Marroo xiqqaa

Marroo xiqqaa

You may also like

Ummataa keef
Ummataa keef
03/09/2022

Jooraa Kaayyoo mana ittii tolchaa

01/09/2022

INBOX

Naqamtee Gee*jjiba Hundayyuu Amma Sa'aati 12: 00 Gee*jjiba Kamiyyuu Dhaabs*ifteetti Waatu Waatu Jira. Ummanni Keenya Keessumaa Naannoo New Generation Daftanii Yeroodhaan Gara Mana Keessanii Akka Galtan Dhaamsa Keenya. Qilleensarra Naaf Oolchi Anaan Xiqqoo Na Rakkisa.Suuraan Kunooti πŸ‘‡

31/08/2022

Jooraa kooβ€πŸ’šβ€βœŠ

godha adaraa oro ❀🀲

31/08/2022

Akkam jirtuu ummata Oromoo qaqqaalii hirbuu gotoota waan duraa gubatee jiruuf
jooraa kaayyoo linkii kanaan https://www.facebook.com/profile.php?id=100085149014341 add godhaa mana itti naaf ijaraa

31/08/2022

Akkam jirtuu ummata Oromoo qaqqaalii hirbuu gotoota waan duraa gubatee jiruuf
jooraa kaayyoo linkii kanaan https://www.facebook.com/profile.php?id=100085149014341add godhaa mana itti naaf ijaraa

28/08/2022

Hidhamtoota Siyaasa 369 WBOn Hardha Hiike Keessa Abbaa Gadaa Waqtolaa Dabalaa Keessatti Argamuu Nagaanis Gara Mana Isaanitti Galaniiru

Galiilaaf Limmuu Guutumaan Guututti Harka WBO Galtee Jirti

Ashku

28/08/2022

Gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo godina baha Wallaggaa keessaa aanaa 2ffaa qabate.

ONM-ABO Hagayya 28,2022 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii mooraa diinaa buqqisuun aanaa dhuunfachuu itti fufuun godina baha Wallaggaa keessaa aanaa lammaaffaa to'annoo isaa jala oolchee jira.

Tarkaanfii mooraa diinaa buqqisu ganama barii Hagayya 28,2022 ona Haroo Limmuu keessatti eegalee injifan**noo boonsaa galmeessifameen booda waaree booda kana ona Limmuu Galiilaatti ce'uun haleellaa laalessaa WBOn mooraa waraana bilxiginnaa magaalaa Galiilaa irratti fudhateen waraana faashistii Abiy Ahimed magaalaa keessaa ari'uun magaalicha dhuunfatee jira.

Tarkaanfii ona Limmuu Galiilaa keessatti fudhachuun magaalaa Galiilaa dhuunfatame kanaan hidhamtoota siyaasaa dhibbootaan lakkaa'aman gadhiisisuun meeshaalee waraanaa addaa booji'ee jira.

Waraanni bilxiginnaa du'a*a fi madoo irraa hafte yeroo gabaasni kun qindaa'eetti baqachaa kan turte yoo ta'u gootichi Waraana Bilisummaa Oromoo hojii hawaasa tasgabbeessuu hojjechaa tarkaanfii isaa itti fufaa jira.

Guutuu gabaasa kanaa jala bunee hordofnee isiniin geenya!

Injifannoon Uummata Oromoof!

27/08/2022

Risaa

Yeroo Ammaa kana Buraayyuu Kattaa Iddoo Isheen Saka*ttaa'a Jirtutti Risaan Daa*raa Itti Uffisee Ka'e ✊✊✊✊

Photos from Marroo xiqqaa's post 27/08/2022

Anaa dhufu, baga nagaan gara daandii haqaatti dhuftanπŸ™β€

Photos from Marroo xiqqaa's post 26/08/2022

Abbaan dhugaa yoomuu ijifaatadha ✊

30_Booroo Diishqaa irraa hiikee jiraa πŸ’ͺ

23/08/2022

Eeruu!

RIB Konkolaataa Siinootraak Tokko, Isuzu Tokkoofi 3f Tokkoon Ammaan Tana Magaalaa Gimbii Keessaan Gara Daandii Noolee, Hoomaa Qabattee Deemaa Jirti! Toora Saniin Gara iluu Abbaa Booritti Imaluu Malti Waan Tahef Quba Qabaadhaa!

23/08/2022

Injifannoon addaa galmeesse gootichii waraanaa bilisummaa oromoo kibbaa bahaa oromiyaa hedduu nama boonsaa leecnii leencumaa kibbaa bahaa oromiyaa Arsii keessaa sochaani Injifannoon galuun Baranuma WBO koo Jabeessaa

Photos from Marroo xiqqaa's post 23/08/2022

Baga Nagayyaan Dhuftaan Jennee

23/08/2022

Uummanni Keenyi Magaalaa Mattuu Of Eegannoo Keessan Cimsaa

23/08/2022

Oduun Qacammii Akumaa Itti Fufeet Jira hin barbadinnaa leencaan nyatamaniruu ✊✊

23/08/2022

Jalduu Keessaa Bokkisaa Jira Leencichii Kee. ✊✊✊✊

23/08/2022

Wara*anni Tigiraay
Karaa Sadiin Eegaleera. Lolaa baneraa

22/08/2022

Lixa shaggar Amboo!
Seensaa Meettii Dandii gara Ambootti deemuurra War**aanni Mootummaa konkolaataa patroolii tokkon dandii gubbaa dhabbaachaa jirtii.
Qerroon Amboo kan Nannoo meexxii jirtaan gara ishiin itti gortu hordoofaa!

22/08/2022

INBOX

Yeroo Ammaa Kanaa Wallaga Bahaa Maala Angar Guuttin fi Mandara 10 ; Abbaa Muusaa Bakka Jedhamu Irraa RIB fi Humna Addaa Oromiyaa Fuudhanii Gara Iluu Abbaa Booraa Daarimuutti Geessaa Waan Jiraniif WBOn Daandii Sanaa Hubachiisaa ፒ

22/08/2022

Iluu Abbaa Booraa fi Wallaggaa lixaa gidduti guyyaa kalee qofa 200 ajjeefamuun beekame!

Photos from Marroo xiqqaa's post 22/08/2022

Godina Shawaa Lixaa aanaa Amboo ganda Galaan Waddeessaatti kan argamu buufatni fayyaa bara 1990moota gara dhumaarra hirmaannaa hawaasaan ijaaramee tajaajilaa ture humna waraana bilxiginnaatiin manca'uun himame.

Buufatni fayyaa sadarkaa isaa eeggate kun hawaasa gandoota Kaarraa, Ganjii Gooroo Horee, Haaruu Xiroo fi kan biroof tajaajila kennaa ture.

Waraana Shawaa Lixaa keessatti deemaa jiru hordofee Caamsaa dabrerraa kaasee qubsuma waraanaa kan godhate waraanni mootummaa qabeenya buufata fayyaa kana keessa ture mara mancaasuun faayidaan ala godheera jedhan jiraattonni achirraa odeessa kana kennan.

Buufata fayyaa kana keessatti qorichi akkasumas meeshaaleen waldhaansaa kan akka maaykirooskoppii, meeshaalee dahumsaa, qabbaneessituun osoo hin hafin manca'aniiru.

Sireen waldhaanamtootaa, uuffanni fi golgaan siree bakka ciisichaa fi meeshaaleen biroon ta'e jedhee waraana mootummaan mancaafamuu jiraattonni himan.

22/08/2022

Aanaa mana sibuu bulchinsa magaalaa kaarrawayyuu kaambii diinaa haleeleera gootichi!

21/08/2022

INBOX

Jaal kiyya godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Ammayyaa Ganda Muunyoo Jilaa Goxii Salaale Keessa Qabeenya Uummata Samaa Oolte

Kaneen Jalaa Saamaman

1 Obbo Tamanaa Maamoo Horii 5
2 Tafarraa Afsawuu Horii 4
3 Tasfayee Lamma Horii 3
Jalaa Oofanii Kampii Wara*ana Arreeree Geefatanii Jiru

21/08/2022

Gudar

Ajjeecha waraanni mootummaa guyyaa har'a qeerroo lama irratti raawwate balaaleffachuun ummanni yeroo ammaa daandii guddicha finfinnee irraa gara lixa oromiyaa geessu cufanii jiru!

21/08/2022

Kaaba Shaggar Aanaa Yaayyaa Gulalleeti Leencichii Kee Dii*naa Oliif Gadi Gussee Haafuura Kutee Watwaachisaa Jira πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ

Photos from Marroo xiqqaa's post 21/08/2022

⏩️ Lolichi akkuma itti fufetti jira.

➑️Guyyoota lamaan darban Godina salaalee:-
πŸ”ΉοΈOna dagam G/ Yaayyaa haroo,
πŸ”ΉοΈOna kuyyuu G/ Uyyee cabaree fi magaalaa G/gurraachaa
πŸ”ΉοΈOna Warra Jaarsoo G/Dhaayee Tuuti fi Magaalaa Tulluu milkii keessatti lola deemaa tureen injifannoo boonsan argame. Diinni raafama guddoo keessa jirti.
Yaa rabbi nu kaayaamsi jedhii darbi.

21/08/2022

Baha shaggar fataallee gootichi weerartuu watwaachisaa jira

20/08/2022

OLOLA DIINAAF YOOMIYYUU BAKKA HIN QABNU!!!
OLOLA sobaa hafarsamaa jiru gidduu kana Jaala keenya Jaala kabajaaf jaalatamummaa hawwaasaafi uummata Oromoo mara darbee akka guutummaa biyyatiitti qabu Jaal Gammachuu Shaanqoo irratti gidduu kana hoofamaa jiru hin dhaggeeffatinaa isiniin Jenna !!!
Eengadda gaafa guyyaa 17/08/2022 Gammachuu Shaanqoo ajjeesne jettee diinniifi jala buutootni hawwaasaafi hordoftoota aarsuu barbaadaa jiru wantichi guutummaan guutuutti soba akka ta'e baramee jiraachuuchuu isaa beektu # Amma immoo G.Q.W.A.gaawoo qeebbeetti harka kennate jettee hafarsaa jirti kunimmoo tasumayyuu hin yaadamu ...
Maqaa wal fakkeessanii akkana jechaa jiru maaloodhaa maqaan jechuu dandeessu akkana ture eengadda guyyoota muraasa darbe namicha maqaan isaa Gammachuu Ittafaa Jedhamu hidhata Gammachuu Gurmeessaa bulchaa godina kanaa wajjin fira kan ta'e qote bulaa abbaa maatii ganda qeebbee wajjin walii galanii soba dhugaa fakkeessuuf qarshii kennanii an shaneedha jedhi jedhanii ofitti waamanii jiru kunimmoo waan kanaan walitti isin hin fakkaatin isiniin Jenna hordoftootni keenya martinuu....
Jaal Gammachuu Shaanqoo ammallee dirreema qabsoo jira malee harka kennachuuf miti inni kan inni dantaa dhuunfaa isaa mara dhiisee manaa baheef.

20/08/2022

KAYYOOMSI WAAQA ✊✊✊

Kaabaaf Kaaba Lixa Shaggar Warra Jaarsoo Magaalaa Tulluu Oliif Gadi Gussee Haafuura Kutee Watwaachisaa Jira ✊✊✊✊✊

20/08/2022

Wara*anni Erg*mtuu Daandii Dhidheessa Irraan Beddellee Geessuu fi Daandii Naqamtee Irraan Odeessa Wara*anni Keenya Socho'aa Jira Jedhu Fudhachuudhan Riphxee Daguutti Eeggataa Jirti. Wara*anni Keenya Quba Qabaadhaa!

20/08/2022

KAYYOOMSI WAAQA ✊✊✊✊

Garba Gurraachaa Dhukaasni Guungumaa Jira!

20/08/2022

Garaam garamii

Photos from Marroo xiqqaa's post 20/08/2022

Ummanni Tigiraayii Wara*ana Isaani Bifaa Kanaan Geggessa Jiru πŸ™

20/08/2022

INBOX

Weer*artuun 3f, Oraalii fi Qixqixiidhaan Walumaa Gala Konkolaataa (40)n Amma Naqamterraa Bahaa Waan Jirtuuf QBO Hordofaatii share gochuun Jajjabeedhaan Gahaa.

20/08/2022

Amboo Mooraan Galaan Waddeessaa WBOn To'atameera

20/08/2022

Dinni, gaafa sicabsuu yaaltu, jechaa fii oduu akka rasaasaatti fayyadamti, ati garuu hojii fii gochaan agarsiifnaan, kan sidura dhaabattu tokko hin jirtu.

20/08/2022

Saba qawwee qabu hololli gadi hin qabu Abbaan biyyaa WB0dha✊ marroo xiqqaa follow share godhaa

20/08/2022

Amboo irratti buttaan Jaagamaa Badhaanee Ganama irraa kaase watwaachisaa jiraaπŸ’ͺ
Milkkessii yaa rabbii kenyaa

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Garaam garamii
Dinni, gaafa sicabsuu yaaltu, jechaa fii oduu akka rasaasaatti fayyadamti, ati garuu hojii fii gochaan agarsiifnaan, kan...
Saba qawwee qabu hololli gadi hin qabu  Abbaan biyyaa WB0dha✊
Bilisuummaan Kan Keenyaa
muraata sabaa dhamaasaa waraana
Gameyoota #WBO_fii_oromiyaa_share_godhaa
Dhalottaa qubbee follow godhaa page kenyaa
#WBO_FORCE
Yeroo Jaal marroon waraana isaa irbuu seensisu! Isuma dhugaa rabbii waraanni jaal marroo biraa ba'an hundi isaan addatti...
Yeroo Jaal marroon waraana isaa irbuu seensisu! Isuma dhugaa rabbii waraanni jaal marroo biraa ba'an hundi isaan addatti...
Saba qawwee qabu hololli gadi hin qabu  Abbaan biyyaa WB0dha✊
Saba qawwee qabu hololli gadi hin qabu Abbaan biyyaa WB0dha✊ mee Oromoo odoo share fo''ow hin godhiin hin darbiin page k...

Category

Telephone

Address

Addis Ababa
1000
Other Social Services in Addis Ababa (show all)
Strong Hearts International Strong Hearts International
Nifas Silk Lafto Sub City, Kore Mekanissia Area
Addis Ababa

We are a 501c3 non profit organization, our mission is to bring about transformation from the insideo

Idonate Idonate
Bole
Addis Ababa, 10000

outstanding charity organization

Azi zo Azi zo
Addis Ababa
Addis Ababa, 667746

α”αŒ…αˆ αŠ αˆˆαŠ•οΏ½

Zembaba entertainment Zembaba entertainment
Addis Ababa, 1000

Want to entertain? want to have up to date info? want easy accesses for all you want? join us t.me/

αŠ αˆ΅α‹°αˆ›αˆš α‰΅α‹αˆα‹΅ Asdemami Tiwlid αŠ αˆ΅α‹°αˆ›αˆš α‰΅α‹αˆα‹΅ Asdemami Tiwlid
Meskel Square
Addis Ababa

αŠ¨αŒŠα‹œ ፣ ከαŠ₯ውቀቴ αŠ¨α‰³αˆ‹α‰…αŠα‰΄ αˆ•α‹­α‹ˆα‰΅ α‹¨αˆαˆˆαŒαˆ΅ α‹°αˆ ሰαŒͺ α‰΅α‹αˆα‹΅!

Ethio Unity Ethio Unity
Hossana
Addis Ababa, 261

we stand for our changing!

Kasutechtip Kasutechtip
Addis Ababa

kasuTechnologyPage

α‹¨αŠ αˆŠα‹­ αˆ˜αˆ΅αŒ‚α‹΅ α‹ˆαŒ£α‰Άα‰½ αŒ€αˆα‹“/ Aliy mesjid youth association α‹¨αŠ αˆŠα‹­ αˆ˜αˆ΅αŒ‚α‹΅ α‹ˆαŒ£α‰Άα‰½ αŒ€αˆα‹“/ Aliy mesjid youth association
Addis Ababa

οΏ½οΏ½οΏ½ αˆαˆ‰αˆ α‹¨αˆšαˆαˆαŒˆα‹αŠ• α‹ˆαŒ£α‰΅αŠα‰³α‰½αŠ•αŠ• αˆˆαŠ αˆ‹αˆ… αŠ₯αŠ•α‹²αˆαˆ ለ?

Hon.Mohamed Mohamud Keynan Hon.Mohamed Mohamud Keynan
Addis Ababa

always be a honest and help other innocent people

An Ethiopian fruits An Ethiopian fruits
Addis Abeba
Addis Ababa

ምርαŒ₯ α‹¨αˆαˆα‹΅ αˆα‹α‹αŒ¦α‰½

Youth Network Ethiopia Youth Network Ethiopia
Gerji Taxi Terminal, On Markos Building
Addis Ababa, 6487

Youth Network Ethiopia - Focusing on Positive energy!

Dabaleedayyuu Dabaleedayyuu
Addis Ababa
Addis Ababa

Please join the page and be informed!