The Oromian Insider

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from The Oromian Insider, Public Figure, United Kingdom, Seattle, WA.

Photos from Hailu Jelde's post 01/10/2024
Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 01/10/2024
01/10/2024

ትላንት አባይ ሲገደብ እና ዛሬ ሀገራችን ወደብ ስታገኝ ባንዳ የባንዳ ልጆች ሀገራቸዉን ከመሸጥ አልቦዘኑም! ያሳፍራል!!!

01/10/2024

ጃዊሳ እራሱን በራሱ መብላት ቀጥሎበታል ⚠️⚠️

ከዚህ በፊትም ባለ መግባባት ውስጥ የነበሩ እና በመሃላቸው በርካታ የጥላቻ ድርጊቶች ተፈጥሮ ነበር። መከፋፈሉና አዳዲስ ቡድኖች መፈጠራቸው ቀጥላሏል።

ከትላልቅ እስከ ትናንሽ አመራሮች እስከ መታኮስ ደረጃ የደረሰ ግጭትን እያሳለፉ ነው፤የርስበርስ ግጭቱን በተመለከተ ዘመነ እራሱ መናገሩ እና መፍታት አለብን ብሎ ማመፀኑ ተሰምቶ ነበር።

አሁንም በተደጋጋሚ ከፍተኛ መቃረን ውስጥ እንደገቡ እየተናገረ ይገኛል።
ዛሬ የተሰማ አዲስ ነገር ጎጃም የሚገኘው ክንፍ ከፍተኛ ጥል ውስጥ በመግባት ተታኩሰው በርካቶች መገደላቸው እራሳቸው ውጪ ለሚገኙ ወደጆቻቸው አረጋግጠዋል።

01/10/2024

"Ulaa Galaanaa Argachuun Dhimma Birmadummaati"

Ibsa Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results...
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com

01/10/2024

"የባህር በር ማግኘት ቅንጦት ሳይሆን የህልዉና ጉዳይ ነዉ።"

በወክታዊ ጉዳይ ከኦሮሚያ ከፖለቲካ ፓርቲዎች የጋራ ምክር ቤት የተሰጠ መግለጫ

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results...
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com

01/10/2024
Photos from Oromia Communication Bureau's post 01/10/2024
01/10/2024

Imalli diippiloomaasii Abbichuu addunyaaf fakkeenya❗️

Abbichuu abbaa diippiloomaasii cimaa fi abbaa mul'ata fagooti. Imalli diippiloomaasii Itoophiyaan ittiin hulaa galaanaa argatte kan addunyaan irraa barattudha
Adeemsa waliigaltee kennanii fudhachuutiin Itoophiyaan Somaalee Laandii wajjiin waliigaltee taasifteen biyyi keenya Itoophiyaan gaanfa Afrikaa kana irratti walabummaa biyya tokkoyyuu osoo hin sarbiin biyyoota godinaa baha Afrikaa keessatti argaman waliin hojjechuuf fedhii fi dandeettii gaha akka qabdu kan agarsise ta’uu hayyoonni siyaasaa fi diinagdee xiinxala isaaniitiin ragaa bahaa jiru! Ambaasaadarri Ameerikaa duranii waliigaltee biyyoota lameen fayyadu bu’uureffachuun Itoophiyaan Somaalee Laandi waliin taasifte kan dinqisiifatan ta’uu ibsaniiru.

01/10/2024

Abbichuun Itti Beeka!

Hayyichi Oromoo Abbaan Malaa Abbichuun diippiloomaasiidhaan alaagaa firoomfachuu itti beeka! Abbichuun ollaa wajjiin wal kabajanii jiraachuu fi biyya isaa kabachisee jiraachisuu ijoollummaa irra eegalee itti beeka! Waliigaltee kennanii fudhaachuutiin biyya irraa cufaa banuun biyya isaa addunyaa waliin walqunnamsiisuun seenaa rirmi hin nyaanne hojjeteera! Gootichi qaalii ilmi saba Abbichuun ofii gadi jedhee uummata isaa miiliyoona 120 ol qabuu filannoo isaa godhatee lammii isatti abdii horeera.
Hayyichi waa’ee eegeree Itoophiyaaf hojjechuu qofa osoo hin taane, Afirikaafis nama murteessaa fi filatamaa ta’uu isaa hojiin inni hojjete ragaadha! Walumaagalatti Abbichuun nama kennaa addaa qabuu fi waan hunda dafee hubatee fala ka’uudha!

01/10/2024

Tokkummaa sabdaneessa, Badhaadhina hunda galeessaaf!
=========
Biyya tokkummaa sabdaneessi itti mirkanaa’ee fi hawaasni siyaas-dinagdee tokko qabu itti uumame ijaaruuf xiyyeeffannaa kennee hojjachaa kan jiru Paartiin Badhaadhinaa lammiileen qormaatilee tokkummaa isaanii qoran qolatanii bu’uura waliin jireenyaa kan ta’e tokkummaa sabdaneessa akka dagaagsaniif dursa kennee ni socho’a.

Tokkummaan sab-daneessi duudhaa hariiroo lammiilee gidduu jiru kan cimsu, aadaa, afaan, amantaa fi eenyummaa hunda hammatee loogii tokko malee hundaa kan tajaajiludha.

Itoophiyaan biyya sabdaneettii heddummina aadaa, afaan ,amantaa, eenyummaa fi kanneen birootiin badhaate waan taateef qabeeya guddaa kana kunuunsuudhaan bu’uura tokkummaaf waliin jireenya keenyaa goochuun murteessaadha. Kana dhugoomsuuf ammoo tokkummaa sabdaneessa sadarkaa hundatti ijaaruun barbaachisaadha.

01/10/2024

"Itiyoophiyaa jaalala hin raafamnetu ishee barbaachisa. Jaalalli biyyaa jaalala haalduree irratti hundaa'ee miti. Itiyoophiyaan kan barbaaddu jaalala yeroo fi haalaan hin jijjiiramneedha. Biyya keenya kan dhugaan jaalannu yoo ta'e, haalli kamiyyuu nu jijjiiruu hin qabu " Dr. Abiyyi Ahmad

01/10/2024

Bonaa Ganna Hojjechuun Hiyyummaan Injifatama!
= = =
Diinagdee damdaneessa fayyadamummaa lammiilee mirkaneessu dhugoomsuuf carraa qabnu hundaatti fayyadamnee gannaa bona hojjechuun hiyyummaa seenaa gochuuf galmoota badhaadhina waloo milkeessuu danda'an irratti xiyyeeffannoon hojjechuun baay'ee barbaachisaa ta'uu hubachuun hojii hojjetamaa jiruun milkaa'inni guddaan argameera.

Kanaaf hojiin jallisii qamadii bonaa hojjetamaa jiruufi ture agarsiiftuu guddaadha. Biyyi keenya gama oomisha qamadiin fedhii biyya keenyaa humnuma biyya keessaan uwwisuun kadhaa biyya alaa jalaa of baasuun gamatti sharafa alaa argachuun guddina diinagdee biyya keenyaa saffisiisuuf hojii abdachiisaa hojjechaa jirti.

Haaluma kanaan bona kana qamadii lafa hektaara miliyoona 2.6 irratti misoomsuuf karoorfamee hojjetamaa jiruun karooraan ol 2.65 milkeessuun danda’ameera.

Kana malees oomishaalee kuduraafi muduraa, mi’eessituufi kanneen biroos bifa ammayyummaa goonfateen oomishuun qonna bu’a qabeessa guddina biyyaatiif oolchuuf hojiin hojjetamaa jiru daraan abdachiisaadha. Imalli karoora badhaadhina biyya keenyaa gufannaa tokko malee tokkummaafi qindoomina lammiilee biyya keenyaan ni milkaa'aa jira.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results...
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com

Photos from Prosperity Party - ብልፅግና's post 01/10/2024
01/10/2024

Waliigalteen karra galaanaan taasifame, gaabbii fi gaaffii barootaa kan deebisedha!

Waliigalteen karra galanaa Itoophiyaa fi Somaalii land gidduutti taasifame Itoophiyaaf hiikaa siyaasaa, diinagdee fi hawaasummaa guddaa qabaata. Hooggansa Abbichuun tattaaffiin dantaa, fayidaa fi ulfina biyyaa tiksuuf taasifamu milkii argachaa jira. Itoophiyaan Abbichuun hogganamuun gaffii fi gaabbii barootaa kan ture karra galaanaatti xumura gochuu dandeessee jirti!

01/09/2024

Misoomni Qamadii Hiyyummaa Dhabamsiisee, Birmadummaa Biyyaa Mirkaneessa!

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results...
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com

01/09/2024

To'annoo Jala Oolera!

Namichi Imaama Masjiida Badir Sheek Abduu Yaasin rasaasaan ajje*suun shakkame to'atameera.

01/09/2024

Federaaliizimii Sabdaneessa, Tokkummaa Biyyaalessaatiif!
*******
Federaaliizimii sabdaneessaa cimaa fi hunda hirmaachisaa ta’e ijaaruudhaan tokkummaa lammiilee sadarkaa hundatti mirkaneessuun daran murteessaadha. Kana dhugoomsuudhaafis Paartiin Badhaadhinaa xiyyeeffannoo ol’aanaa ta’e kennee hojjachuu irratti argama.

Sirni federaaliizimii sabdaneessaa lammiilee gidduutti tokkummaa fi obbolummaan dhugaa akka dagaaguu fi dhimmootni gufuu waliin jireenyaa ta’an bu’uuraan akka maqaniif haala mijataa kan uumu yemmuu ta’u, duudhaaleen jaalalaa fi walitti dhufeenya lammiilee cimsan akka mirkanaahan kan taasisuudha.

Tokkummaan sabdaneessummaa dhugaa bu’uureffate daandii gara injifannootti nu qajeelchuudha. Keessamattuu biyyi keenya Itoophiyaan biyya heddummina aadaa, afaan, amantii fi sabaaf sablammootaatiin badhaate waan taateef wal qixxummaa fi bilisummaadhaan mu’ata badhaadhina waloo dhugoomsuuf tokkummaa sabdaneessummaa qixaan mirkaneessuun daran murteessaadha.

Lammiileen biyyattii hundi miira gammachuu fi injifannootiin waliin akka dhaabbatanii fi galma yaadan biras akka qaqqabaniif dhimmoota qormaata tokkummaa fi waliin jireenyaa keenyaa ta’an bu’uuraan maqsaa adeemuun barbaachisaadha.

Keessumattuu ilaalchaa fi gochi finxaaleessummaa naqarsa tokkummaa fi obbolummaa sabdaneessummaa akkasumas faallaa imala keenyaa ta’uu hubachuudhaan qabsoo finxaaleessummaa fi finxaaleeyyii irratti eegalame faana hiriiruudhaan gumaacha taasisuun dirqama lammii hunda irraa eegamuudha.

Obbolummaa sab daneessummaadhaan faayamnee qormaatilee keenya haa tarkaanfannu, waloodhaanis badhaadhinatti haa ceenu.

01/09/2024

"Badhaadhinni keenya kan dhalootaan fuulduratti tarkaanfatudha!"
Dr. Abiyyi Ahimad.

Imalli badhaadhina biyyi keenyi Itoophiyaan gaggeessaa jirtu badhaadhina irree tokkummaa keenyaan dagaguu fi dhaloota ilaalcha qajeelaa fi jaalala biyyummaa dhugaa qabuun fulduratti kan taarkaanfatudha.

Badhaadhinni keenya jijjiramaan kan utubamuu fi dimookiraasiidhaan kan lalisuu, akkasumas bu’aadhan kan madaalamudha! Badhaadhina keessatti qaamni tokko qaama kan bira of irraa dhiibuun kan adeemsifamu osoo hin taane, inni alaa jirus galma tokkoo fi kayyoo biyyaalessaa tokkoof waliin kan dhaabbatuu fi irree tokkoon galma yaadame kan rukutudha.

01/09/2024

"Muuxannoo waraanaa fi wal jibbaa bara hedduuf qabna, wajjiinis jiraanneerra. Yeroon amma muuxannoo dhiifamaa fi jaalalaa dhuunfaa hanga biyyaatti akka aadaatti yeroo itti shaakaluu qabnudha. Dhiifamaa fi garaa ballachuutu biyya keenya fayyada. Waraanni hambaa hin qabu dhiifamatu hambaa qaba."

Dr. Abiyyi Ahimad

01/09/2024

Seenessa Waloo Ijaarree Itoophiyaa Sabdaneetiitti Ulfina Horra!

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
YouTube: https://www.youtube.com/results...
TikTok: tiktok.com/
Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
kallachaOromia: https://m.facebook.com

01/08/2024

የህዝብን #ባህል እና #እሴት ለማጥፋት የተነሱ እንደ አይነት ወሮበላ ሚዲያን መጥረግ እና #በህግ ፊት ማቅረብ ያስፈልጋል። የኢትዮጵያ ብሮድካስቲንግ ባለስልጣን #ማስጠንቀቂያ ከመስጠት ያለፈ እርምጃ በመውሰድ የፕሮግራሙ አዘጋጆችን #በህግ ፊት ያቀርብልን ዘንድ እንጠይቃለን❗️

01/08/2024

እነዚህን ቅሌታሞች ለህግ አቅርቡልን❗️❗️

የሀገርን ባህል እና እሴት ለማጥፋት የተነሳ #ነቀርሳ በሽታ ነው። ከኢትዮጵያ ብሮድካስቲንግ ባለስልጣን የመጨረሻ ማስጠንቀቂያ እንደደረሳቸው ተሰምቷል ይሄ ጥሩ ጅምር ነው። እንደ አባይ ቲቪ ያሉ ሚዲያዎችን በመከታተል መዝጋት ግድ ይላል።

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Seattle?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

ትላንት አባይ ሲገደብ እና ዛሬ ሀገራችን ወደብ ስታገኝ ባንዳ የባንዳ ልጆች ሀገራቸዉን ከመሸጥ አልቦዘኑም! ያሳፍራል!!! #ፅንፈኝነት_ይውደም #መከላከያ_መከታችን #መከላከያ_የሀገር_ጋሻ
ተፈጥሮን በተለየ መልኩ ማየት የሚችል መሪ ያለንን ተፈጥሮ እንዲህ ውብ አድርጎ መስራት ይችልበታል።  #ከእዳ_ወደ_ምንዳ #ዐብይ_አህመድ #Fast_Growing_Ethiopia
አሻራ ማኖር - ወንጪ ደንዲ ኢኮ ቱሪዝም ፕሮጀክት  #ከእዳ_ወደ_ምንዳ #ዐብይ_አህመድ #Fast_Growing_Ethiopia
አዋራውን ትተን አሻራ ማኖር ማለት ይህ ነው!! ስራው ምስክር ነው - ወንጪ ደንዲ ኢኮ ቱሪዝም ፕሮጀክት  #ከእዳ_ወደ_ምንዳ #ዐብይ_አህመድ #Fast_Growing_Ethiopia
Jecha gochaan mirkanaa'e!Abbichuu
መልካም አሻራን ለትውልድ እናስተላልፍ!
Ethiopia’s Chebera-Churchura National Park                                                                              ...
የታላቅ ትልም ታላቅ ማሳያ! የመቻላችን ህያው ምስክር! ጨበራ ጩርጩራ- ዝሆን ዳና ሎጅ!                                                                 ...
ከአፍሪካ በሶስተኛ ደረጃ የተቀመጠው                                       #ከእዳ_ወደ_ምንዳ#ዐብይ_አህመድ#Fast_Growing_Ethiopia                 ...
Shaneen uumaa hin beektu;uumamas hin safeeffatu.  Gochaa  bineensaa ummata Oromoorratti raawwate. Umama keessaa kan foon...
#Shaneen_abjuudhaan_sa'a guute_elmachaa_jirti
Kaayyoo shanee keessaa tokko Oromoo deegsuudha

Category

Telephone

Website

Address


United Kingdom
Seattle, WA
1000
Other Public Figures in Seattle (show all)
Dad Dad
Seattle

HypnoBob HypnoBob
Seattle, 98115

Fix Democracy First Fix Democracy First
1402 3rd Avenue, Suite 500
Seattle, 98101

Fix Democracy First supports democracy and promotes civic engagement in WA state and nationally.

Rainbow Bear Rainbow Bear
Seattle

Machine Entertainment Machine Entertainment
2820 Thorndyke Avenue West
Seattle, 98199

David Raleigh David Raleigh
Seattle

Singer/songwriter/piano player from NYC. Check out his music at and videos at http://www.davidraleig

Candy + Potter Candy + Potter
Seattle

Radio Show!

JamiHamilPants JamiHamilPants
Seattle

Designs things. Also, raising child (physically as well as literally).

Dzogchen Ponlop Rinpoche Dzogchen Ponlop Rinpoche
Seattle

Rinpoche is a celebrated Buddhist teacher and the author of "Emotional Rescue" and “Rebel Buddha”

Andrew Woods Andrew Woods
Seattle

At the Spine At the Spine
Seattle
Seattle

Sgt. Sparkles Sgt. Sparkles
Seattle

When nature calls, don't let it go to voicemail...