Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA

Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA

The church is one of the oldest Oromo congregations in the Diaspora.

Oromo Evangelical Church of Pennsylvania was founded in 1994 out of a house fellowship of a Diaspora Christian Oromo living in Philadelphia and Lancaster areas.

08/23/2024

Kottaa sagalee Waaqayyoo nuuf qabu waliin hirmaachaa Waaqa isa nu uume ol isa qaabna. konfiraansiin kun yeroo guddina hafuuraa waldaa fi haaromsaa saba Waaqayyoo akkasumaas yeroo eebbaa fi jijjiirama guddaa hunda keenyaaf ta’a kanaaf eebbi kun isiin hin darbiin.

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 07/08/2024

Oromo Evangelical Church of Lancaster 2024 annual church retreat at Camp Hebron. Faarsaa 100:4 irraatti Galata galchuudhaan gara balabala kellaa isaatti, jajuudhaanis gara oobdii isaatti ol gala! Isaaf galata galchaa, maqaa isaas eebbisaa! jedha. Waaqayyoo yeroo gaarii kana fakkatu kana nuuf kenee akka nutti (sabnii Waaqayyoo) waliin tanee maqaa Issa ol qabnu, walii keenyaafis yeroo gaarii fi eebbifamaa ta’e qabanee nagaan gara qe’ee keenyaatti akka galu Isa godheef galatnii hata’u. Eebbifama!

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 05/14/2024

Guyyaa haadholii kan bara 2024 waldaa Keenya keessaatti haala gaarii ta’e Kanaan kabajne. Waaqayyoo isa nu gargaareef galatnii hata’u.
-credit galatoomii

08/06/2023

Waldaa Oromoo Laankaasta, PA

08/06/2023

Tajaajila Waldaa Oromoo Lankaastar, PA Hagayya ,6/2023

07/23/2023

Waldaa Oromoo Laankaastar Oromoo, PA
Faarfataa Tasfaa Bonjaa

07/16/2023
07/16/2023

Sunday July, 16/2023

07/16/2023

Sanday, July, 16/2023

07/15/2023

Sagantaa Sanbaradura Adooleessa 15, 2023

06/18/2023

Guyyaa Dilbata Waxibajjii 18, 2023 sagantaa waaqeffanna waldaa keenya faarfatuu Rahel Tafera waliin. Eebbiffami Rahel! Waaqayyo inni qooqa bareeda kanaan si eebise ha'ulfaatu. Obboleettii keenya Hana atiis eebbiffami.

06/11/2023

Guyaa galataa kan Dilbata Waxibajii 11, 2023

06/06/2023

Faarfatoonni waldaa Oromoo Wara Wangeelaa Laankaastar PA kottaa Waaqayyoon nu waliin galateeffadha isiiniin jedhu. Guyyaan issa Waxabajjii/June 11, bara 2023 sa'a 10 irraa kassa.
Tessoon 6020 Lemon Street, East Petersburg, PA 17520.

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 05/16/2023

2023 mother's day pictures.
Waaqayyo hadholii maatii issaniif, waldaa issaniif, akkasumaas hawaassa issaaniif eebba gudda ta'aan kanaan nu badhase kanaaf galatnii hata'uuf.
" Waaqayyoon ulfinaan jajadhu, yaa lubbuu ko, wanta gaarii inni godhe hundumaas hin irraanfatin!" Faarfannaa 103:2
Photo credit

02/19/2023

OROMO EVANGELICAL CHURCH OF LANCASTER

01/01/2023

Waaqeffannaa Dilbataa Kan Bara 2023

12/28/2022

Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA

12/26/2022

Joy to the world....

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 12/26/2022

Mucaan nuuf dhalateera, ilmis nuuf kennameera; humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira; maqaan isaa, "Gorsaa, dinqii, Waaqayyo-jabaa, abbaa bara baraa, angafa nagaa" in jedhama.
Isaayaas 9:6

12/26/2022

Yesuus nuuf dhalateera, dhalachuu Yasuusiin dukkanaa gara iffaatti ceneera.
Mucaan nuuf dhalateera, ilmis nuuf kennameera; humni mootummaa isaa gatiittii isaa irra jira; maqaan isaa, "Gorsaa, dinqii, Waaqayyo-jabaa, abbaa bara baraa, angafa nagaa" in jedhama.
Isaayaas 9:6

12/13/2022

Kotta Konfiraansii Hafuuraa waldaan keenyaa gaaffa Mudde/December 16, 17, fi 18 qopheffatte kana irratti hirmaadha. Waaqayyoon waliin kadhanna, haala biyya/sabba keenyaas Waaqayyoo duraatti waliin dhiyeesina.

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 11/20/2022

Warra yaadaan isaan qabe immoo waameera, warra waame immoo qajeelota isaan godheera, warra qajeelota godhe immo ulfinaan isaan ga’eera. (Roomaa 8:30)
Waaqayyo karaa hedduun nu eebbise, dhalaan nu eebbise, maatii nuuf baayisse, nu balisse, naagaa irraa hafaa nu kenne, amma moo waldaa haaraa nuuf kennuun wara galataa nu godhe. Waaqayyoo inni karaa hundummaa nu eebbise hagalatoomu.

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 10/23/2022

Egaa dhaqaa, maqaa abbaatii fi ilmaatti, kan hafuura qulqulluuttis isaan cuuphuudhaan, saba hundumaa bartoota koo godhaa!
Waanan isin abboome hundumaa eeguu isaan barsiisaa! Kunoo, ani immoo hamma dhuma baraatti guyyaa hundumaa isinii wajjin nan jira" isaaniin jedhe. (Maatewos 28 19-20)

Waaqayyo karaa huundumaa waldaa keenyaa eebbisuu issa ittumma fufe, kunoo haraas mucaa Waaqayyoo waldaa keenyaaf kene maatiin akka seera waldaatti cuuphsiissuun maati Waaqayyootti mucaan makamteetti nuus kanaaf dhugaa batootadha. Maatiin Aberaa fi Dame baga gammaddaan baga wajjiin gammane.

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 09/18/2022

Mucaa keessan Waaqayyoof kennuun keessan mucaa keessan kennaa Waaqayyoo akka ta’etti beekamtii kennuu fi mucaa keessaniif fakkeenya Waaqayyoo ta’uuf of kennuu keessan agarsiisa waan ta'eef matiin hundinuu baga gammaddaan.

Qoraattiinii fi kiyyoon karaa nama jal'aa keessa jiru, namni ofii isaa eeggatu garuu isaan irraa in gora. Akka itti jiraachuun ta'u mucaa barsiisi! Innis yommuu dulloomu iyyuu irraa hin kaatu. (Faarfannaa 22:5-6)

Waaqayyoo inni kara hundumma nu eebbise hagalatoomu.

Photos from Oromo Evangelical Church of Lancaster, PA's post 09/11/2022

Waaqayyo waan guddaa nuuf hojjetee argisiiseera; nuyi warra gammachuu in taane!
Faarfanna 126:3
Maatii yeroo dheerafi addaan bahanii turaan Waaqayyoo wal agarsiise harra gammachuu guddaan Waaqayyoon galatefataniiru. Waaqayyo inni nu eebbise hagalatoomu.

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Lancaster?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Sagantaa Dilbataa. Hagaya 6/2023  Waldaa Oromoo Lankaastar, PA
Faarfattuu Feenet Beekumaa
Taajaajila guyyaa dilbataa gaafa Dilbata Adoolessa,  7/2023
Konfireensii Hafuuraa waldaa Oromoo Laankaastar, PA
Konfirensii Hafuuraa Waldaa Oromoo Lankaastar, PA
Sagantaa Sanbaradura Adooleessa 15, 2023
Guyyaa Dilbata Waxibajjii 18, 2023 sagantaa waaqeffanna waldaa keenya faarfatuu Rahel Tafera waliin. Eebbiffami Rahel! W...
Guyaa galataa kan Dilbata Waxibajii 11, 2023
Tajaajila Sagantaa dilbataa Gaafa 02/19/2023

Telephone

Address


6020 Lemon Street
Lancaster, PA
17520

Opening Hours

Wednesday 6pm - 7:30pm
Sunday 10pm - 12pm