootummaan Uummata kana walitti fidee marii gochuu qaba. Uummanni Booranaas taโee Gujiin, uummata aadaa fi duudhaan akkasumas Gadaan bulu. Marii fi jaarsummaatti uummata amanani. Itti dhiibaa Amma mootummaan godhe kanaan garuu eessaayyuu hin gahu mariitti deebisuun fala.
Garee shiraa akka lama jirti. Isiin duraa Oromiyaa irraa kaatee federaala iseente. Inni lammataa ollaarraa kaatee Oromiyaa seente. Gareen shiraa tun maqa'aa fi sadarkaan aangoo garaa garummaa qabaattuu malee ijjannoo fi ergami isaaniille tokkuma. Lamaan isaaniituu fi dha.
Gareen shiraa tun woggoota heddu'uuf shiraa turte. Akkaataa Gujii ittiin dadhabsiisanu (diinagdeen, siyaasaan, haqa dabsuun) waan godhamuu qabu hunda godhaa turan. Bifa biraatiin ammoo tasgabbii uummata keenna dhoogguun woraana karaa lammaan (hidhattootaa fi gama mootumma'aatiinille) guddaa keenna, beekaa keenna, barataa keenna, haadholii fi abbootiibteenna ijjeesaa turane.
Gareen shiraa karaa biraatiin maqaa dabaa Gujitti keyuun uummata mormaa godhanii, uummata keenna uummata nageya jibbu godhanii maqaa balleessaa, uummata hin ajajamne godhanii doorsisaa turan.
Gareen shiraa ka olla'aa fi nu keessa jirtus gara Oromiyaa yaatee gubboo kanfalaa, akkaataa Gujiin ittiin cabu, akkaataa lafti Guji'ii ittiin ciramtu, akkaataa qabeenyi Guji'ii ittiin saamamu ka dande'an karoorfataa ka dadhaban itti kadhataa woggoota hedduu turan.
Dhimma kana bakkaan gahuuf garee misoomaa fakkeessanii dhaaba mataa isaaniitiin dhaabatanii albuuda lafa keennaa saamaa turan. Nama mormu ijjeesa, hidhaa, dhabamsiisaa, kaan biyyaa ari'aa turan. Gama biraatiin ammoo labsii yeroo muddamaa maqaa jedhuun akka hin dubbanne, akka hojii idilee hin hojjanne maqaa haala yerootiin nama meeqa mana hidhaatti guuran.
Amma dubbiin achi dabartee gareen shiraa ta olla'aa hanga Oromiyaa ijaarramte lafaa fi daangaa dhiibanii gumaata kennanii lafa gadha'aa fi miila Guji'ii kutachuu isaanii miidiyaa isaaniitiin ibsatan...
Dhimmi kun waan hedduu akka yaaduu qabnu nu godha!
Amma garuu hacuuccaa fi miiccaan haga tarte.
Maqaa badiin haga dabarte
Ijjeechaa fi mirga namummaan jiraachuu dhabuun sara tarte!
Cichinee mormanna!! Mormuun fala!
Baqatoota Libya ๐ฑ๐พ keessaa jirani yoo qabana wani godhani lallaa mee bilbila irraa guratani ofii nama seerraa ttii
Gujii Koo kana hundaa Kan si baachise garbbummaa akka ta'e beeki
Albbuuda kee Kan Waaqi umamaan sii kenne
humna sirraa fudhatani dhufee darraan Hundi si jalaa saamee darra, garuu ati beelaa dararantee Hongee woxalantee horii kee ka ati horsiifatee ittin ilmee barsiifachaa ittin guddifattu Hongee sirraa hobba'e ilmaan kee beela'aa jiran.
Isa kana jalaa bayuuf waan 2 qofatti jira:
1. Tokkummaa horachuu
2. Waaqa kadhachuu
waan kana yoo goone rakkoo tana hundumaa jalaa bayuuf dandeenna.
@ Hongee jalaa bayuuf namni Hundi garaa qulqulluu walitti araaramee waaqa kadhachuu
Isa kana goonaa Hongee jalaa salphatti bayuu dandeenna.
@ Qabeenya ke Kan sirraa fudhatamee yoo tokkonne qofa kana deeffachuu dandeennu/dandeenyu.
kanaafuu, Tokkummaa nu barbaachisuuf re?
Haa tokkonnu tokko ta'a.
:
Godinoota Gujii keessatti Qabeenni/Qabeenyi Uumamaa Kan jiru Gujiifi Oromoo hundaa bira darree Addunyaalle jirjjiruu danda'a,garuu Qabeenni sun Hadha uummata Gujiif waan tokkolle fayyadaa hin jiru
Fkn Gosoonni Albbuuda jiranuuf Hundi Gujii keessa ni jira, Albbuuda San Kan itti fayyadamaa jiru Gujii adoo hin taane Alagattuu itti fayyadamaa jira.
Gujiin irratti Ajjeefamaa jira irraa ari'amaa jira, irraa godaansifamaa jira.Kemikaalli naannoo Albbuuda Sani ittin fayyadamaa jiranuu Lubbuu qabeeyyi irratti waan ilti/ Iji namaa arguu hin feene rawwataa jira.
Fkn: irratti
Albuunni Laga Dambii Kan argamuu Godinaa Gujii Bahaa Aanaa Iddoo Shaakkisoo keessa.
bara 2018/ 2010 Lubbuu qeerroo baay'ee sababa Albbuuda Laga Dambii saniif baatee jirti, Woreegama baay'ee irratti kanfalamee jira ,garuu wonni haga ammatti sirra'e hin jiru
Dargaggeessi Albbuuda San barbaadachuuf dhufe akka bosonutti ykn akka Buuddanneti Xiyyitin yk Qawween ajjeefamaa jira
namoota sababa Albbuuda Laga dambiittif jechaa bara 2018 hiriiraa irratti ijoollee jalaa woreegamaniif wonni dubbatamee ykn deeggarsi wonni godhameef hin jiru, kun ka akkasitti hafeef tokkummaa dhabuu keennafi akkataa itti nu tuffatan qofa akka ta'e beekuu qanna. Bu'uuraleen Misoomsa Kan hojjatamee jiruu tokkolleen hin jiru.
Albuunni qanxxichaa kan inni argamu Godinaa Gujii Bahaa Aanaa Sabbaa Boruu keessa
albuunni kun bara Woyyaane biyya bulchaa turte keessatti garmalee samamaa biyya Tigiraayi ittin misoomsa turte. yeroo San keessatti Ilmaan Gujii baay'een Qawweefi Maaqii bisaanittin/Bishaanittin dhumanii jiru garuu waanti sun wonni dubbatame hin jiru
achummaan Ilee bishaan buute teete
Qabeenyi Gaafa San saamamee biyya Tigiraayi ni misoonse garuu Gujiin dhala itti dhabee qabeenyalle dhabee sagaleelle dhabe.
Albuunni Laga Qanxxichaa haga sanii asi adoo harka Gujii hin galiin Mootummaa PP( Mootummaa Baadhaadhina) jedhu kana harka galee, ammasi deebi'ee akkuma bara Mootummaa Woyyaane San dhala Gujii nyaachaa Albbuuda sanisi Qaama hin beekannen saamamaa jira . Garuu Gujiin yeroo ammaa Sababa Hongeefi Woraanaa irraa Kan ka'ee we're isaa irraa buqqa'aa garaan dhumaa jira.
Horii duri ittin bulu sababa Hongee woggaa Shan(5) walfaana itti fufee jiruuf loon sanille dhabee harka duwwaa hafaa jira.
kanaafuu, rakkoo tana jalaa bayuuf waan godhuu qaddu beeki:
. waljaalladhaa, waliif dhiisaa, garaa qulqulluu waaqa keessan kadhadhaa yoosi waaqi Hongee tana nurra dabarsuu danda'aa.
Tokkummaa horadhaa malaafi Marii qabaadhaa yoosi haqa keenna kan nurraa saamamee deeffachuu dandeenyaa.
Sharukan Abo
It's heartbreaking to see the people of Borana dying of hunger, with no one to care for them. Everyone, please come forward to help these people!
From to , the (mafia group) funded entirely by and the European Union continues to carry out mass expulsions and abandonment of people in the murderous Libyan-Chadian desert
We condemn the publication of in the Sahel region
The European Union must comply with human rights!
Tragedyโผ๏ธโผ๏ธ
Yesterday, a boat carrying 80 people sank from the Al-Khams On road to the other shores of the Mediterranean Sea off the coast of Qasr Al-Khair. 11 bodies have been recovered, 7 bodies are alive while 62 people are still missing in the depths of the marine cemetery.
is not safe
Ajjibbaa ka oromo kunii gafaa atii lubbuun jirttuu si hin jaalataan gafaa atii dutee qofaa ka isaan si jaalataan gafaa abban daaima qarqarsaa barbada jedhaa turee namani tokko post hin goone ardha gafaa mucaan du'ee mammado fi faxee hundii post daachii baleesite hayii oromoo!!๐ฅ
LIBYA ๐ฑ๐พ
14.02.23 - The Libyan Red Crescent (Al-Khums branch) together with the police recovered 11 bodies of migrant women among sub-Saharan origin stranded in the region of Qasr Al-Akhyar. The bodies have been transferred to authorities for completion of procedures.
Akkuma suuraa irraa agartan Haadha daa'ima lama hoosiftu. Horiin gogiinsaan jalaa dhumeera. Jireenyi isaanii yaaddoo keessa galeera. Ijoollee ishee waan guddistuun dhabdee jirti. Abdiin isaanii Waaqa!
Horiin hin jiru; Bisaan afaanti dhugan hin jiran; midhaan hin jiran๐ฅบ
Suuraa: godina Boorana, midiyaa
Inna lillahi wana ilayhi raji'oon Subhan Allah
Earthquake in Turkey and Syria
Earthquakes in turkey and Surya are very sad. 1141 people died in the movement. More than 5000 people have been injured.
Domani il Memorandum d'intesa con la Libia compie esattamente sei anni, un periodo lunghissimo in cui si sono susseguiti cinque governi di tutti i colori, tutti complici delle atrocitร che accadono nel Mediterraneo.
Dal 2017 secondo Amnesty sono addirittura 85.000 le persone intercettate in mare dalle milizie della "guardia costiera" libica e riportate nei centri di detenzione in cui le violenze, le torture e gli stupri sono ampiamente documentati.
Tutto questo con il benestare e i finanziamenti dei nostri governi.
Per "festeggiare" questa vergognosa ricorrenza, il Parlamento domani comincerร la discussione sul Decreto Piantedosi che ha l'obiettivo di ostacolare il lavoro di salvataggio che le navi umanitarie compiono nel Mediterraneo.
Noi non ci stiamo e domani lanceremo un'iniziativa per fare luce su quello che succede in mare!
Takele Uma Banti VS Muktar Kedir
Bara nuuti gaaffii Godina Gujii Lixaatiif wo si gaafannaa nutti koottu jedhee yaame. Hin dide.
Mootummaan abbaa isuma bira deemna jedhee murteesse.
Gaafa nuuti uumata mil.12 caalu bakka buunee bara 2008 gara isaa nama 150 oliin dhunne.
Nu keessummeessuu didanii guyyaa torbaaf nutti taphataa turan.
Waajjirri OPDO bara sanii dhumarratti nu fudhatee wo nuun jedhee nuutilleen piitishiin uummata karaa mana poostaatiin WMM Itoopiyaatiif galchinee marra buqqifannee teessoon tuni ibidda sitti teetu jennee biraa galle. Adoo nuuti gallee torbaanii hin caalin dubbiin ibiddi itti qabate. Adoo hin turin ari,ame.
Wonni suni .
Itti aansuun adoo Gujiin itti boowu keemikaalaan uummata miidhee. Woraana itti jissee nama waan Albuuda Gujii dubbate kan du,e bacaa kuun hidhamaa rakkataa ture.
Gujiin hin midhatte duubarra akkas salphate.
Dhaamsa woyyuu woyyuun abaaru hin dhaqqasiisa eebbisu kallachaa kennaaf. Worri uummata dura jirtanu hanqadhaa!!
Siyaasaafi Oromummaan wal adda Garaagarummaa siyaasaatiin wal nyaannus wal tuffannus gaafa diinni Oromummaa keenyaan qofa nu dhiibuufi nu cabsuu fedhu nuti tokko.
Kana beekuun dirqama diina san erga ufirraa qolannee booda nuti deebinee wal nyaachuu ni dandeenya kanaafuu siyaasaaf jettanii Takale uma habashaa wajjiin hin arrabsinaa.
Maal akka gootuuf,maal akka goote ati of beeki male dirqama akka Namootni si beekaniif si hubataniif amansiisuuf hin dhiphatin.
Jireenya keetiifi adeemsa kee Namni hundi beeknaan ati iccitii waan jedhamu hin qabdu jechuudha.๐
๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐
๐๐ฆ๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐8/๐๐๐๐ [๐๐
บ๐
ถ.๐
ถ๐๐
น๐
ธ๐
ธ-๐
ฝ๐
ฐ๐
ถ๐
ด๐
ด๐
ป๐
ป๐
ด]
๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข, ๐๐๐๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐๐จ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐๐๐๐ก๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐จ๐จ ๐๐๐๐ง๐๐ญ๐๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐โ๐ญ๐ญ๐ข, ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐๐, ๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐จ๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐, ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐ฎ๐ฃ๐ข๐ข, ๐๐๐ง๐๐ ๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ฆ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐๐ฅ๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข, ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐จ๐ ๐ ๐๐ ๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐๐ ๐๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ ๐ข๐ฅ๐ฆ๐๐๐ง ๐ก๐จ๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ข๐ฒ๐๐ ๐ข๐ฃ๐จ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐ค๐ ๐ก๐จ๐ซ๐ข๐ข ๐ฃ๐๐๐๐ข๐ข ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข ๐ก๐๐ง๐ ๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ก๐จ๐ซ๐ข๐ข๐ง ๐ค๐จ๐ฉ๐ก๐๐ ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐๐ง ๐ ๐จ๐๐๐๐ง๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ญ๐ข, ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ฆ๐๐ง๐๐ฆ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ญ๐๐ฃ๐๐๐ฃ๐ข๐ฅ๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง.
๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐ง๐ง๐ ๐โ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐๐ค๐ค๐๐๐ง๐๐ฒ๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐๐๐๐๐๐ซ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐ญ๐๐ ๐โ๐๐๐๐ ๐ ๐๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐จ๐ ๐ ๐๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ๐จ๐ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐ ๐ช๐๐ฅ๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐ซ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐จ๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐ ๐ช๐๐ฅ๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐๐๐ง ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ง๐ข๐ข, ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐ฅ๐๐ ๐ก๐๐ง๐ ๐ ๐๐จ๐ฆ๐๐๐ฅ๐ข๐ฒ๐๐, ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ ๐๐จ๐ช๐๐๐๐ข๐ฌ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐ฆ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐ ๐๐ฎ๐ซ๐รก๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐๐๐๐๐ง, ๐๐๐ง๐ ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฆ๐ฌ๐๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐๐๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ฎ๐ฅ๐ง๐๐๐ฌ๐ข๐ซ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐๐ง๐ ๐ ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ ๐๐โ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฑ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง๐ข๐ข, ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐โ๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐ค๐ ๐๐ก๐๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐ง๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ขรบ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ญ๐๐ง ๐ก๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐ ๐ง๐๐๐ง๐จ๐จ ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐ฃ๐๐ฅ๐ช๐๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ ๐๐ฎ๐๐๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐ฎ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ข๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐๐ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐ข๐ค๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐จ๐ฅ๐๐๐ง๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐ฎ๐๐๐ข๐ง๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ ๐ช๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ.
๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข, ๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข ๐๐ซ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐ช๐ฎ๐๐๐ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ฆ๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐ซ๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ง๐๐รบ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐ก๐ฎ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐ ๐๐ข๐๐๐ ๐จ๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐ก๐๐ง๐ ๐ ๐
๐ข๐ง๐๐ข๐ง๐ง๐๐ ๐ ๐ข๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐๐๐๐๐ขรก๐ง๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ญ๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข๐ข๐ง, ๐ค๐๐ซ๐๐ ๐๐๐ซ๐ญ๐๐ ๐๐ฎ๐ง๐ข๐ฏ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐๐ข๐ง๐๐ข๐ง๐ง๐๐ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข ๐ค๐๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐๐ ๐๐๐ ๐๐ฐ๐จ๐จ ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐ ๐ฎ๐ฅ๐๐๐ง ๐๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ฌ๐จ๐ญ๐ ๐ฐ๐จ๐ฅ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐ง๐๐ซ๐๐๐ฅ ๐๐๐๐๐๐๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฐ๐จ๐ฅ ๐ช๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ๐ง,๐๐๐ซ๐ข๐ข ๐ญ๐๐๐ฌ๐ข๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข๐ง ๐ฌ๐ข๐ฒ๐๐๐ฌ๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐ฎ๐ง๐ฒ๐๐ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข ๐ก๐ฎ๐๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐ ๐ข๐ญ๐ ๐๐ข๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐๐ ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข ๐ค๐๐ง ๐๐๐๐๐ง ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ, ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ, ๐๐๐๐๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ ๐ฃ๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ง๐ง๐ข ๐จ๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ฎ๐ฅ๐ฎ๐ฎ ๐ก๐ข๐ง ๐ช๐๐๐ฎ, ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ข๐๐ก๐ข ๐๐ข๐ข๐ ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐, ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ช๐ข๐ฑ๐ฑ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ฅ๐๐๐ฆ๐ฆ๐ข๐ฅ๐๐ ๐๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐๐ ๐๐ข ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ฆ๐ข๐ซ๐ค๐๐ง๐๐รบ๐ฎ ๐ช๐๐๐ ๐ฃ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ช๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐ก๐ข๐๐ก๐๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ญ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ข๐ข, ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐๐ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐จ๐ญ๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐ง๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ ๐ข๐ญ๐ ๐๐ข๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐ง๐ช๐ฎ๐ซ๐๐๐ง๐๐ฆ๐ข๐ข, ๐๐ฎ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ ๐ญ๐จ๐ฅ๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ฃ๐๐ง๐ง๐ฎ ๐ฃ๐๐๐ก๐๐ง ๐๐ฎ๐ฃ๐ข๐ข, ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ง๐, ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข, ๐๐๐ซ๐๐ซ๐ ๐๐, ๐๐ก๐๐ฐ๐๐ ๐๐ข ๐๐จ๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ ๐๐ ๐๐ข ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ข๐๐๐จ๐จ๐ฐ๐ฐ๐๐๐ง ๐๐ข๐ซ๐จ ๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐๐ฅ๐๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ฌ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฌ๐ก๐๐ ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐ก๐ข๐๐ก๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ง ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐ง๐๐ซ๐๐๐ฅ ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐๐, ๐๐๐ง๐๐ซ๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ช๐จ๐จ ๐๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ, ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐จ๐จ๐๐๐, ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ง ๐๐๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐
๐ฎ๐ฎ๐ญ๐จ๐จ, ๐๐๐ซ๐๐ญ๐๐ ๐ฒ๐ฎ๐ฎ๐ง๐ข๐ฏ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข ๐
๐ข๐ง๐๐ข๐ง๐ง๐๐ ๐๐๐ ๐๐ฐ๐จ๐จ ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐๐, ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐ฅ๐ข๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ข, ๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐๐ก๐ข๐ข ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐๐, ๐๐จ๐ซ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐ฅ๐๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐๐ข๐ฑ๐ฑ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐, ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ฒ๐ข๐ฅ๐๐ ๐
๐ข๐๐๐, ๐๐๐ง๐๐ซ๐๐๐ฅ ๐๐๐๐๐๐๐ฌ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ, ๐๐ข ๐ค๐ค๐ ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐๐จ๐ฅ๐๐๐ ๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ข ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ฆ๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐ ๐ฎ๐ซ๐ฆ๐๐รก๐ง๐ข๐ข, ๐๐ก๐๐๐๐๐๐ญ๐ ๐๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐๐ข๐ฒ๐๐๐ฌ๐๐ '๐๐จ๐ค๐ค๐จ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐' ๐๐๐๐ก๐๐ฆ๐ฎ ๐๐ฎ๐ง๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐๐ข๐๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐ข๐ฒ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฃ๐๐ฃ๐๐ ๐จ๐ฅรก๐๐ง๐๐ ๐ญ๐รก๐ง๐ข๐ข ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ญ๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข๐ข, ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐ฎ๐ฎ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ข๐ง๐ฃ๐ข๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฌ๐๐๐ง๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐ฒ๐ฒ๐ข๐ข ๐ก๐๐๐๐ฎ๐ฎ, ๐๐๐๐ ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐๐ง๐๐ ๐๐๐๐ซ๐ซ๐๐, ๐๐๐๐ ๐๐ฎ๐ญ๐ญ๐๐, ๐๐๐ฆ๐๐๐, ๐๐จ๐ช๐ช๐จ๐ฉ๐ก๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐, ๐๐จ๐จ๐ซ๐๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ฅ๐๐ฌ๐ฌ๐จ๐จ, ๐๐๐ซ๐ฆ๐ ๐๐๐๐๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐๐ง๐ ๐๐จ๐ฅ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐ง๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ ๐จ๐๐ก๐๐ง๐ข๐ข๐ง ๐ข๐ง๐ฃ๐ข๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ฎ๐ฅ๐ฎ๐ฅ๐ฎ๐ช๐๐ ๐ ๐๐ฅ๐ฆ๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง๐ข ๐๐จ๐ง๐ช๐จ๐ฅ๐๐๐ก๐ ๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐ง๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐๐ ๐๐ฎรบ๐ฎ๐ซ๐ ๐ค๐๐ฒ๐๐ง๐ข๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ.
๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข, ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ก๐จ๐จ๐ ๐ ๐๐ง๐ฌ๐ ๐ฅ๐จ๐ฅ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ค๐๐ง๐ง๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข, ๐๐ฎ๐ญ๐๐ ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐๐ง๐๐ ๐, ๐ข๐ฃ๐๐๐ซ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐ง๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐ข๐ข๐ ๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐๐ฅ๐ฆ๐๐ ๐ค๐๐ง ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง ๐ฒ๐จ๐จ ๐ญ๐รบ,
๐ข๐ฅ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ ๐ ๐ค๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ ๐๐๐๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฆ๐๐ง๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐ช๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐ง๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐๐จ๐ง๐ช๐จ๐ฅ๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ ๐จ๐๐ก๐๐ ๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ง๐ข๐ข ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐๐ง๐๐ซ๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฃ๐๐ฅ๐๐ ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐๐ ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ฎ๐ฌ, ๐ฐ๐จ๐ซ๐๐ง๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐จ๐ง๐ง๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐,
โ๐๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ข ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ง ๐๐๐ซ๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐ง๐๐๐ฑ๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ค๐๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ, ๐ก๐ข๐ง ๐ฌ๐จ๐๐๐๐ญ๐ข๐ง๐๐ ๐ง๐ข๐ข ๐ฆ๐จ๐จ๐ง๐๐โโ
๐๐ข
โ ๐๐ข๐ง ๐ญ๐จ๐ฅ๐ฅ๐ ๐ง๐๐ฆ๐ง๐ข ๐๐ข๐ฒ๐ฒ๐ ๐ข๐๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ ๐ก๐ข๐ง ๐ฅ๐จ๐ฅ๐ฅ๐โ
๐ฃ๐๐๐ก๐๐ ๐๐จ๐ซ๐๐๐ง๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ก๐ข๐๐ก๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฑ๐ข๐ข๐ง ๐ฌ๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ ๐ ๐จ๐จ๐ง๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐๐, ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐ข๐ฅ๐ค๐๐๐ฐ๐๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข๐ข๐ซ๐ฎ.
๐๐๐ฆ๐ ๐๐จ๐จ๐ญ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐จ๐ซ๐๐๐ง๐๐ ๐๐ข ๐ก๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ง, ๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข, ๐ ๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ๐ ๐จ๐ ๐ค๐๐ง๐ง๐๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐ ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ ๐ช๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ ๐๐ข ๐ก๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ง๐๐ฆ๐ ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐๐ฆ๐๐, ๐ค๐๐๐๐ฃ๐๐ฆ๐๐, ๐ฃ๐๐๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ซ๐๐๐ซ๐๐, ๐ ๐จ๐ซ๐ฌ๐๐, ๐๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐๐, ๐ฆ๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ ๐ค๐ฎ๐ญ๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ข ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐๐ก๐๐ฅ๐ฅ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐ก๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐ง๐ข ๐ ๐ฎ๐ฎ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ง๐ข๐ข ๐๐ฎ๐๐๐๐ญ๐ฎ.
๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข, ๐๐๐ซ๐ ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐ช๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ง๐ข๐ข๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ขรบ๐ฎ๐ง, ๐๐จ๐๐ข๐ง๐ ๐๐ฎ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐๐ญ๐๐ ๐จ๐๐จ๐จ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ง๐ข๐ข, ๐๐ก๐ข๐๐๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง ๐ช๐ฎ๐ง๐ง๐๐ฆ๐๐ง, ๐ฒ๐๐๐ฅ๐๐ซ๐ซ๐ ๐จ๐๐จ๐จ ๐ฃ๐ข๐ซ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐ฆ๐๐ฃ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐/๐๐๐๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐ฎ๐ฎ ๐ฐ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐๐๐ง๐๐๐๐ง๐ง๐๐๐ ๐๐ฆ๐ฎ๐ซ๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐๐โ๐ญ๐ญ๐ข, ๐๐ฎรก๐๐ง ๐๐๐๐ฎ๐ง๐ฒ๐๐ ๐ค๐๐ง๐๐ซ๐ซ๐ ๐๐จ๐ช๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ข, ๐๐๐ค๐ค๐ ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข๐ข๐ง, ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ข, ๐๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ง๐ง๐ข๐ข ๐๐ข ๐ช๐๐๐ฆ๐จ๐ฅ๐๐๐ง ๐ก๐๐ฐ๐๐๐ฌ๐ ๐ ๐๐ซ๐ ๐ ๐๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ข๐ญ๐ญ๐ข, ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ข ๐๐ฐ๐ฐ๐๐๐ฅ๐๐ก๐ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ค๐๐ซ๐๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ญ๐๐ ๐๐ฌ๐ฅ๐๐๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐๐ก๐ข๐ข๐ง๐ฌ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ ๐๐๐ ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐๐ซ๐๐ก๐ ๐ซ๐๐๐ฐ๐ฐ๐๐ญ๐๐ฆ๐๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐.
๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐ฎ๐ฑ๐ฑ๐๐ ๐๐๐ฆ๐๐ข๐ข, ๐๐๐๐๐ก๐ ๐ฐ๐จ๐ซ๐ซ๐๐ ๐ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐ง ๐ข๐ซ๐ซ๐๐, ๐ข๐ฃ๐จ๐จ๐ฅ๐ฅ๐๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐๐ ๐๐ ๐๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ซ๐ญ๐ข๐ข ๐๐, ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ข๐ฃ๐จ๐จ๐ฅ๐๐ ๐๐ ๐ฒ๐จ๐จ ๐ญ๐รก๐ง, ๐ข๐ฅ๐๐๐ง ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข ๐ค๐๐ง๐๐ซ๐ซ๐๐ ๐๐ค๐๐๐ค๐จ๐ญ๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐๐ ๐๐๐ ๐๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ซ๐๐ ๐๐๐ ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ค๐๐๐ค๐จ๐ญ๐ ๐๐๐, ๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐จ๐ญ๐ ๐๐ก๐ข๐ข๐ซ๐ ๐๐ ๐๐ข ๐๐ฎ๐๐๐ซ๐ ๐๐ ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐ฎ๐ฎ๐๐จ๐ญ๐ ๐๐, ๐ก๐จ๐ซ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ง, ๐ฐ๐จ๐ฅ๐ฎ๐ฆ๐๐ ๐ ๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐๐๐๐ ๐ฆ๐๐๐ญ๐ข๐ข ๐๐๐ ๐จ๐ฅ๐ข๐ข ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง.
๐๐๐๐ญ๐ข๐ข, ๐๐ข๐ซ๐๐ ๐๐ข๐ข๐ฑ๐๐, ๐ฃ๐๐๐ฅ๐ฅ๐๐ฐ๐ฐ๐๐๐ง ๐ช๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐ข๐ฌ๐๐๐ง๐ข๐ข, ๐ก๐ข๐ซ๐ข๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐ข ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐๐ฅ๐๐ก๐๐๐ ๐ฃ๐๐ฃ๐ฃ๐๐๐ข๐ง๐ ๐ก๐๐ฅ๐๐ก๐ข๐ง๐.
๐๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐๐ ๐๐๐ช๐๐ ๐๐จ๐ฅ๐จ๐ง๐๐๐ฅ ๐๐๐๐ฃ๐ข๐ข ๐๐จ๐ก๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐ ๐๐๐๐ง๐๐ ๐ก๐๐ญ๐ญ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐๐ฎ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ ๐๐ข ๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐ก๐ข๐ง ๐ง๐ฒ๐๐๐ง๐ง๐ ๐ก๐จ๐ฃ๐ฃ๐๐ญ๐ญ๐๐ง๐ข๐ข ๐๐๐ซ๐ข๐ญ๐๐ง.
๐๐๐ ๐๐ฒ๐๐๐ง ๐๐จ๐ช๐๐๐ก๐๐.
๐๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐ง ๐ฆ๐๐ซ๐ซ๐ ๐ก๐๐ ๐๐๐๐ฌ๐ฎ๐ฎ!
HAQAAM!๐
"Namni Tamboo Xuuxu bu'aa Sadii argata:
1. Hin dulloomu
2. Sareen hin nyaattu
3. Hattuun mana isaa hin hattu
โSababii hin dulloomneef utuu Carraa dulloomuu hin argatin sombisaa miidhamee dafee du'a.
โSababii sareen hin nyaanneef namni tamboo xuuxu sombii isaa argansuu waan hin dandeenyeef Ulee Dhadhaabbataa deema, nama Ulee harkaa qabu Sareen ni sodaatti.
โSababii hattuun mana isaa hin Hanneef, Nama tamboo xuuxu sombi Isaa dadhabee halkan guutuu qufa'aa waan buluuf hattichi "Abbaan manaa hin rafne"Jedhee irraa deebi'a." Fuul-barruu dubbiserraa!๐ค
Wan dubbistaniif galatomaa
Hidhaa Jaalaala โค
Yaadni koo sii qofaa galgaala ganama
Balbali onnee kooti furtuu keen banama
Jaalaalan naa sentee onnee koo mootteta
Guutummaa qaama koo kee qofa godhaate
Jirtaa
Hidhaan Jaalaala keeti sansalata cimaa
Keessaa koo siin dhoksuu dhagaahi sitin himaa
Ati qaroo kooti sombaa kiyyaaf tiruu simaale
Jireenyi koo gonkumaa naati hin toluu
Sii argaachuf jechaa gaaraaf godan bu'a
Wanti hammaan siif dhufuu duraa kiyyaa
Yaa ta'uu sii dhabbee jiraachuu hin
Dandaa'uu ani tasummaa
akkumaa onnee koo bante
Seente onnee keetis naaf bani
Oduu guyyaa hadhaa 2023 libiyaa ๐ฑ๐พ baqatoota Etophaya midhaa himachaa jiruu
GATIIN HAADHAA KANA HIN TURRE
Kan gaarii harree gubbaatti fe'amee namni duuba deemu kuni kuntaala midhaanii osoo hin taane haadha ciniinsuu dahumsaatiin cinqamaa rakkachaa jirtuudha baayyee gaddda Idddoon isaa G/G/A/Waadaraa Ganda H/Harooti Yaa rabbi nageya nuu buusi dura Akkasi hin turre Ambulaansiin .Motoorri.fi makiinaan dhuunfaa ture garuu sababa nageyaatiif hadha haawwotiin teennaa ciniinsuun kaan lubbuun darbaa jira Yaarabbi atummaan Ummata nagaa kanaaf dubbadhu Nageya hadhas barus nageya
STOP OROMO GENOCIDE!
Abiy Ahmedโs Government Continues MASSACRING OROMO People.
Abiyโs regime is using drones and airstrikes to commit widespread atrocities and mass-killings against Oromo civilians. The regime is also using state sponsored terrorist Amhara Fanno, regional militia and special forces to indiscriminately kill and terrorize Oromo civilians including children, women, and elders. It evicts Oromo farmers, and pastoralists from their land by destroying and looting their properties. Due to his backward views and unacceptable ideologies of Amhara supremacy, Abiyโs regime is causing the most dangerous humanitarian crisis, gross human rights violation, war crimes, unique crimes against humanity, applying multiple ethnic cleansing and genocide strategies against the Oromo people. These criminals must be forced to stop and held accountab
Barattoonni gaafiifi komii ummata balโaa karaa nagayaan dhageessisuuf hiriira bayan. Hamman argutti hokkaras taโee jeequmsa homaatuu hin kaasne. Mootummaan dhaamsa barattoota kanaa qalbiin dhaggeeffatee furmaata fiduu male. Kana dhiisanii reebuufi hidhuun caldhisiisuuf yaaluun balaa biraa affeeruudha. Mormiin barataa akka qaanqee ibiddaati. Qaanqeen dhaamsuuf yennaa rukutamtu adda facaatee waan fiddu yaadannoo yeroo dhihooti.
OROMOO! Dhagahi. WOLIIF QOODA.
-Arsiitti Harka fi Harma nurraa muran. Kanaaf ragaan Aanoleedha.
-Harargeetti nu fixanii lafee akka mukaatti tuulan. Harargeen mannaaraa lafee Oromooti. Kanaaf Calanqoo ragaadha.
-Wallaggaatti morma nurraa muran. Akka alaaba morma keenya mukatti fannisani deemaniin. Akka bareedinatti dhaaba dallaa irratti mataa reefka Oromoo kaayan suura biratti ka'an. Reefka keenya gubaa suura woliin ka'an. Kanaaf suuraan armaan gadi ragaadha.
Kana hunda kan nutti raawwattee worra kaleeysa abaabayyota keenya nyaate har'a nu nyaachaa jira. Biyya woliin ijaaruuf worra kana woliin wanti nuti hin taane hin jiru. Garuu isaan ijaaru irra diigutu salphataaf. Amma nu gahe. Oromoon hoolaa kitimaa miti kan bara hunda qomceen qalamaa jiraatuuf. Nuti nama! Hoolaa miti. Ilmaa namati. Eenyuunu hin doorsiisnu namas hin miine, namni garuu takka nu miidhuu hin dhiifne. Amma gahe! Eeyyan gahe! Gaara taane itti jigna, galaana taane irraa dhangalaana. Akkasiin qulqulleessina. Kanuma Oromoo of qopheessi. Akkuma hammachu beeknu haammachuus beekna.
Wallaggaโ๏ธโ๏ธ
.Hunda keessaa Wanti na ajaayibuu W**erartoonni Caasaa mootummaa fayyadamu irraa eegalan,Miidiyaa,Gazeessitoota,Artistoota ,Abbootii Amantii,Namoota dhiibbaa uumuu danda'an,Paartilee siyaasaa fi Diyaaspooraa
Namoota Beekamoo,Abbootii Qabeenyaa fi kkf Wal dubbisanii hojjechuun *jjeessanii akka waan @*jjeefamaniitti,Bu*qqisanii akka waan B*uqqifamaniitti jijjiiruun Gadda kee si saamanii si dursanii iyyu.
Hunda keessaa ammoo wanti Nama Saalfachiisu Oromoon qeโee isaa irratti **jjeefame ,miidhamee ,b*qqaafamee ummatni Oromoo utuu dhugaa qabuu Namni sagalee taโuuf dhabamuu isaati....
Oromoon Miidhamnee Akka miidhaatti ,*jjeefamnee akka *jjeesatti ilaalamna."Wallaggaa Dachii dh*iigaa" jechuun duula ummata keenya irratti banu.Hunda keessaa ammoo kan nama aarsuu utuu dhugaa qabduu dhugaan kee Awwaalamee Sobaan himatamuu keetii.
Rakkoo kana hundaaf ammoo Sababni OPDO/Biltsiginnaa fi Namootni dhageettii qabanii fi Ummata oromoo birattii fudhatama qaban Callisa filachuu isaaniiti .
Har'a Umanni kee utuu miidhamuu sagalee hin taatuuf taanaan yoomii ree?
Warrii Sobuu hin saalfanne,ija baasoon Soba dhugaa godhanii iyyaa,ati dhugaa utuu qabduu saba keetiif sagalee ta'uu maaltu si dhorkee?
Umanni Wallaggaa Sagalee Hunda keenyaa barbaada!!Sagalee haa taanuuf!!
Waliif Dabarsaa!!
Abdii Hajii Abduqadiri
Sharukan Abo
Yesterday in the city of Frankfurt Germany, dozens of people turned up to listen to the voices of refugees in Libya, many willing to help and amplify their voices. Thanks to medico international , Watch The Med - Alarmphone and for having organized the event.
We continue to reiterate our calls for two days sit-in in Geneva at the UNHCR headquarters on the 9 and the 10th of December to Amplify the voices of the refugees stuck in Libya
It is huge relief to hear that humanitarian assistance has began arriving in Tigray. Let's hope and pray that the parties to the conflict adhere to the peace agreement and implement it swiftly as to ensure unfitted access is expended and sustained.
In the mean time, the conflict and humanitarian disaster in Oromia is getting worse by day. A recent report from OCHA shows 740,000 people have been displaced due to the violence in Western Oromia and adjacent regions. The real number is many fold. The deadly war have been causing massive displacement not only in Western Oromia but also in zones of Central Oromia ( West, South West, North and East Shawa), Ilu Ababor and Guji . As the OCHA report reveals only a fraction of these IDPs have been reached by aid agencies due tor restriction and shortage of resources. Thus, there is a need for urgent action to avert further suffering.
HUGE CONGRATULATIONS to the NAATH IN LIBYA(page) - the owner of the page has recently arrived in Europe after many attempts and many years in Libya.
And don't forget to Chase your dreams because God/Allah did not abandoned you, your day will come.
Click here to claim your Sponsored Listing.
Videos (show all)
Category
Contact the business
Telephone
Website
Address
Boston, MA
02126