Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos

M/K Kun Kayyoon ishee namoota maqaa abbaa kan ilmaa fi afuura qulqulluun Mucummaa Sillaasee kennuudh

07/22/2024

"...Fakkeenya sanyii facaafamuu...Maat.13:18
Lallaba Wangeelaa Luba Ballaxaatiin

06/29/2024

Kan akka Waaqayyo Gooftaa keenyaa eenyu? Inni ol gararraa teessoo isaa irra in taa'a; gara bantiiwwan Samiitti, gara lafaattis gad fageessee in ilaala. Isa gad-deebi'aa awwaara keessaa ol in kaasa, isa dhabaa kosii keessaa ol in fuudha; warra gurguddootaa wajjin, gurguddoota saba isaa wajjinis akka taa'u in godha. Isheen dhabduun haadha ijoollee taatee gammaddee, mana keessa akka jiraattu inni in godha. Waaqayyoon jajadhaa! Faaruu: 113:5-9

Photo credit:

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 06/23/2024

Suura Tajaajila Arraa irraa fudhatame.
Sagantaa Eebbifamaa ture. Waaqayyo inni nu gargaare Galata hundasaa haa fudhatu. Ameen!

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 06/22/2024

Waaqayyo Inni Guyyaa kanan ga’ee ulfina kana Nu agarsiise Maqaansaa Haa galatoomu.

Kabaja Ayyaana Waggaa Angafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa’elii Tulluu Raajotaatti.
Minneapolis Minnesota

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 06/22/2024

Jal-bultii Kabaja Ayyaana Qulqulluu Mikaa'elii, Qulqulluu Pheexiroosii fi Phaawuloos fi Sirna Simannaa Taabota Angafa Ergamootaa Qulqulluu Mikaa'elii, Mana Kiristaanaa Tulluu Raajotaa Minnesotaatti!

06/21/2024
06/16/2024
06/15/2024

Nagaan Isiniif haa ta'u akkam jirtu? Kabaja Ayyaana Qulqulluu Mikaa'elii Kan Waggaan kabajamee ooluuf qophii xumurre Isin eegaa jirra Minnesotaaf naannnooshee Kan jirtan nurraa hin hafinaa!!

06/14/2024

"...Galgalaa'eeratii nu wajiiniin buli...."
Luqaas 24 : 29
Lallaba Wangeelaa Luba Ballaxaatiin
Kutaa 1ffaa

06/09/2024

You all invited! Come and Celebrate with us and share the blessings of St Michael the archangel.

05/13/2024

"Ni Dubbanna Du'a kee Yaa Gooftaa Qulqulleettii Du'aa ka'uu kee, Ni Amanna ol ba'uu kee lammaffaas Deebi'uu kee si galateeffanna" ( kitaaba sirna Qiddaasee)
Lallaba wangeelaa
Ergamaa Raajii Luba Ballaxaatiin Mana Kiristaanaa Tulluu Raajotaa Qulqulluu Pheexiroosii fi Phaawuloositti kenname.

05/05/2024

Baga Ifa du’aa ka’umsa Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyeesuus Kiristoosiin isin ga’e nu ga’e!

Suura daa’immanii kun kabaja Ayyaana Du’aa ka’umsaa irratti kan fudhatame dha.

Waqayyo mana isaa keessatti Ogummaatiin isin haa guddisu.

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 05/02/2024

Sirna Kadhannaa Kamisaa Tulluu Raajotaatti.
Baga ittiin isin ga’e.

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 04/28/2024

Hosaa’inaa Aariyaamitti.
Maqaa Waaqayyoon kan dhufu Eebbifamaadha.
Baga Ayyaana Hosaa’inaatiin isin ga’e!

04/22/2024

Torbee 7ffaa Sooma Guddichaa NIQOODIMOOS.
Olii dhalachuun isiniif ni ta’a” Yoh.3:7
Barumsa Wangeelaa Dn Daagimiin.

04/08/2024

Sirna Galatoo (Qiddaasee) Dilbataarraa Kan fudhatame.
"Galannii fi Kabajni Qulqulluu Sadeeniifuu yaa ta'u" Ameen

04/07/2024

Baga Soom Guddicha Walakkeessa geessan.
"Hanga Xumuraatti Kan Obsu garuu inni ni fayya" Maat. 24:13
Lallaba Wangeelaa Dn Daagimiin

03/04/2024

"...FAYYINNI NI DHUFA" Yoh. 4:22 Lallaba Wangeelaa guyyaa dilbataa, Mana Kiristaanaa Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi Phaawuloos, MN USA tti.
Dn Daagimiin.

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 01/22/2024

Sirna Kabaja Ayyaana Yaadannoo Cuuphaa Gooftaa fi Fayyisaa keenya Iyyesuus Kiristoos MK Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi Phaawuloositti, Minnesota USA tti.

12/26/2023

Faarfannaa Barattoota Dilbataa Tulluu Raajotaatiin

12/26/2023

Faaruu Waltajjii Barattoota Sambataa MK Tulluu Raajotaa Q/ Pheexiroosii fi Phaawuloosiin.

Dhaadannoon koo si’i

Dhaadannoon koo si’i yeroo hundaa
Naaf baasteetta Beenyaa addaa
Iyyasuus Fayyisaa Lubbuu koo
Dhiigni kee balleesse Abaarsa koo
Iyyasuus Fayyisaa Lubbuu koo
Dhiigni kee haqe abaarsa koo

11/27/2023

Barattootni Dilbataa MK Tulluu Raajotaa yeroo faaruu dhiyeessan.

"Kottaa Yaa namootaa Wangeelatti amannaa hamaa hojjechuu dhiisne waan gaarii hojjenna
Guyyichis dhiyaate kan dhuma barichaa
Akkamiin eegganna Dhufaatii misirrichaa?"
Faaruu ergaa guddaa qabu kana nuuf affeeramaa.
Torban Eebbaa Isiniif haa ta'u!

11/20/2023

"KANAN ITTIIN BOONU EENYUREE GOOFTAA KOO MALEE"
Maatiin Waaqayyoo Faaruu Waltajjii kana nuuf affeeramaa! Hiriyoota Keessaniifis Qoodaa! Torban Eebbifamaa Qabaadhaa!

10/29/2023

Faaruu Barattoota Dilbataa M/K Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi Q/Phaawuloos, Mn, USA.

10/22/2023

Sambata Eebbifaa nuu haa taasisu.

Taajila guyyaa arraa irraa kan fudhatame.

09/14/2023

Eebbifamoo Abuune Ewostateos Tulluu Raajotaatti.
Eebbi keessan nurra haa bulu.

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 09/10/2023

Turtii Dilbataa arraa Tulluu Raajotaatti
Abbaa keenya Abuune Ewostateosiin Eebbifamaa oolle.

Waaqayyoof galanni haa ta’u!
Ameen Ameen Ameen!

Photos from Tullu Rajota St. Peter & Paul-EOTC MKTR Q/Pheexroos fi Phaawuloos's post 08/07/2023

Amantootni Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Qulqulleetti Maariyaami magaalaa Lakkuu (Saint-Paul_Minneapolis) Phaaphaasota Sinoodoosiin Tigiraayi Muude lama Isaanis Abuna Maarqos Phaaphaasii Minisotaaf naannooshee akkasuma Abuma Qeeelos Daalaasii fi naannooshe kan ta'aniif Luboota,Daaqunootaa fi barattoota Dilbataa Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi Phaawuloosiin waliin ta'uun simannaan ho'aa taasifameeraaf.

📷O.A

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Minneapolis?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Fakkeenya Sanyii Facaafamuu. Maat.13.18
Nagaan Isiniif haa ta'u akkam jirtu? Kabaja Ayyaana Qulqulluu Mikaa'elii Kan Waggaan kabajamee ooluuf qophii xumurre Isi...
"...Galgalaa'eeratii nu wajiiniin buli..." Luqaas 24:29
"Ni Dubbanna Du'a kee...."
Kabaja Ayyaana Hoosaa’inaa irratti Mucooliin MK Tulluu Raajotaa Faaruu Yeroo dhiheessan!
Torbee 7ffaa Sooma Guddichaa NIQOODIMOOS.Olii dhalachuun isiniif ni ta’a” Yoh.3:7Barumsa Wangeelaa Dn Daagimiin.
Sirna Galatoo (Qiddaasee) Dilbataarraa Kan fudhatame."Galannii fi Kabajni Qulqulluu Sadeeniifuu yaa ta'u" Ameen
Baga Soom Guddicha Walakkeessa geessan."Hanga Xumuraatti Kan Obsu garuu inni ni fayya" Maat. 24:13Lallaba Wangeelaa Dn D...
"...FAYYINNI NI DHUFA" Yoh. 4:22 Lallaba Wangeelaa guyyaa dilbataa, Mana Kiristaanaa Tulluu Raajotaa Q/Pheexiroosii fi P...

Address


Minneapolis, MN
55413

Opening Hours

6am - 10am
Other Religious Organizations in Minneapolis (show all)
University Lutheran Chapel University Lutheran Chapel
316 10th Avenue SE
Minneapolis, 55414

ULC is a confessional, liturgical, Lutheran congregation serving the students of the University of Minnesota and the families of our community.

Abbey Way Abbey Way
519 Oak Grove Street
Minneapolis, 55403

Abbey Way is an intentional, intergenerational Christ-centered community.

Reign Ministries Reign Ministries
5401 W Broadway Avenue
Minneapolis, 55428

Developing youth and youth leaders who have Great Commandment hearts and live Great Commission lives

Northwest Conference Youth Ministry Northwest Conference Youth Ministry
3106 47th Avenue S
Minneapolis, 55406

The Northwest Conference of the Covenant serves churches in North & South Dakota, Minnesota & Wisconsin, and 1 church in Iowa.

Urban Jerusalem Urban Jerusalem
Minneapolis

"Presenting the Kingdom of God in relevant form, through making the unknown God known by providing a Hip-Hop approach to worship."

Northwest Conference Church Planting Northwest Conference Church Planting
3106 47th Avenue S
Minneapolis, 55406

Cru Inner City - Minneapolis/St. Paul Cru Inner City - Minneapolis/St. Paul
3433 Broadway Street NE, Suite 330
Minneapolis, 55413

Our Mission We serve and mobilize the church to live out God's heart for the poor, so all can grow in Christ to build spiritual movements everywhere. Our Vision We envision cities...

North United Methodist Church - Minneapolis North United Methodist Church - Minneapolis
4350 Fremont Avenue N
Minneapolis, 55412

Our mission at North UMC is to share with all people God's love as experienced though Jesus Christ.

Diamond Way Buddhist Center Minneapolis Diamond Way Buddhist Center Minneapolis
3401 Park Avenue
Minneapolis, 55407

"Highest truth is highest joy" -Lama Ole Nydahl

Sanctuary Covenant Church Sanctuary Covenant Church
2018 Aldrich Avenue North
Minneapolis, 55411

We are an urban, multi-ethnic, multiplying movement, reconciling people to God and one another. Join us for worship every Sunday at 9 am & 11am in-person, on Facebook, or at on Yo...

Northwest Conference of the Evangelical Covenant Church Northwest Conference of the Evangelical Covenant Church
3106 47th Avenue S
Minneapolis, 55406

developing leaders. thriving churches.

Lynnhurst Congregational-UCC Church Lynnhurst Congregational-UCC Church
4501 Colfax Avenue S
Minneapolis, 55419

Lynnhurst Congregational United Church of Christ