German School Of Excellence

Nursery - high school

20/02/2024

12/06/2016

Hoggansa Barnootaa , Barsiisota , Maatii Barattootaafi fi Barattoota kutaa 6ffaafi 8ffaa Oromiyaa hundaaf.
Akkam Jirtan?

ilaalchisee gamanumaan qophii akka taasiftan isin beeksifna.

- Bara Barnootaa 2016 akka Naannoo Oromiyaatti,
;
Dhiirri - 386,703,
Dubartiin - 345,540,
waliigala barattootni kutaa 6ffaa 732,243 yeroo duraatiif qoruumsa Naannoo ni fudhatu.
Biiroon Barnoota Oromiyaa hir'ina dhiyeessii kitaabaafi muuxannoo dhabuu barattootni qormaatichaarratti qaban yaada keessa galchuun, bara kanaaf akka shaakalaaf(ka'umsaaf) ta'u bara duraa kanaaf qofa Qorumsi Naannoo Kutaa 6ffaa Gosa Barnootaa Shan qofa akka ta’uufi qabiyyeen isaas kutaa 6ffaa keessaa qofa kan qophaa'u ta’uu isin beeksisina .

'u;
1.Afaan Dhalootaa
2. Afaan Ingilizii
3.Herrega
4.Saayinsii Naannoo
5. (Barnoota Gadaafi Safuu )
immoo, 26-30/2016 ta’a.

# Barattoota 2016 Qormaata Naannoo Fudhatan Ilaalchisee;
Barattootni Qormaata Fudhatan
- Dhiirri 347,313
- Dubartiin 323,963
Waliigala barattoonni 671,276 qoruumsa naannoo bara 2016 ni fudhatu jedhamee eegama.
Qoruumsi kutaa 8ffaatis qabiyyeen isaa kan kutaa 8ffaa keessaa qofa kan qophaa'u yoo ta'u ,

3-7/2016 ta’a .

Kutaa_8ffaa keessaa_qophaa'us;
1.Afaan Dhalootaa
2.Afaan Lammaffaa
3.Afaan Ingilizii
4.Herrega
5.Saayinsii Hawaasaa
6.Saayinsii Waliigalaa
7.Barnoota gosoota hunda galaa ( Safuu,Gadaa fi Lamummaa ) ta'uu gamanumaa isin beeksifna.
Maatiin, Barsiistoniifi hoggansi barnootaa kana beektanii barattoota keenya akka qopheessitan dursinee isin hubachiisaa, barattootnis haaluma kanaan qoohii akka gootan
Isin hubachiifna.

Biiroo Barnootaa Oromiyaa.

31/08/2023

𝗚𝗘𝗥𝗠𝗔𝗡 𝗦𝗖𝗛𝗢𝗢𝗟 𝗢𝗙 𝗘𝗫𝗖𝗘𝗟𝗟𝗘𝗡𝗖𝗘
𝘾𝙚𝙣𝙩𝙚𝙧 𝙤𝙛 𝙚𝙭𝙘𝙚𝙡𝙡𝙚𝙣𝙘𝙚
𝘿𝙚𝙙𝙞𝙘𝙖𝙩𝙚𝙙 𝙩𝙤 𝙚𝙭𝙘𝙚𝙡𝙡𝙚𝙣𝙘𝙚
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐢𝐭𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐭𝐨 𝐞𝐱𝐜𝐞𝐥𝐥𝐞𝐧𝐜𝐞
𝐂𝐨𝐦𝐦𝐢𝐭𝐦𝐞𝐧𝐭 𝐭𝐨 𝐞𝐱𝐜𝐞𝐥𝐥𝐞𝐧𝐜𝐞 𝐢𝐬 𝐰𝐡𝐚𝐭 𝐭𝐫𝐚𝐧𝐬𝐟𝐨𝐫𝐦𝐬 𝐚 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐢𝐬𝐞 𝐢𝐧𝐭𝐨 𝐚 𝐫𝐞𝐚𝐥𝐢𝐭𝐲
𝐃𝐞𝐝𝐢𝐜𝐚𝐭𝐞𝐝 𝐭𝐨 𝐞𝐱𝐜𝐞𝐥𝐥𝐞𝐧𝐜𝐞 𝐢𝐬 𝐰𝐡𝐚𝐭 𝐭𝐫𝐚𝐧𝐬𝐟𝐨𝐫𝐦𝐬 𝐚 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐢𝐬𝐞 𝐢𝐧𝐭𝐨 𝐚 𝐫𝐞𝐚𝐥𝐢𝐭𝐲

30/08/2023

𝙂𝙚𝙧𝙢𝙖𝙣 𝙎𝙘𝙝𝙤𝙤𝙡 𝙊𝙛 𝙀𝙭𝙘𝙚𝙡𝙡𝙚𝙣𝙘𝙚
𝐎𝐝𝐮𝐮 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐬𝐚𝐚
𝑩𝒂𝒓𝒂𝒕𝒕𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒂 2015 𝒒𝒐𝒓𝒎𝒂𝒂𝒕𝒂 𝑵𝒂𝒂𝒏𝒏𝒐𝒐 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒂 8𝒇𝒇𝒂𝒂 𝒒𝒐𝒓𝒂𝒎𝒂𝒏 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒖𝒎𝒕𝒖𝒖 𝒒𝒂𝒑𝒉𝒙𝒊𝒊 𝒐𝒍’𝒂𝒂𝒏𝒂𝒂 𝒈𝒂𝒍𝒎𝒆𝒆𝒔𝒔𝒖𝒖𝒏 𝒈𝒂𝒓𝒂 𝒌𝒖𝒕𝒂𝒂 9𝒇𝒇𝒂𝒂𝒕𝒕𝒊 𝒅𝒂𝒓𝒃𝒂𝒏𝒊𝒊𝒓𝒖. 𝑴𝒂𝒂𝒕𝒊𝒊𝒏 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒕𝒕𝒐𝒐𝒕𝒂𝒂, 𝒉𝒐𝒈𝒈𝒂𝒏𝒕𝒐𝒐𝒕𝒏𝒊, 𝒃𝒂𝒓𝒔𝒊𝒊𝒔𝒐𝒕𝒏𝒊𝒊 𝒇𝒊 𝒃𝒂𝒓𝒂𝒕𝒕𝒐𝒐𝒏𝒏𝒊 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒂𝒌𝒌𝒂𝒔𝒖𝒎𝒂 𝒉𝒂𝒘𝒂𝒂𝒔𝒏𝒊 𝒎𝒂𝒏𝒂 𝒃𝒂𝒓𝒖𝒖𝒎𝒔𝒂𝒂 𝒌𝒆𝒆𝒏𝒚𝒂 𝒌𝒂𝒏 𝒕𝒂𝒂𝒕𝒂𝒏 𝒉𝒖𝒏𝒅𝒊 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒅𝒅𝒂𝒏 𝒃𝒂𝒈𝒂 𝒈𝒂𝒎𝒎𝒂𝒏𝒏𝒆.
አስደሳች ዜና
ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ትምህርት ቤት በ 2015 ዓ.ም ያስፈተናቸው የ 8ኛ ክፍል ተማሪዎች በሙሉ ከፍተኛ ውጤት በማስመዝገብ ወደ ቀጣይ ክፍል የተሸጋገሩ በመሆኑ፣ የማኔጅመንት አባላት፣ ተማሪዎች፣ የተማሪ ወላጆችና ሁሉም የባለ ድርሻ አካላት እንኳን ደስ አላችሁ እንኳን ደስ አለን፡፡
𝗚𝗼𝗼𝗱 𝗻𝗲𝘄𝘀
𝗢𝘂𝗿 𝘀𝘁𝘂𝗱𝗲𝗻𝘁𝘀 𝘄𝗵𝗼 𝘁𝗼𝗼𝗸 𝘁𝗵𝗲 𝗴𝗿𝗮𝗱𝗲 𝟴 𝗿𝗲𝗴𝗶𝗼𝗻𝗮𝗹 𝗘𝘅𝗮𝗺𝗶𝗻𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻 𝗶𝗻 𝘁𝗵𝗲 𝟮𝟬𝟭𝟱 𝗮𝗰𝗮𝗱𝗲𝗺𝗶𝗰 𝘆𝗲𝗮𝗿 𝗵𝗮𝘃𝗲 𝗽𝗮𝘀𝘀𝗲𝗱 𝘁𝗼 𝗴𝗿𝗮𝗱𝗲 𝟵 𝘄𝗶𝘁𝗵 𝗵𝗶𝗴𝗵 𝗿𝗲𝘀𝘂𝗹𝘁𝘀. 𝗖𝗼𝗻𝗴𝗿𝗮𝘁𝘂𝗹𝗮𝘁𝗶𝗼𝗻𝘀 𝘁𝗼 𝗢𝘂𝗿 𝘁𝗲𝗮𝗰𝗵𝗲𝗿𝘀, 𝗳𝗮𝗺𝗶𝗹𝗶𝗲𝘀, 𝗹𝗲𝗮𝗱𝗲𝗿𝘀 𝗶𝗻𝘃𝗼𝗹𝘃𝗲𝗱 𝗮𝗻𝗱 𝗮𝗹𝗹 𝗼𝘂𝗿 𝘀𝘁𝘂𝗱𝗲𝗻𝘁𝘀.

01/08/2023

𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳 𝗤𝗼𝗽𝗵𝗼𝗼𝗳𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶?
🌟 Daa'ima keessaniif imala barnootaa isaaniif jalqabbii gaarii kan ta’e mana barumsaa German School Of Excellence waliin!
📚 Manni Barumsaa German School Of Excellence bara barnootaa haaraaf balballi keenya banaa ta'uu isaa gammachuu guddaadhaan isin beeksisa. 🎒
🔹 Barnoota Qulqullina Qabu: Barnoota keessatti olaantummaa, yaada qeeqaa, kalaqaa fi jaalala barumsaa guddisuuf dursa kennina. 💡
🎁 Bakka keessan mirkaneessuuf carraan Kun akka isin hin darbine. 🐦
📢 Barreeffama fi viidiyoo kana hiriyyootaafi maatii Mana Barumsaa naannoo daa'ima isaaniif gaarii ta'e barbaadaniif qooda!
ለትምህርት ተዘጋጅተዋል
o ለልጆቻችሁ የት/ት ጉዞ ጥሩ መሰረት ካለው ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ጋራ.
o ት/ት ቤታችን ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክስለንስ ለአዲሱ የት/ት ዘመን በራችን ክፍት መሆኑን በታላቅ ደስታ ይገልፅላቸዋል፡፡
o ጥራት ላለው ት/ት፤ ለውጤት ከፍተኛነት፤ አገናዛቢ ትውልድ ለመፍጠር፤ የፈጠራ ሃሣብና የዕውቀት ፍቅርን ለማሣደግ ቅድምያ እንሰጣለን፡፡
o የሚመቻችሁን ት/ቤት ለመወሰን ይህ ዕድል እንዳያመልጣችሁ
o ይህንን ፅሁፍና ቪዲዮን ጥሩ ትምህርትና ት/ቤት ለሚፈልጉት ጓደኞቻችሁ ዘመዶቻችሁ፣ ወዳጆቻችሁ እንዲሁም ለጎረቤቶቻችሁ አድርሱልን፡፡
Ready for Education?
🌟 Give your Child the best start to their education journey with German School of excellence...
📚 We are thrilled to announce that our doors are open for a new academic year at German school of excellence. 🎒
🔹 Quality Education: We prioritize excellence in education, fostering critical thinking, creativity, and a love for learning. 💡
🎁 Registration! Don't miss this chance to secure your spot. 🐦
📢 Share this post with friends and family who are looking for the best School around for their child...

27/07/2023

German School of Excellence
Galmeen bara 2016 Eegale Jira
የ 2016 የት/ት ዘመን ምዝገባ ጀምረናል

25/07/2023
Photos from German School Of Excellence's post 23/07/2023

𝐌𝐢𝐬𝐬𝐢𝐨𝐧
𝐓𝐡𝐞 𝐦𝐢𝐬𝐬𝐢𝐨𝐧 𝐨𝐟 𝐨𝐮𝐫 𝐬𝐜𝐡𝐨𝐨𝐥 𝐢𝐬 𝐭𝐨 𝐟𝐨𝐬𝐭𝐞𝐫 𝐢𝐧𝐝𝐞𝐩𝐞𝐧𝐝𝐞𝐧𝐜𝐞, 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞 𝐚𝐧𝐚𝐥𝐲𝐭𝐢𝐜𝐚𝐥 𝐭𝐡𝐢𝐧𝐤𝐢𝐧𝐠 𝐚𝐧𝐝 𝐜𝐫𝐞𝐚𝐭𝐢𝐯𝐞 𝐩𝐫𝐨𝐛𝐥𝐞𝐦 𝐬𝐨𝐥𝐯𝐢𝐧𝐠 𝐛𝐲 𝐮𝐭𝐢𝐥𝐢𝐳𝐢𝐧𝐠 𝐜𝐮𝐥𝐭𝐮𝐫𝐚𝐥𝐥𝐲 𝐚𝐧𝐝 𝐝𝐞𝐯𝐞𝐥𝐨𝐩𝐦𝐞𝐧𝐭𝐚𝐥𝐥𝐲 𝐚𝐩𝐩𝐫𝐨𝐩𝐫𝐢𝐚𝐭𝐞 𝐩𝐫𝐚𝐜𝐭𝐢𝐜𝐞𝐬 𝐭𝐨 𝐩𝐫𝐨𝐯𝐢𝐝𝐞 𝐬𝐭𝐢𝐦𝐮𝐥𝐚𝐭𝐢𝐧𝐠 𝐞𝐚𝐫𝐥𝐲 𝐜𝐚𝐫𝐞 𝐞𝐱𝐩𝐞𝐫𝐢𝐞𝐧𝐜𝐞𝐬, 𝐰𝐡𝐢𝐜𝐡 𝐩𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐞 𝐬𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭𝐬' 𝐬𝐨𝐜𝐢𝐚𝐥/𝐞𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧𝐚𝐥, 𝐩𝐡𝐲𝐬𝐢𝐜𝐚𝐥, 𝐚𝐧𝐝 𝐜𝐨𝐠𝐧𝐢𝐭𝐢𝐯𝐞 𝐝𝐞𝐯𝐞𝐥𝐨𝐩𝐦𝐞𝐧𝐭. 𝐖𝐞 𝐬𝐮𝐩𝐩𝐨𝐫𝐭 𝐬𝐭𝐮𝐝𝐞𝐧𝐭𝐬 𝐛𝐲 𝐥𝐚𝐲𝐢𝐧𝐠 𝐬𝐭𝐫𝐨𝐧𝐠 𝐟𝐨𝐮𝐧𝐝𝐚𝐭𝐢𝐨𝐧𝐬 𝐢𝐧 𝐛𝐞𝐢𝐧𝐠 𝐫𝐞𝐬𝐩𝐨𝐧𝐬𝐢𝐛𝐥𝐞, 𝐠𝐫𝐚𝐜𝐢𝐨𝐮𝐬 𝐚𝐧𝐝 𝐜𝐨𝐧𝐟𝐢𝐝𝐞𝐧𝐭 𝐜𝐢𝐭𝐢𝐳𝐞𝐧𝐬 𝐨𝐟 𝐭𝐨𝐦𝐨𝐫𝐫𝐨𝐰’𝐬 𝐰𝐨𝐫𝐥𝐝.

Photos from German School Of Excellence's post 18/07/2023
Photos from German School Of Excellence's post 18/07/2023

G̳A̳L̳M̳E̳E̳N̳ ̳B̳A̳R̳A̳ ̳2̳0̳1̳6̳ ̳E̳E̳G̳A̳L̳E̳ ̳J̳I̳R̳A̳
Manni Barumsaa 𝙅𝙖𝙧𝙢𝙖𝙣 𝙄𝙨𝙠𝙪𝙪𝙡 𝙊𝙛 𝙀𝙠𝙨𝙚𝙡𝙚𝙣𝙨𝙞 galmee bara 2016 jalqabuu isaa gammachuu guddaadhaan isin beeksifna.
Mana barumsaa Jarman iskuul oof ekselensi keessatti barattoonni dandeettii addaa qaban, abdii biyyaa fi addunyaa ta’an uumamaa jiru.
Ammuma dursuun ijoollee keessan galmeessaa.
Maatiin mana barnootaa dursaa fi qulqullina ol’aanaa kennuu kan hin dhagayin yoo jiraattan amma dhagayaa! Jarman iskuul oof ekselensi jedhama.Magaalaa Adaamaa diyaaspooraa cinaatti argama. yoo dhageessan ijoollee keessan gara keenyatti ergaa! Ammallee Ganna kana koottaa nu daawwadhaa.
Osoo jarman iskuul oof ekselensi hin daawwanne iddoo ijoolleen keessan itti barattu hin murteessinaa.
Amma galmeen bara 2016, mana barumsaa GSE Keessatti barattoota hundaaf banaadha. Kanaafuu ammuma dursuun ijoollee keessan galmeessaa.
𝙈𝙖𝙣𝙖 𝘽𝙖𝙧𝙪𝙢𝙨𝙖𝙖 𝙅𝙖𝙧𝙢𝙖𝙣 𝙄𝙨𝙠𝙪𝙪𝙡 𝙊𝙛 𝙀𝙠𝙨𝙚𝙡𝙚𝙣𝙨𝙞
Haala mijeessitoota ciccimoo fi barsiisota gahumsa ol’aanaa qabaniin, barattoota ciccimoo fi amala gaarii qaban isinii bocuuf dhagaa tokkollee osoo hin garagalchin hin dhiifnu.
Akkasumas sirna barnoota haaraa fi mala baruu barsiisuu isa haaraatiin dandeettii fi barnoota tokkoon tokkoon barattootaa guddisuuf quuqama guddaa qaba.
barnootaa qulqullina qabu kennuuf kan onnateedha.
Mana Barumsaa Jarman Iskuul Of Ekselensi
 Haala baruu fi barsiisuu barattoota giddu galeessa godhate kan kennuudha.
 Barsiisota gahumsa olaanaa qaban, of kennanii hojjetani fi muuxannoo gahaa qaban kan qabuudha.
 Barnoota muuxannoo harkaan kennamu irratti xiyyeeffachuun kan barsiisudha.
 Geejjibaa fi bakki bashannana daa’immanii ni jira.
 Sirna barsiisuu haaraatiif of kennee kan hojjetudha( Dedicated new way of Teaching)
 Sirna barnoota haaraaf of kennee kan hojjetudha (Dedicated new way of Learning)
 Hoggansa mul’ataa fi muuxannoo qabaniin kan hogganamuudha.
 Mana yaalii saayiinsii fi kompiitaraa ammayyaa fi meeshaalee deggarsa barnootaa gahaa kan qabudha.
 Dirree Ispoortii mijataa fi bal’aa kan qabuudha.

የ 2016 የት/ት ዘመን ምዝገባ ጀምረናል ፡፡
ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ት/ቤት የ2016 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ምዝገባ መጀመሩን በታላቅ ደስታ እናበስራለን፡፡
• ከጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ት/ቤት ከፍተኛ ችሎታ ያላቸው፤ ለሃገር እና ለዓለም ተስፋ ሚሆኑ ተማሪዎች ይወጣሉ ተብሎ ይታመናል፡፡
አሁኑኑ ልጆቻችሁን አስመዝግቡ፡፡ ያለን ቦታ ውስን ስለሆነ እንዳያመልጥዎ፡፡ ኑና ተመዝገቡ፡፡
• ከፍተኛ ጥራት ያለው ትምህርት የሚሠጥ እና ቀዳሚ የሆነ ት/ቤት ያልሰማችሁ ካለችሁ አሁን ስሙ፡፡ አድራሻው በአዳማ ከተማ ጎሮ ቀበሌ ዲያስፖራ መዝናኛ አጠገብ ነው፡፡
ልጆቻችሁን ወደ እኛ ላኩ! በዚህ ክረምት ኑና ጎብኙን፡፡
ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ሳትጎበኙ ልጆቻችሁን ለማሰመዘገብ አትወስኑ፡፡
የ 2016 ምዝገባ በጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ቅጥር ግቢ ውስጥ አሁን እየተካሄደ ይገኛል፡፡ ቦታ ሣይሞላባችሁ ቶሎ እንድት መዘገቡ እንላለን፡፡
ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ት/ቤት
በጠንካራ አመራርና እና ከፍተኛ ብቃት ባለቸው መምህራን በዕውቀት የበለፀገና ጥሩ ስነ ምግባር ያላቸውን ተማሪዎች ለማፍራት የማንፈነቅለው ድንጋይ አይኖርም ፡፡
ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክሰለንስ ት/ቤት
• ጥራት ያለው ት/ት ለመሰጠት የቆረጠ
• ተማሪዎችን ማእከል ያደረገ የመማር ማስተማር ዘዴ የሚተገብር
• ከፍተኛ ብቃት እና በቂ ልምድ ያላቸውን መምህራን፣ የያዘ
• ተግባራዊ የሆነ የት/ት አሰጣጥ የሚተገብር፡፡
• ልምድና ራኢይ ባለው አመራር የሚመራ ፡፡
• ለህፃናት የሚመች ሰፊ ግቢ ያለው፡፡
• በዘመናዊ መሣሪያዎች የተሞላ ቤተ- ሙከራ እና ኮምፒዩተር ክፍል ያለው፡፡
• አመቺ እና ሰፊ የሆነ የመጫወቻ ሜዳ ያለው፡፡
• በአስፈላጊ መፅሐፍት የተሞላ ቤተ - መፅሐፍ ያለው፡፡
• እጅግ ዘመናዊና አስደናቂ የሆነና በየትም የማይገኝ የትምህርት ማበልፀጊያ ማዕክል ያደረጀ፡፡
• ለቋንቋ ብቃት የሚሠራ፡፡
• በክፍተኛ ሥነ- ምግባር የሚያንፅ ት/ቤት ነው፡፡
መልካም ጊዜ
እናመሰግናለን፡፡

14/07/2023

𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐮𝐦𝐬𝐚𝐚 𝐉𝐚𝐫𝐦𝐚𝐧 𝐈𝐬𝐤𝐮𝐮𝐥 𝐎𝐨𝐟 𝐄𝐤𝐬𝐞𝐥𝐞𝐧𝐬𝐢
Manni barumsaa Kun Abbaa Qabeenyaa Obbo Jarman Amanteetiin Magaalaa Adaamaa keessatti bara 2013 Hundeeffame.
Qabxiilee Xiyyeeffannoo mana barumsichaa
 Barumsa qulqullina qabu Kennuu.
 Barattoota Naamusa Cimaa gonfatan uumuu.
 Barataa Gahumsa Afaanii( Spoken English) Gonfate oomishuu.
Ergama (Mission)
 Barsiisotaa fi hojjettoota ogummaa gahaa gonfatan Mindaa Olaanaadhaan qacaree hojii irratti bobbaasuun tajaajila si’ataa fi bu’a qabeessa ta’e kennuudha.
 Humna namaa fi Leeccalloo barbaachisaa ta’e guutuun carraa barnootaa walgitiinsi, qulqullinni fi gahumsi isaa mirkanaa’e babal’isuu.
 Qorannoo fi qo’annoo irratti hundaa’uun Hojii barnootaa bu’a qabeessa taasisuudha.
Mul’ata (Vision)
Bara 2020tti Mana barumsichaa Akka biyyattiitti beekamaa fi Filatamaa taasisuudha.

ጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክስለንስ ት/ት ቤት
ይህ ት/ት ቤት በባለ ሃብቱ አቶ ጀርመን አመንቴ በአዳማ ከተማ ውስጥ በ2013
ዓ.ም ተመሰረተ፡፡
የት/ት ቤቱ ዋና ዋና ነጥቦች
o ጥራት ያለው ት/ት መስጠት
o ጥሩ ስነምግባር ያላቸውን ተማሪዎች መፍጠር
o ጥሩ የቋንቋ ተናጋሪ (Spoken English) ተማሪ ማፍራት
ተልእኮ (Mission)
• ከፍተኛ የስራ ልምድ ያላቸውን አስተማሪዎች እና ሠራተኞችን በከፍተኛ ደመወዝ በመቅጠር እና ስራ ላይ በማሰማራት ውጤታማ እና አመርቂ የሆነ አገልግሎት መስጠት፡፡
• አስፈላጊውን የሰው ሃይል እና ግብአት በማሟላት ተመጣጣኝነቱ፤ ጥራቱ እና ተደራሽነቱ የተረጋገጠ ት/ት ማስፋፋት፡፡
• በጥናት እና ምርምር ላይ በመመርኮዝ የት/ት ስራውን ውጤታማ ማድረግ
ራዕይ (Vision )
• በ2020 ዓ.ም እንደ ሃገሪቱ ታዋቂ እና ተመራጭ ት/ት ቤት ማድረግ ነው፡፡

𝙂𝙚𝙧𝙢𝙖𝙣 𝙎𝙘𝙝𝙤𝙤𝙡 𝙊𝙛 𝙀𝙭𝙘𝙚𝙡𝙡𝙚𝙣𝙘𝙚
The school was established In Adama City in 2013 E.C by Mr. Jerman Amente.
Focus Points of the school
 Provide quality education.
 Create students with strong discipline.
 Produce a student who has achieved Spoken English proficiency.
Mission
 To provide timely and efficient services by employing teachers and staff who have acquired sufficient skills with high salaries.
 Expand educational opportunities with ensured equity, quality and efficiency by providing the necessary human resources and training.
 Effective educational activities based on research and study.
Vision
By 2020 year E.C, the school will be nationally recognized and preferred.

Photos from German School Of Excellence's post 13/07/2023

የጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክስለንስ ትምህርት ቤት ሐምሌ 2 ቀን 2015 ዓ.ም የተማሪና የወላጆች ቀን አከበረ። እነዚህ ተማሪዎች ወላጆች በሕይወታቸው ውስጥ ያለውን ዋጋ እንዲገነዘቡ እና እንዲያደንቁ የተለያዩ ዝግጅቶች ተደርገዋል።
ቤተሰብ ለት/ቤቱ የባለቤትነት ስሜት እንድኖራቸውና ለልጆቻቸው ዕውቀትና ብቃት ግንዛቤ እንኖራቸው ሆነዋል ፡፡በተማሪዎች ላይም ስለቤተሰቦቻቸው ልዩ ስሜት ፈጥሮዋል።በዓሉ ህጻናት ስለቤተሰቦቻቸው ያላቸውን ስሜት እንዲገልጹ እድል የፈጠራ ጉባኤ ነበር። የዕለቱን አስፈላጊነት በሚያሳዩ ሥዕሎችና ጥቅሶች ያጌጠ ነበር።
ለተማሪዎቹ አስደሳች እና አዝናኝ ቀን እና የማይረሳ ነበር። በዛሬው ጊዜ በፍጥነት በማደግ ላይ ባለ ዓለም ውስጥ፣ እንዲህ ያሉት ዝግጅቶች በጀርመን እስኩል ኦፍ ኤክስለንስ ት/ቤት የቤተሰብ አባላት ፍቅር አስፈላጊነት ላይ ያተኩራሉ። ዝግጅት ነበር፡፡ ት/ቤቱ ከፍተኛ ውጤት ላስመዘገቡት ተማሪዎች በነፃ የመማር ዕድል ሠቶዋል፡፡

Photos from German School Of Excellence's post 13/07/2023

Family and Student's day

Photos from German School Of Excellence's post 13/07/2023

𝗚𝘂𝘆𝘆𝗮𝗮 𝗺𝗮𝗮𝘁𝗶𝗶 𝗔𝗱𝗼𝗼𝗹𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮 𝟮 𝗯𝗮𝗿𝗮 𝟮𝟬𝟭𝟱 𝗸𝗮𝗯𝗮𝗷𝗮𝗺𝗲.

Barattoonni mana barumsichaa gatii maatiin jireenya isaanii keessatti qabu akka hubatanii hubachiisaniif qophiin adda addaa qophaa'eera.
Ayyaanichi maatiin miira of ta'uu fi eenyummaa addaa akka ijoollee isaatiif kennu dandeessiseera.
Ayyaanichi barachuu barattootaa fuula duraaf haala mijaawaa kan uumu ta'uun hubatameera.
Barattoonni waa'ee maatii isaanii irratti miira qaban akka ibsan carraan kennameefii ture.
Barattoonnii fi maatiin suuraawwanii fi caqasoota barbaachisummaa guyyaa kanaa agarsiisaniin faayamanii turan.
Maatiin gammachuu keessa galuun akka damee mukaa kan kallattii adda addaan biqilu ta'anii hundeen isaa akkuma jirutti akka hafu ergaa jedhuufi hojii gocha irratti xiyyeeffatan fi bashannansiisaa ta'aniin miira gammachuu gaarii agarsiisan.
Guyyaan kun barattootaaf guyyaa bashannanaa fi gammachuun guutame yoo ta'u, jireenya isaanii keessatti guyyaa yaadatamuudha.
Addunyaa har'a saffisaan guddachaa jirtu keessatti ,sochiwwan miidhagoo akkasii barbaachisummaa isaa fi jaalala miseensota maatii GERMAN SCHOOL OF EXCELLENCE keessatti sirriitti cimsee kan itti fufu fi yaadatamuudha.
Dhuma irrattii manni barumsichaa barattoota bara barnootaa 2015tti qaphxii ol'aanaa galmeessaniif 𝐒𝐏𝐎𝐍𝐒𝐀𝐑𝐒𝐇𝐈𝐏(carraa barnoota bilisaan barachuu )kenneefii jira.

06/07/2023

GERMAN SCHOOL OF EXCELLENCE
Ethiopia(Adama)
Near to(Diaspora)
NURSERY - HIGH SCHOOL

05/07/2023

GERMAN SCHOOL OF EXCELLENCE

05/07/2023

Welcome to GERMAN SCHOOL OF EXCELLENCE!
We're dedicated to providing all the facilities and resources necessary for student's success.

05/07/2023

GERMAN SCHOOL OF EXCELLENCE
Ethiopia(Adama)
near to(Diaspora)
NURSERY - HIGH SCHOOL

Want your school to be the top-listed School/college in Adama?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

𝗕𝗮𝗿𝗻𝗼𝗼𝘁𝗮𝗮𝗳 𝗤𝗼𝗽𝗵𝗼𝗼𝗳𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶?🌟 Daa'ima keessaniif imala barnootaa isaaniif jalqabbii  gaarii kan ta’e mana barumsaa German Sc...
German School of ExcellenceGalmeen bara 2016 Eegale Jira የ 2016 የት/ት ዘመን ምዝገባ ጀምረናል
GERMAN SCHOOL OF EXCELLENCE      Ethiopia(Adama)     Near to(Diaspora)NURSERY - HIGH SCHOOL

Category

Telephone

Website

Address


Adama
Other Schools in Adama (show all)
Kedirabuna Kedirabuna
Adama
Adama, 1000

Driver licence school Adama mm promotion kedirabunafacebook yutube instegetam telegerm imo facebook yuotube telegrok yuotube telegram okbarachuu nidanda'an

የሲቀላ ቀበሌ ታክስ ማዕከል የሲቀላ ቀበሌ ታክስ ማዕከል
Df
Adama

http://sikelataxadim.comአር

Ibn Abbas Training & Development Center Ibn Abbas Training & Development Center
Adama
Adama

Found by Abbas Ibrahim | Includes Quran lessons| Hadith of Prophet (saw)|and more courses

Simon Tesfaye Simon Tesfaye
Fichee
Adama, NO

Promo

Sena Yerosan School of Excellence Sena Yerosan School of Excellence
Ganda Hara & Bole
Adama

Sena Yerosan School provides quality education for all citizens.

Youtu.be/neeh5w1rxbw Youtu.be/neeh5w1rxbw
Saqalo
Adama, 7.46

School  life School life
Adama

Leyila mohammed

Homacho sabaa Homacho sabaa
Hinjiruu
Adama, ZIIPI

Awash  Academy Awash Academy
Adama

Awash Academy is a private organization.the school generates knowledgeble students that have a skill and it contributes to the country a good students .

Ifa boruu Ifa boruu
Alii Birraa
Adama

Ifa boruu like fi sher godhaa

Estifa Eliyas እስጢፋ ኤልያስ Estifa Eliyas እስጢፋ ኤልያስ
Adama, BOLE

May chanal subscrib,Sheer&like

FekaduTube123# FekaduTube123#
Elemo
Adama, 123

Newspaper