Saadiq musaa

Oromoo

21/04/2022
05/04/2022

Urjiwwaan Sabaa

27/09/2021

Lencaa jiraa soddatan
Du'aa isaa dheesanii
Maaliif Adureef derroon
Lencaa of fakkessanii??
Daddaa koo jiraa kee miiti du'aan keetuu nuuf gachaana
Abba koo bakkumaa jirtuutti nagayaafi umrii dhertuu siif hawwaa

Photos from Saadiq musaa's post 14/06/2021

Qeerroowan armaan gadiiti argaman kunii badii tokkoo malee sababaa oromoo ta'aan qofaaf guyyaa Hacceen waregamee Anaa Jajjuu magala Bolloo irraa hidhaman namonii 24 ammaa waggaa tokko ol mana hidhaa karchalee asallatii dararama jiruu Yaa rabbii atii dhugaa ifaa basii qeerroo fi qarree tenyaa Jawar Muhammad hangafii harkaa zaliimaniti nuuf basii

30/05/2021

😀😁😂😃dhiroo nan sobee??

28/05/2021

Obbo Jawaar Mohaammadfaa dhaddacha har'aa irratti, olaantummaan mana murtii kabajamuu dhabuusaatti komii akka qaban jabeessanii himuudhaan, ammas beellamni dheeraa akka kennamuuf gaafatan...
Beellama manni murtii Federaalaa dhaddachi yakkaa Lidataa torbaan darbe qabate kabajuun, himatamtoonni galmee Obbo Jawaar Mohammad jalatti argaman hundi guyyaa har'aa mana murtiitti akka dhihaatanii turan Abukaattoon hidhamtoota siyaasaa Oromoo Obbo Kadir Bulloo OMN-tti himaniiru.
Dhaddachi har'aa kun manni murtii Olaanaa Federaalaa oliyyannoo Abbaan alanagaa akkaataa dhihaannaa ragaa ilaalchisee fudhate kuffuusuun gara mana murtii Federaalaa dhaddacha yakkaa Lidataatti erga deebisee booda, beellama yeroo lammaffaa ture.
Murtee manni murtii Federaalaa dhaddacha yakkaa Lidataa dhimmoota yakka shororkeessummaa ramaddii 1ffaa ragaan golgaa duubatti hin dhihaatu jechuun kuffise, abbaan Alangaa mormuudhaan ol iyyannoo waan fudhateef, adeemsi ragaa dhaga'uu lafarra harkifatee akka jiru Obbo Kadir Bulloo ni yaadachiisu.
Beellama har'aa irrattis guyyaa ragaan ittin dhaga'amuufi adeemsa ragaan ittiin dhaga'amu ilaalchisee manni murtichaa jala murtii kennuun duratti, komii abbaa Alangaa irra deebiin ilaaluuf ajaja kennuusaa dubbatu.
Akka ajaja kenname kanaattis, Abbaan alangaa sababa ragaa golgaa duubatti dhiheeffachuu barbaadeef tooriisaa baasuun gaafa Caamsaa 30,2013tti mana murtiif haa dhiheessu kan jedhu yoo ta'u, gareen Abukaattoo hidhamtoota siyaasaa ammoo gaafa Waxabajji 2,2013tti sababa Abbaan Alangaa dhiheeffate sanaaf deebii akka dhiheessan ajaja jedhu dabarsuusaa Obbo Kadir Bulloo himaniiru.
Gama biraatiin gareen Abbaa Alangaa sababa ragaa golgaa duubatti dhiheeffachuu barbaade ilaalchisuun toori akkan dhiheeffadhuuf beellamni dheeraa naaf haa kennamu jechuun gaafatee ture. Himatamtoonnis yaada abbaa Alangaa kana deggeruun, beellama dheeraa guyyootaa yookaan ji'aan lakka'amu osoo hin taane, beellamni waggaa lamaa hanga shanii haa kennamuuf jechuun gaafataniiru.
Manni murtiichaas yaada gama lamaanii erga dhaggeeffatee booda, abbaan Alangaa ragaa golgaa duubatti dhiheeffachuu sababa barbaadee, guyyaa kudha lama booda jechuunis Caamsa 30/2013tti barreeffamaan akka dhiheeffatu beellamee jira.
Himatamtoonni kun irra deddeebiin dubbii dhaddacharratti dubbataniin akkasumas, iyyata barreeffamaan mana murtichaaf galchaniin, olaantummaan seeraa kabajamuu dhabuusaaf komii akka qabaniifi amma rakkoon kun hin sirratinitti mana murtiitti dhihaachuu akka hin barbaanne ibsachuu isaanii Obbo Kadir himaniiru.
Hidhamtootni siyaasaa kun mana murtiichaaf yaada yoo kennan, "hidhamtoota siyaasaa manni murtii bilisa isaaniin jedhee hiike, poolisiin deebisee butee gammoojjii keessatti isaan hiraaraa jira. Hooggantoonni ABO hedduun harka poolisii Oromiyaa keessatti jiru. Gariin manni murtii biliisa isaan baasee butaman, gariin ammoo mirga mana murtiitti dhihaachuu dhabanii rakkoo keessa jiru. Biyya akka kanaa keessatti nuti mana murtiitti deddeebi'uu hin barbaannu" jechuun ajajni mana murtii kabajamuu dhabuunsaa mana murtiirraa akka abdii kutatan isaan taasisu jabeessanii dhaddacharratti himaniiru.

27/05/2021

Biilisummaan Dhalanee Biilisomnee jiraachu dadhabnee

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Telephone

Website

Address

Adama
Adama
SADIK
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students a

Bedaso  Sani G Bedaso Sani G
Adama
Adama