Furguggee

اطرائق وفوائد

09/04/2024

Nagaaf Rahmanni Ergamaa Rabbii
ﷺ Irratti Haa jiraatu!
Sallallaahu 🌷 Aleyhi 🌷 Wasallam 💝 🤍

Photos from Furguggee's post 07/04/2024

إنالله وإنا إليه راجعون ،
انا لله وانا اليه راجعون
Aalimni guddaan abbaan keenya manguddoon biyyaaa jaalatamoon Haaji shaafiin gama aakhiraa ganda namuu irraa hin hafnetti deeman yaa Rabbi rahmata godhiif.
اللَّهُمَّ، اغْفِرْ له وَارْحَمْهُ، وَاعْفُ عنْه وَعَافِهِ، وَأَكْرِمْ نُزُلَهُ، وَوَسِّعْ مُدْخَلَهُ، وَاغْسِلْهُ بمَاءٍ وَثَلْجٍ وَبَرَدٍ، وَنَقِّهِ مِنَ الخَطَايَا كما يُنَقَّى الثَّوْبُ الأبْيَضُ مِنَ الدَّنَسِ، وَأَبْدِلْهُ دَارًا خَيْرًا مِن دَارِهِ، وَأَهْلًا خَيْرًا مِن أَهْلِهِ، وَزَوْجًا خَيْرًا مِن زَوْجِهِ، وَقِهِ فِتْنَةَ القَبْرِ وَعَذَابَ النَّارِ».
تلقينا خبر الحزن والأسى صباح هذا اليوم بوفاة الشيخ العلامة الشيخ شافع رئيس المجلس الأعلى بمحافظة جما ،
اللهم اغفر له وارحمه وعافه واعف عنه وارفع درجته في في المهديين واخلف له في أهله من هو خير لهم ،

07/03/2024

Innaa lillaahi wa innaa ileyhi Raaji'uun!

Ahaaaa hedduun rifadhe wallaaha

Dhiheenyuma kana bilbilee sheekkan baayyee dubbisaa turuun isaa ni yaadatama

Guyyaa arraan tanaa Pharmacy fi Library islaamaa guddaa dhabne!

Dr. Sheikh Ali Shune Pharmacist addunyaan qabdu keeysaa nama cimaa turan.

Yaa Sheikh Ali Shune Rabbiin Rahmata isiniif haa godhu! Maatii fi firoottan keeyssaniif Rabbiin Sabrii fi imaana haa kennuuf!
Duuti aalima musiibaa guddaa bakka bu'aa hin qabne, Ulamaa'iin Ifaa Addunyaatii Godaanssii Isaanii Dukkana Duniyaati, Ulamaa'iin Mi'eessitu jiruuti. Isaaniin Malee Jiruun akka nyaata Soogidda hin qabneeti.
ULAMAAN dachii tana irraa dhabamuun Alaamaa (Mallattoo) qiyaamaati, Library Islaamaatu jige, Rabbiin bakka nuuf haa buusu!

Sheikha Keenyaf Rabbiin Rahmata ha godhu!

Photos from Furguggee's post 02/03/2024

Oduu Gammachiisaa!!
Ijoolleen Oromoo Sa'uudi Arabiyaa keessa jiraatan Abbaa Ulamaa'iifi Barsiisaa Amantaa Islaamaa Sheek Muussaa Suwaalaa Abbaa keenyaaf Konkolaataa bituun badhaasanii jiru! Ijoolleen keenya Sa'uudi Arabiyaa kana Biyya Rakkoo san keessa jiran yeroo hunda isaantu Ulamaa'iifi Daa'ii, akkasumaas Masjiidoota ijaaruu irrattis qooda leencaa qabu! Ijoolleen keenya Sa'uudi Arabiyaa Galatoomaa!! Sheek Muussaa Suwaalaa baga gammaddan!! Congratulations 🎊 💔👏
Allahu Akbar

12/02/2024

اللهم بارك لنا في شعبان وبلغنا رمضان.
Yaa Rabbi ji'a sha'abaanaa keessatti barakaa nuuf godhi warra ramadaanaatiis nutaasisi.

10/02/2024

As wr wb inshaa allaah sagantaa eyba sheekkootaa fii beekkamtii ulamaa'ootaa akkasuma eyba maaddaa haraashii inshaa allaah guyyaa alhada iddoon harar araattanyaa buufata fayyaa moggaa madrasaa bilaal mooraa KG kheysatti ganamaan akka arkamtanii qooda irrraa fudhattan maqaa rabbiitiin waamicha isiniif goona ulamaa'ootaa fii daa'iwwan kheenya qopaawanii isin eegaa jiran warri rabbiin laaffiseef hundi kheysanuu hirmaadhaa

02/02/2024

Allaahu Akbar.!!!
Juma'aa Arraa, Magaalaa Qobboo, Keeyssatti, Agarttan Kun, Shahadaa Qabatee, Gara Amanttii Isaa Tan Jalqabaatti, Deebi'ee Jira.
Maashaa Allaah! Sabaata Rabbi Haa kennuuf!!

02/02/2021
06/12/2020

As wr wb

Timeline photos 06/12/2020
03/11/2020

Alhamdulillah

28/08/2020

As wr.wb
Jirra jirtu

Want your university to be the top-listed University in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

#seenaa_shek muktaar  Afaan isarra

Telephone

Website

Address

Oromiya
Adama
0925JAAFAR
Other Colleges & Universities in Adama (show all)
Shanyii jarraa Abba gadaa Shanyii jarraa Abba gadaa
Adama

Irbuu jaallan wareegamani galman ni geenya warri kaayyoo bilisummaa Oromiyaa ti amanan qofaa ilaalat

Nimona nasiro page Nimona nasiro page
11
Adama, ADAMA

kan ijaree hin diiguu alaa dhufattuu diigaa ijaruun nuttii ulfattee diiguun nuttii salphatte kanaf k

AdiAfro AdiAfro
Adama

Alfa man Alfa man
Adama

Kemal Beker Kemal Beker
Chancho
Adama, KM

መንእሞ ይኽእሎ መንእሞ ይኽእሎ
Adama

to Get Information

Abban biyaa oromodha Abban biyaa oromodha
Adama

Abban biyaa oromodha

Hararge media Hararge media
East
Adama, MA3401

oromo

Genius-land college Genius-land college
Adama

organization of the study Genius-Land College is established in 2008 E.C by enrolling 128 students a

Bedaso  Sani G Bedaso Sani G
Adama
Adama