Kiya Sanyi

Director of Kello media

06/03/2023

TALAALLII SAMMUU

Gandummaan gadhummaadha!

Namuu ganda dhalootaa qaba.
Garuu ganda filatee itti dhalate hin qabu.
Gandi goota qofa qabu ykn gandi dabeessa qofa qabu hin jiru.
Goototni ganda kamittuu dhalatan ganda isaanii qofaaf hin dhalanne, ganda isaanii qofas hin fayyadne, akkasumas ganda isaanii qofaaf hin wareegamne. kanaaf walumaan nu fayyadan walumaan ittiin boonna, walumaan ittiin waamamna.
Dabeessonnis dabeessummaan isaanii biyya miidhe malee ganda itti dhalatan qofa hin miine.
Kanaaf miidhamnis kan waloo keenyati waan ta’eef dabeessummaatti namuu abbaa miti.
Dabeessa haati deessellee ittiin hin boontu, ittiinis waamamamtee hin gammaddu.

Hayyoonni fi gootonni keenya hedduun darbanii fi lubbuun jiran gandummaa sababni balaaleffataniif ganda itti qaana’an irraa dhalatanii miti.
Gandummaan mana hidhaa sammuu waan ta’eefi.
Oromiyaan daangaa haga daangaatti guutuun ishee laftis namni ishees kan isaanii akka ta’etti waan beekaniifi.

Oromiyaan tiyya yoo jettee yaadde daangaa haga daangaa keetuma.
Sarartee iddoo ta’e wayiitti yoo of daangessite namni garanatti si hafe jedhee si affeerus hin jiru.

Nuti har’a maalif ganda wayii keessatti of hiinee ganda biraa arrabsina?
Maalif Oromiyaan guutuun keenya ta’uu wallaallee iddoo dhiphoo wayiitin of waamna?

Kutaa ciisichaa ol manni, mana caalaa mooraan, Mooraa ol gandi, ganda caalaa aanaan, aanaa ol godinni, godinaa ol immoo biyyi teenya Oromiyaan bal’oo ta’uu maaf wallaallee lafa ofitti dhiphisna?
Yoo ganda biraa arrabsitu ofis akka arrabsaa jirtu beektaa?
Ati kan arrabsoof deebii laattu wallaalan yoo si arrabse ati hoo baratteetta ykn sirrii akka hin taane beekta maaf deebii wal fakkaataa deebista?
Rakkoon Oromiyaan keessa jirtu rakkoon waloo keenyaa nu dhiphisuu didee akkamitti gandummaan dhimma uummataa ta’e?

Dhimma Amantaa

Barana amantaan hoo haaraan kamtu dhufe?
Amantaan kee hin ta’in tokko yoo tuqamu ati oromummaa walitti qabduu fi namummaaf jecha wabii dhaabbachuufii osoo qabduu maaf amantaa waliitti darbuun dhufe?
Rakkoon kamuu yoo mudate yoo waliif hin birmanne yoo waliif hin dubbanne aantummaan kee maalin mul’ata?

Yoo wabii dhaabbachuufii dadhabde amantaa namaa kabajjee amantaa kee kabachiifachuu maaf dadhabde?

Tokko Oromummaa isaa caalaa amantaa isaa yoo jaalate tokko immoo amantaa isaa caalaa Oromummaa isaa jaalachuun mirga abbaati.

Ati amataa kee hamma feete jaaladhu, inni biraas haga fedhe haa jaalatu.
Via Teferi

06/02/2023

gochuun wal qaqqabsiisa
Mucaan suuraa kana irratti Mul'atu namoota guyyaa har'aa mormii ummata muslimaan masjiida Anuwaaritti gaggeeffame keessatti humna waraana mootummaan ajjeefame yemmuu ta'u,haga yeroo ammaatti namni mucaa kana beeku waan hin argamneef reeffi isaa masjiida Anuwaar jira.

06/01/2023

Qabsoon, Amaanaa Gootota Oromooti
Qabsaawuun Dirqama Oromummaati
Hanbaalee Gootota Oromo Zak Dube Lataa Qana'i Dajane Gutema Galatoomaa Isintu Goota ❤️❤️

05/31/2023

YOOYYAA LAMMIIKO YEROO DHEERAAF SARARA IRRA BADUS AMMA DEEBIHEN JIRA ASIIN NA QUUNNAMUU DANDESSUU ❤️💚❤️

gochuun wal qaqqabsiisa

05/09/2022

Hiriyoottan Haqaa

na godhaame

10/08/2021

Biyya Beekan Qaaliitti Paarlamaa Seenu qofa

10/06/2021

Oolmaa garii ture Lataa Qana'ii Waliin

10/02/2021

Marii Haala yeroo Jaallan kiyya waliin

Photos from Kiya Sanyi's post 09/28/2021

Akkam Jirtu lammiiko❤️💚❤️
Page kiyya gochuun na hordofaa

08/11/2021

Ati Diina Koo Taanan Diinni Kee Fira Kooti

godhaa

08/11/2021

MY DAD❤️💚❤️
Oolmaa Gaarii qabaadha

godhaa Lammiiko

08/10/2021

gochuun waliif dabarsaa
❤️💚❤️KELLO MEDIA❤️💚❤️
7WA
10727 Horizontal
rate 27500
7/8
Gada Bilisuma channel
gochuun na hordofaa toora page kanas

08/09/2021

gochuun wal qaqabsiisa

Kabajamoo Ummata Oromoo,
Kabajamoo uummata Oromoo, channel keenya kan ta’e Gada Bilisummaa Channel, yeroo kanatti qilleensa irraa bu’uu isaa milkaneefannee jirra. Yaaliin sagalee Oromoo ukkamsuuf godhamu heddumaatus, tattaaffii hedduu fi bu’aa-ba’ii hedduu keessa baanee as geenyerra. Ammallee yaalii sagalee Oromoo ukkamsuu kana irra aannee guyyaa muraasa kessatti akka deebinu isiniif ibsina.
Haga sanatti, uummanni keenya karaa facebook akka nu caqastaniifi kanaa satellite ammo obsaan akka nu eegattan isin beeksisfna.
Kello Team godhaa

08/09/2021
07/21/2021

07/20/2021

Hayyee akkam jirtu ilmaan Oromoo martinuu rakkoo tekinikaa na mudatee turef sarara irraa badee waanan turef na of kalchaa

Seenaa NADHII GAMMADAA Dhaloota irraa kaasee EESSA JIRA ?? #ODA_SHOW_2021 07/15/2021

Share
Seenaa goota keenya kana gutummaan daawwadhaa
https://youtu.be/u0h6WVXJFmg

Seenaa NADHII GAMMADAA Dhaloota irraa kaasee EESSA JIRA ?? #ODA_SHOW_2021 'ii_Tufaa ...

Photos from Kiya Sanyi's post 07/11/2021

Baga nagaan afaan Bineensaati baatan Artistoonni Oromoo:-

Photos from Kiya Sanyi's post 07/02/2021

Diinaa'ol Kabbadaa jedhama qeerroowwan magaala Ambootti mootummaa abbaa irree du'a Artistii keenya Haacaaluu waliin wal qabatee rasaasaan rukutama keessaa tokkodha. Mana yaalaatti yaalamaa turu haga yoonaa fayyuu hin dandeenye.
Sababa kanaaf doctoronni akka irra deebi'ee yaalumaa itti himanii jiru.
Ani garuu mallaqas ta’e gargaarsa homaatuu hin qabu.
Kanaaf Uummanni Oromoo Hunduu Akka bira dhaabbattan kabaja Oromummaan isin gaafadha.
NAMOONNI GARGAARUU BARBAADDAN LAKK. BILBILAA DHUUNFAA ISAA IRRATTI BILBILUUFI DANDEESSU
+251967343352

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Washington D.C.?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Washington D.C., DC
Other Journalists in Washington D.C. (show all)
Philip Elliott Philip Elliott
Washington D.C.

Look here for updates that Phil is reporting for TIME.com, writing for TIME Magazine and happy-snapp

Kathleen Parker Kathleen Parker
Washington D.C.

Taking the country's pulse -- and assessing its health, Kathleen Parker's column appears in more tha

Majid The Nomad Majid The Nomad
Washington D.C.

Majid The Nomad is Youtube Travel Channel

Amir Farshad Ebrahimi Amir Farshad Ebrahimi
Washington D.C.

Amir Farshad Ebrahimi Photojournalist & Documentary maker. www.farshadebrahimi.com www.wix.com/afebr

Sarí el-Khalili Sarí el-Khalili
Washington D.C.

An off the grid Palestinian-American journalist, defying the mainstream's grip over information.

Olga Breese, Meteorologist Olga Breese, Meteorologist
Washington D.C.

Olga Breese is a broadcast meteorologist based in Albuquerque, NM.

Jason Rezaian Jason Rezaian
Washington D.C.

Persian Rug Merchant in a former life. Iran Correspondent for The Washington Post. Ex Con.

Richard Cohen Richard Cohen
Washington D.C.

A left-leaning writer with vigorous skepticism, wit and common sense. Read the column weekly in The

Aaron Gilchrist Aaron Gilchrist
Washington D.C.

NBC News NOW Anchor

Rob Pegoraro Rob Pegoraro
Washington D.C.

I write about consumer-tech issues. Thanks for reading.

Fantome Dans Les Ombres Photography Fantome Dans Les Ombres Photography
Washington D.C.

A true photograph need not be explained, nor can it be explained in words. Ansel Adams

John Aravosis John Aravosis
Washington D.C.

I wanted a page where I could talk about more than just politics. Photos. Travel. Food. Guys. A