Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos, Minneapolis, MN Videos

Videos by Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos in Minneapolis. M/K Kun Kayyoon ishee namoota maqaa abbaa kan ilmaa fi afuura qulqulluun Mucummaa Sillaasee kennuudh

Fakkeenya Sanyii Facaafamuu. Maat.13.18

"...Fakkeenya sanyii facaafamuu...Maat.13:18
Lallaba Wangeelaa Luba Ballaxaatiin

Other Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos videos

Fakkeenya Sanyii Facaafamuu. Maat.13.18
"...Fakkeenya sanyii facaafamuu...Maat.13:18 Lallaba Wangeelaa Luba Ballaxaatiin

Nagaan Isiniif haa ta'u akkam jirtu? Kabaja Ayyaana Qulqulluu Mikaa'elii Kan Waggaan kabajamee ooluuf qophii xumurre Isin eegaa jirra Minnesotaaf naannnooshee Kan jirtan nurraa hin hafinaa!!
Nagaan Isiniif haa ta'u akkam jirtu? Kabaja Ayyaana Qulqulluu Mikaa'elii Kan Waggaan kabajamee ooluuf qophii xumurre Isin eegaa jirra Minnesotaaf naannnooshee Kan jirtan nurraa hin hafinaa!!

"...Galgalaa'eeratii nu wajiiniin buli..." Luqaas 24:29
"...Galgalaa'eeratii nu wajiiniin buli...." Luqaas 24 : 29 Lallaba Wangeelaa Luba Ballaxaatiin Kutaa 1ffaa

"Ni Dubbanna Du'a kee...."
"Ni Dubbanna Du'a kee Yaa Gooftaa Qulqulleettii Du'aa ka'uu kee, Ni Amanna ol ba'uu kee lammaffaas Deebi'uu kee si galateeffanna" ( kitaaba sirna Qiddaasee) Lallaba wangeelaa Ergamaa Raajii Luba Ballaxaatiin Mana Kiristaanaa Tulluu Raajotaa Qulqulluu Pheexiroosii fi Phaawuloositti kenname.

Kabaja Ayyaana Hoosaa’inaa irratti Mucooliin MK Tulluu Raajotaa Faaruu Yeroo dhiheessan!

Torbee 7ffaa Sooma Guddichaa NIQOODIMOOS. Olii dhalachuun isiniif ni ta’a” Yoh.3:7 Barumsa Wangeelaa Dn Daagimiin.

Sirna Galatoo (Qiddaasee) Dilbataarraa Kan fudhatame. "Galannii fi Kabajni Qulqulluu Sadeeniifuu yaa ta'u" Ameen

Baga Soom Guddicha Walakkeessa geessan. "Hanga Xumuraatti Kan Obsu garuu inni ni fayya" Maat. 24:13 Lallaba Wangeelaa Dn Daagimiin

"...FAYYINNI NI DHUFA" Yoh. 4:22 Lallaba Wangeelaa guyyaa dilbataa, Mana Kiristaanaa Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi Phaawuloos, MN USA tti. Dn Daagimiin.

Faarfannaa Barattoota Dilbataa Tulluu Raajotaatiin

Faaruu Waltajjii Barattoota Sambataa MK Tulluu Raajotaa Q/ Pheexiroosii fi Phaawuloosiin. Dhaadannoon koo si’i Dhaadannoon koo si’i yeroo hundaa Naaf baasteetta Beenyaa addaa Iyyasuus Fayyisaa Lubbuu koo Dhiigni kee balleesse Abaarsa koo Iyyasuus Fayyisaa Lubbuu koo Dhiigni kee haqe abaarsa koo #Lemi_Terfasa

Barattootni Dilbataa MK Tulluu Raajotaa yeroo faaruu dhiyeessan. "Kottaa Yaa namootaa Wangeelatti amannaa hamaa hojjechuu dhiisne waan gaarii hojjenna Guyyichis dhiyaate kan dhuma barichaa Akkamiin eegganna Dhufaatii misirrichaa?" Faaruu ergaa guddaa qabu kana nuuf affeeramaa. Torban Eebbaa Isiniif haa ta'u!

"KANAN ITTIIN BOONU EENYUREE GOOFTAA KOO MALEE" Maatiin Waaqayyoo Faaruu Waltajjii kana nuuf affeeramaa! Hiriyoota Keessaniifis Qoodaa! Torban Eebbifamaa Qabaadhaa!

Faaruu Barattoota Dilbataa M/K Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi Q/Phaawuloos, Mn, USA.

Eebbifamoo Abuune Ewostateos Tulluu Raajotaatti. Eebbi keessan nurra haa bulu.

Eebbi keessan nurra haa bulu Abbaa keenyaa!