DR.Heeran

SAGALEE UMMATA OROMOO

29/02/2024

Yeroo ulfaa wol-qunnamtii saalaa gochuun miidhaan hammaataan inni ulfa irratti fidu hin jiru. Kanaaf haati ulfaa takka yeroo ulfaan jirtu kamiin irrattuu, miirri dhukkubbii yoo hin jiraannee fi fedha yoo qabaatte, qunnamtii saalaa gochuu ni dandeetti. Haa ta'u malee yoo dhiigni ykn dhangala'aan gadaamessaa bahu/jiguu jiraatee fi ciniinsuu irra jiraatte qunnamtii gochuu hin qabdu.
---
Fayyaa dahaa, fayyaa ta'aa!
Horaa, bulaa, deebanaa!
---
https://t.me/heeran_tube

28/02/2024

Dubartoonni yeroo wal quunnamtii saa*laa kajeelan mallattoo akkamii agarsiisu?

Dubartoonni baay'een yeroo wal-quunnamtii saal*aa kajeelan afaanin dubbachuurra mallattoon agarsiisun itti salphata. keessumaa kan biyya keenyaa....

Dubartiin tokko gaafa S£X si waliin raawwachuu feete sosochii qaamaa isheen sitti agarsiiftuun baruu dandeessa. Sochiin qaamaa dubbii afaanii caala ergaa guddaa dabarsuu danda'a.
1. Si ilaaluu
Ija osoo hin libsatiin sirra dhaabuu. Gaafa sana agartuu dhiibuudhaan ija sitti baafti. Hanga ati ishee hin agarretti iji ishee sirraa ol hin jedhu.
2. Oduu sitti odeessuu............

Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun Marsariitii sifanoro .com jedhu jalaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

25/02/2024

Wantoota jaha(6) dhiirri yeroo walqunnamtii saa*laa irraa of eeggachuu qabu beektuu?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Addunyaa kanarra wanti beekumsaa fi muuxannoo malee haala gaaridhaan raawwatamu hin jiru. Walqunnamtiin saa*laas argadheedhumaaf waan koranii bu'anii miti. Maamila ykn hiriyyaa waliin walqunnamtii saa*laa raawwannu haala gammachiisuu danda'uun yoo deemne, maamilummaan keenya gara fuul-duraa cimee itti fufa. Dhugaan dhokachuu hin qabne tokko, yeroo keessa jirru kanatti diigumsi gaa'elaa(divorce) kan baay'achaa dhufeef hanqina dhiirri sireerratti agarsiisurraa kan ka'ee fi dubartiin abdii irraa kutuu irraa akka ta'e qorannoon ni agarsiisa. Maarree, wantoota shamara takka nuffisiisuu malan dhiirri irraa of qusachuu qaba jedhaman gaggabaabsinee haa ilaallu......
Guutuu isaaf hidhaa gadii tuquun jala seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

22/02/2024

Wantoota dhiirri yeroo wal quunnamtii saalaa irraa of eeggachuu qabu beektuu?

Addunyaa kana irra wanti beekumsaa fi muuxannoo malee haala gaariidhaan raawwatamu hin jiru. Wal quunnamtiin saalaas argadheedhumaaf waan koranii bu'an miti. Maamila ykn hiriyyaa waliin wal quunnamtii saalaa raawwannu haala gammachiisuu danda'uun yoo deemne, maamilummaan keenya gara fuula duraa cimee itti fufa. Dhugaan dhokachuu hin qabne tokko, yeroo keessa jirru kanatti diigumsi gaa'elaa (divorce) kan baay'achaa dhufeef hanqina dhiirri siree irratti agarsiisu irraa kan ka'ee fi dubartiin abdii irraa kutuu irraa akka ta'e qorannoon ni agarsiisa.
https://t.me/heeran_tube

20/02/2024

Fedhii wal quunnamtii saa-laa fooyyessuuf:
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Fedhii wal quunnamtii saa-laadhaaf qabnu fooyyessuuf wantota nuti gochuu qabnu hedduu ta'anis, muraasaa fi warreen ijoo ta'an akka armaan gadiitti bifa video dhaan qopheessee tiktok koo irratti isiniif maxxanseera hidhaa gadiin seenaa dhaggeeffadhaatii yaada keessan naaf qooda.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

19/02/2024

Umurii wal qunnamtii saa-laa Jalqabamu Meeqa? Waantota Dirqama Hubatamuu Qaban Maal Maalfaadha? Dargaggoonni hedduun dafanii wal qunnamtiii saa-laa jalqabuun, dubartoonni ammoo durbummaa isaanii dhabuun akka isaan gaabbisiisu qorannoon tokko ifoomse. Gorsa Kana Liinkii gadiin seenaa marsariitii Dr.Heran Tube jedhu keessa seenuun Dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

16/02/2024

Position wal quunnamtii Saa*laatiif gammachiisoo ta'an.
•••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Wal quunnamtiin saal*aa(S£X) dhiiraa fi dubara gidduutti gaggeeffamu akkuma ibidda qabateeti. Yoo wal hin gargaarre, yoo wal faana hin dhaamsine, walitti qabee walitti dhufeenya namaa bobeessee daaraa godhee balleessuu danda'a. Akkaataa ciisicha garaa garaa jijjiiranii wal raawwachuun madda gammachuutiif, miiraa walii eeguuf, jaalala jabeessu fi bultii miidhagsuuf baay'ee barbaachisaadha.

Position, gammachiisoo, babbareedoo fi ajaa'ibaa ta'an,....... Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadii tuquun keessa seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

15/02/2024

Dubara tokko Jaalala dhugaa qabsiisuuf kana fayyadamii! Jechoota dubbachuu qabdu adda baastee beekuuf dirqama waan kana gadii beekuun murteessaadha.
Dhiirri qofaan dubbisaa, Warra shamarranii hin ilaallatu.

Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadii tuquun, jedhu keessa seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

13/02/2024

Faayidaa fi Miidhaa Duubaan wal qunnamtii saa*laa raawwachuu (Pros and cons of doggy style?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Inni kuni kan raawwatamu yeroo baay'ee dubartiin jilbeeffattee, harkaan immoo lafa qabattee ykn dhaabbattees gadi jechuudhaan wal qunnamtii saa*laa raawwatamuudha.
69 jechuudhaan warri waamanis jiru.
Akkaatuma lakkoofsota kanneenitti, dhiirri dhaabbatee, rifeensa, ykn mudhii ishee qabachuudhaan, dubartiin immoo hudd*uu ishee banaa gootee(qoobsitee) bifa walqunnamtii saa*laatiif mijatuun lafa qabachuun ykn waan fuul dura ishee jiru qabattee kan rawwatamuudha........
Guutuu isaaf hiidhaa gadii tuquun keessa seenuun dubbisaa, isin fayyada.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/4s9R3Ecp-_A?si=VzmIg_VVckVoi1b-

12/02/2024

Dubartoonni baay'een akka jedhanitti Dhiironni baay'een gaafa karaa irratti jalqaba isaan argan harma isaaniitti ija akka babaasan dubbatu. Qorannoon tokkoos dubbii dubartoota kanaa kan mirkaneessu akka jedhutti Dhiironni hanga harka walakkaa (50%) ta'an gaafa dubartii takka argan osoo hin beekin harma isaanii akka ilaalan dubbata. Isin maal jettu?? Sababni hoo??

©️ Dr. Heeraan
https://youtu.be/4s9R3Ecp-_A?si=VzmIg_VVckVoi1b-

08/02/2024

IJAARSA QAAMAA, karaa fayya qabeessa ta'een CIMSUUF/DABALUUF waan barbaachisan sadeen (3):
*****
1. HAALA NYAATA
■ Gosoota soorataa pirootinaan badhaadhoo ta'an qaama namaa furdisan yokaan dabalan; Ocholoonii, Dinnicha, Avokaadoo, Itittuu, Ruuzii, Foon diiminaa, fkf. nyaachuu qabna.
■ Daakuu (powder) pirootina ol'aanaa of keessaa qaban dhimmuma kanaaf qophaa'an gabaa irratti argaman bitanii fayyadamuun ni danda'ama; Kanneen akka "protein shake" jechuudha.
■ Nyaata yoo xiqqaate guyyaatti alsadii fi isaa ol nyaachuu qabna.
■ Yoo nyaata addaa addaa kan argannu ta'e jalqaba irratti nyaata prootina ga'aa of keessaa qabu nyaannee dhuma irratti kuduraaf muduraa nyaanna.
■ Yeroo rafuuf jedhan nyaatanii rafuun illee ulfaatina dabaluuf ni gargaara.

2. DHANGALA'AA
■ Bishaan osoo nyaata hin nyaatiin dursanii dhuguu irraa of eeguu qabna.

3. ISPOORTII
Nyaatni nuti nyaannu akka callisee bifa coomaan kuufamee dhibee fayyaaf nu hin saaxillee fi gara maashaa keenyaa (muscle) akka jijjiiramu sochii qaamaa gosa adda addaa kan akka ulfaatina kaasuu hojjachuun dirqama. Kunis ulfaatina xiqqaa irraa eegallee haga isaa dabalaa deemuudha. Torbanitti si'a lamaa haga afurii deemnee ulfaatina kana kaasuu qabna.
******

Fayyaan Faaya
https://t.me/heeran_tube

03/02/2024

Namoonni dhimmaa passport waliin waal qabate akka nutti isinif Beellama qabsiisuu baarbadanif
❶. Haaraya baasuuf
❷. Haarayoomsuuf
❸. Kan bade/ hatame
❹. Umrii 18 gadiif
❺. Umrii sirreesuuf
❻. Maqaa sirreessuuf/jijjiiruuf
✅Odeefannoo dabalataaf:-

▫️ 0956886448 Bilbilaa

🔴Beellama qabsiifachuuf user name kanaan ergaa:-
Inbox 👇👇


Join channel - https://t.me/passport_agent

30/01/2024

!!!
Haasa'a Abbaa warraa (A) fi Hakima (H) jidduutti gaggeeffame:
Obboo X hojiin keessan maalidha?
Baankii keessatti qacaramee hojjadha.
Haati warraa keessan hoo?
Isheen hojii hin qabdu, haadha manaa qofa
Ganama maatiif eenyutu ciree qopheessa?
Hojii waan hin qabneef, haadha warraa koodha.
Ciree hojjachuuf haati warraa keessan sa'aa meeqatti hirribaa kaati?
Ciree hojjachuudhaan dura mana qulqulleessuu qabdi waan ta'eef, obboroo sa'aa 11tti kaati.
Ijoolleen kee haala kamiin mana barumsaa deemu?
Hojii hin qabdu waan ta'eef, haadha warraa kootu isaan geessa
Ijoollee mana barumsaa erga geessitee booda hoo maal gooti?
Hojii hin qabdu waan ta'eef gabaa deemtee, achii deebitee nyaata hojjattee uffata miiciti.
Galgala hojiidhaa erga galtanii booda isin maal gootu?
Guyyaa guutuu hojjachaa oole waan ta'eef, boqonaan fudhadha.
Haati warraa keessan hoo?
Irbaata hojjatti, ijoollee kunuunsiti, meeshaalee qulqulleessiti, nyaata nuuf qopheessitee ijoollee raffifti.
**** Seenaa kana irraa eenyutu caalaatti hojjata jettanii yaaddu??
Ganama obboroo irraa eegalee hanga halkaniitti hojii hedduu hojjachaa kan turte haadha manaa keetiin "Isheen hojii hin qabdu jettaa? Eeyyen dhugaadha haadha manaa ta'anii hojii mana keessaa hojjachaa ooluun ragaa waraqaa qabaachuu dhiisuu mala. Haa ta'u malee, gaheen isaanii baay'ee olaanaadha. Haadha manaa keenya dinqisiifachuu qabna. Sababni isaas, aarsaan isaanii baay'eedha. Dubartoonni amala akka ashaboo qabu. Jiraachuun isaanii homaa nutti fakkaachuu dhiisuu danda’a. Jiraachuu dhabuun isaanii garuu wanta hunda dhandhama maleessa gochuu danda'a.
Dubartiin haadha
Dubartiin haadha warraati
Dubartii intala
Dubartiin obboleettidha
Dubartiin hiriyaadha
Share godhaatii dubartoonni hundi akka seeqataniifi dhiirri marti faayidaa dubartoota akka hubatan godha!!

Galatoomaa!!!
©️ Dr. Heeraan
https://t.me/heeran_tube

29/01/2024

❤️Walqunnamtii Saalaa Yeroo Laguu❤️

➲ Dhiirri jaalallee/niitii isaa sirritti jaallatu yeroo ishiin laguurra jirtu walqunnamtii saalaa wajjin raawwata. Ammam akka ishii jaallatu ragaa ba'aaf. Osoo itti hin boonne haadha manaa isaa waliin yeroo laguu walqunnamtii saalaa dhiirri raawwatu dhiira miira isaatif osoo hin taane jaalallee/niitii isaatif yaadudha.
◈ Faayidaa walqunnamtii saalaa yeroo laguu:

➊ Dhukkubbii yeroo laguu ittisa. Gadameessi yeroo fedhii ba'an waan kottoonfatuuf dhukkubbii nama dagachiisa.

➋ Mataa dhukkubbii irraa ni ittisa. Yeroo laguu mataa dhukkubbii cimaan dubara tokko tokko darbee ni muudata.

➌ Mukaa'uu, cinqamuu ni balleessa. Yeroo walqunnamtiin saalaa raawwatamu sammuun keenya kemikaala maddisisuun miirri gaarin akka nutti dhaga'amu godha.

➍ Guyyaa laguun turu ni gabaabsa. Yeroo walqunnamtii saalaa maashan gadameessaa kottoonfachuun yaa'insi dhiigaa ariitin isaa akka dabalu gochuun dafee akka dhaabbatu godha.

➎ Fedhii walqunnamtii saalaa ni kakaasa. Yeroo laguu jijijjiirramuu hoormoonitiin walqabatee fedhiin miira kan duraan hin feesiisne yoo ta'e amma sababa kanaaf fedhii horachuun ni danda'ama.

➏ Dhukkubbii yeroo walqunnamtii saalaa ni xiqqeessa. Dhiigni yaa'u kun nafsaala dubaraa laaffisuun nafsaalli dhiira dhiibba tokko malee akka sosocho'uuf carraa argata.
◈ Of eeggannoo godhamuu qabu :

➊ Wantoota akka moodeesi fi waanuma akka laguu xuuxuf godhatte kamiyyuu dursitee ofirraa baasuu qabdi.

➋ Uffata biraa sireerra hafuu. Uffata irra bullu dhiigan balleessuu hin qabnu.

➌ Mana shaaworiitti raawwachuu. Akka malee dhiigan borcamuun fedhii keenya gadi buusuu danda'a. Mana shaaworii keessatti osoo taasifnee baay'ee gaaridha.

➍ Koondomii fayyadamuun gaaridha. Dhukkubaa karaa Walqunnamtii saalaa fi dhiigaa darbu irraa of baraaruf koondomii fayyadamuun ni gorfama.

https://t.me/heeran_tube

28/01/2024

Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5228721329
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5228721329
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!
ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣

26/01/2024

Faayidaawwan jaalalli fayyaa keenyaaf qabu.

Jaalalli faayidaa fayyaa adda addaa waliin wal qabatee jira. Qorannoon tokko tokko akka agarsiisutti hariiroo jaalalaa keessa jiraachuun ykn walitti dhufeenya hawaasummaa cimaa qabaachuun fayyaa sammuu fi qaamaa fooyyessuu danda’a jedha.

Fakkeenyaaf, qorannoon akka agarsiisutti namoonni umurii dargaggummaa keessa jiran dhiibbaan dhiigaa gadi bu’aa, sirni ittisa qaamaa cimaa fi carraan dhukkuba onneetiin qabamuu xiqqaadha. Hariiroon jaalalaa immoo yeroo hedduu umurii dargaggummaatti eegalama. Jaalalaa fi walitti dhufeenyi cimaan haalawwan fayyaa sammuu tokko tokko kan akka dhiphina sammuu fi yaaddoo qabaachuus hirʼisuu dandaʼa.

Jaalalli fayyaa sammuu irrattis dhiibbaa gaarii geessisuu danda’a. Miira ofii ta’uu namaa kennuu, ofitti amanamummaa guddisuu fi miira gammachuu fi fayyaa namaa dabaluu danda’a.

Haa ta'u malee jaalalli waan fayyaa irratti dhiibbaa uumuu danda'u keessa tokko qofa ta'uu hubachuun barbaachisaadha. Nyaata fayya qabeessa nyaachuu, sochii qaamaa gahaa gochuu fi dhiphina to'achuudhaan fayyaa kee waliigalaa kunuunsuun barbaachisaadha.
Kanaaf gammachuu gaarii argachuuf jaalala dhugaadhaan, jaalallee qabaachuun gaariidha.
Galatoomaa!

Dr. Heeraan
https://t.me/heeran_tube

25/01/2024

💯Oduu Ariifachisaa💯

Bankiin Oromiya isaa irraa guyyaa Haar'a Qarshii 1000 Gara Account kotii Naaf ergeera
Bankiin Oromiya Guddaa galatoomaa
Isin illee Akka kiyaa badhaafama ta'uf linkii asiin gadii jiruu senuun namootaf gochuun badhaafama
Haar'uma eggaala👇👇👇👇👇
Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5228721329
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5228721329
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!

ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣

24/01/2024

DHUGAAWWAN QINXIRII
••••••••••••••••••••••••••••••••••
Jechi qinxirii jedhu kun afaan faranjiitin 'cl****is' jechuudha. Cl****is kun immoo jecha giriik yoo ta'u jecha ingiliffaa 'key' bakka bu'a. Qinxirii jechuun furtuu jechuudha. Kanaaf qinxiriin furtuu waan hunda hiikee banuu danda'u jechuudha. Walqunnamtiin saa-laa qinxiriidhan banamee cufama.

Dubartoonni naannoo parsantii torbaatamii shanii ol ta'an qinxiriin isaanii yoo tuqame malee walqunnamtii saa-laa qofaan fiixee miira gammachuu (or**sm) irra ga'uu hin danda'an. Dirqama qinxiriitti bubbu'uun barbaachisaadha.

Qinxiriin muraasa qofatu ijaan mul'ata. Qaamni qinxirii ammi isaa gara naannoo seentimeetira shanii oli. Garuu harki sadi arfaffaan isaa..........

Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadiin seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

22/01/2024

FAAYIDAA WALQUNNAMTII SAA-LAA
••••••••••••••••••••••••••••••••••
➵ Dhiibbaa garaagaraa xiqqeessuuf
➵ Dhiibbaa dhiigaatiif
➵ Dhukkubbii xiqqeessuuf
➵ Dhukkuboota birootiif
➵ Jaalalaaf
➵ Fayyina onneetiif
➵ Kaanseriidhaaf
➵ Umurii dheeressuuf
➵ Fedhii horachuuf
➵ Sochii qaamaatiif
➵ Bareedinaaf
➵ Fincaan too'achuuf
➵ Laguudhaaf
➵ Gogiinsa naf-saa-laatiif
➵ Dubartii ulfaaf
➵ Daa'ima garaa jirtuuf
➵ Hirribaaf
➵ Hojiidhaaf
Dr. Heeraan
https://t.me/heeran_tube

20/01/2024

Dubartoonni walqunnamtii saa-laa akkamii barbaadu?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Walqunnamtiin saa-laa yeroo baay'ee akka dhiironni barbaadanitti malee akka dubartoonni fedhanitti hin raawwatamu. Garuu dubartiinis walqunnamtii saa-laa bareedaa raawwattee gammaduu barbaaddi. Dhiirri kana hubachuufii dadhabee dubartoonni jireenya walqunnamtii saa-laatti gammadoo hin taane hedduudha. Kanaaf dhiironni waan akkanaa irratti of eeggachuun murteessadha.
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
Hidhaa gadii tuquun seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

19/01/2024

Ergaa kana Namaaf Affeeruun Badhaasa Torbee Kanaa Badhaafamaa.
Kun Baankii Oromiyaati

1. Dursa Liinkii armaan Gadii Tuqaa https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5228721329
2. Itti Aansuun Start kan jedhu tuqaa
3. Join Channel Kan jedhu Tuqaa
4. Gara BOT itti dubatti deebi'aa
5. Continue kan jedhu tuquun Liinkii ittiin namoota affeertan argattu
6. Liinkii argattan firaaf aantee keessaniif namoota qooda

Liinkii Kana yoo xiqqaate Namoota 50 f qoodaa
Hanguma Namootaaf qooddanniin hangi badhaafamtanis dabalaa deema.

Badhaasni keenya torbeetti yeroo hunda Badhaafamtoota ni qaqqaba

መልዕክቱን ያጋሩ፣ የዚህ ሳምንት ተሸላሚ ይሁኑ!
ይህ ኦሮሚያ ባንክ ነው!

1. በቅድሚያ ቀጥሎ ያለውን ሊንክ ይጫኑ https://t.me/official_oromia_bank_bot?start=5228721329
2. በመቀጠል Start የሚለውን ይጫኑ
3. Join Channel የሚለውን ይጫኑ
4. ወደ ቦቱ ይመለሱ
5. Continue የሚለውን ተጭነው የመጋበዣ ሊንክዎን ያግኙ
6. መልእክቱን ለወዳጅ ዘመድዎ ያጋሩ

መልዕክቱን ቢያንስ ለ50 እና ከዚያ በላይ ወዳጅ ዘመድዎ ሼር በማድረግ በየሳምንቱ ተሸላሚ ይሁኑ!

ሽልማቱ ሁሌም በየሳምንቱ አርብ ለተሸላሚዎች ይደርሳል፣

19/01/2024

Wantoota jaha(6) dhiirri yeroo walqunnamtii saa-laa irraa of eeggachuu qabu beektuu?
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°
Addunyaa kanarra wanti beekumsaa fi muuxannoo malee haala gaariidhaan raawwatamu hin jiru. Walqunnamtiin saa-laas argadheedhumaaf waan koranii bu'anii miti. Maamila ykn hiriyyaa waliin walqunnamtii saa-laa raawwannu haala gammachiisuu danda'uun yoo deemne, maamilummaan keenya gara fuul-duraa cimee itti fufa. Dhugaan dhokachuu hin qabne tokko, yeroo keessa jirru kanatti diigumsi gaa'elaa(divorce) kan baay'achaa dhufeef hanqina dhiirri siree irratti agarsiisu irraa kan ka'ee fi dubartiin abdii irraa kutuu irraa akka ta'e qorannoon ni agarsiisa.

Maarree, wantoota shamara takka nuffisiisuu malan dhiirri irraa of qusachuu qaba jedhaman qabxiilee 6 gaggabaabsinee haa ilaallu.....

Guutuu isaa dubbisuuf hidhaa gadii tuquun, Marsariiti keessa seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

17/01/2024

Gaaffii "Gaa'ila godhatanii, abbaa warraa qabaachuun dhukkubbii yeroo marsaa laguu ni hir'isa? " jedhuuf deebiin isaa gosa dhukkubbii yeroo marsaa laguu mudatu (Gosa 1ffaa moo Gosa 2ffaadha kan jedhu) irratti hundaa'a. Kunis, gosa 1ffaa (kan rakkoo dhibee gadameessa waliin wal hin qabanne) yoo ta'e akkuma umriin dabalaa deemuun nama dhiisuu danda'a. Akkasumas, dubartoonni yeroo kana dhukkubbii garaatiin dabalata sababa hormoniin qaama isaanii jijjiiramuuf wantoonni tokko tokko kan duraa irraa jijjiiramuu danda'u. Fakkeenyaaf, dhukkubbiin mataa jiraachuu, waanuma xiqqoodhaan aaruu, ofis ta'ee nama biraa jibbuu, yaadda'uu fi dhiphachuu fi kkf mudachuu danda'a. Kanaaf, dhiirri ishee fuudhe kana hubatee waan isheen barbaaddu hunda kan godhuuf yoo ta'e rakkoon kunniin hir'achuu danda'a. Fknf...
*Nyaata ishiin barbaaddu hojjachuu
*Yoo ishiin lafaa kaatee (osoo homtuu hin ta'in) si arrabsite illee caldhisuufi sossobuu
*Moodesii bituufii
*Akka baay'ee ishee jaalatu itti himuu fi agarsiisuu
*Yoo biraa deemuus ta'ee gaafa manatti galu ishii dhungachuufi haammachuu
*Bishaan waliin dhuguu
*Kuduraa fi muduraa akka muuzii fa'a bituufii
*Dhukkubbii garaa yoo qabaatte bishaan hoo'isee ayilaandiitti naqee garaa irra suuta suuta o'oofuufii
*Qoricha dhukkubbii hir'isan fiigee bituufi
*Walqunnamtii saalaa obsuu fi kkf
Akkasumas, ulfi yoo uummame yeroo turtii ulfaa san dhukkubbiin kun hin jiraatu waan ta'eef ni gargaara.
Faallaa kanaatiin abbaan manaa dhiphina isaaniitti dabalu immoo dhukkubbiin caalaatti akka itti cimus gochuu danda'a. Dhukkubbiin marsaa laguu gosa 2ffaan (kan dhibee gadameessa waliin wal qabatu) immoo mana yaalaa deemuudhaan dhibee rakkoo kana fide erga adda baasanii booda yaallamuudha.
Hirmaannaa keessaniif guddaa galatoomaa!!!
Dr. Heeraan
https://t.me/heeran_tube

15/01/2024

Namoonni baay'een yeroo baay'ee paantii ni godhatu. Akkuma jiraachuuf qilleensa yeroo yerootti harganuun nama barbaachisu paantiis yeroo hunda godhachuun dirqamaafi paantii osoo hin godhatin turuun waan danda'amu kan itti hin fakkaannes jiru. Paantii godhachuun faayidaafi miidhaa mataa isaa qaba. Mee yaa ilaallu :-
:- Paantiin dhiiraafi dhalaafis faayidaa ni qaba.
...
1. Akkuma qabduun harmaa dubartoota harma isaanii qabuuf gargaaru paantiin immoo cidhaan fi qaama saalaa dhiiraaf gargaarsa (support) ni godha.
2. Naannoon qaama walhormaataa yeroo baay'ee iddoo dhokfamuudha waan ta'eef paantiin dhoksuuf ni gargaara.
3. Ofitti amanamummaa dabaluufi haala mijataan akka namatti dhagahamuuf ni gargaara
4. Qulqullina naannoo qaama saalaaf ni gargaara, keessattuu paantiin 'cotton' irraa oomishame
5. Qaama saalaa dhiiraa balaa irraa eeguuf
6. Qaamni saalaa dhiiraa karaa irratti akka tasaa yoo ka'e tasgabbeessuuf ni tola.

1. Akkuma olitti 2ffaa irratti jenne dhokfachuudhaaf
2. Qulqullina naannoo qaama saalaa, keessattuu yeroo marsaa laguu irra jiran
3. Infeekshinii jermoota alaatiin namatti dhufan tokko tokko ittisuuf ni gargaara
4. Wantoonni garagaraa Fknf, dhukkeen qaama saalaa akka hin seenneef
5. Dhaabbannaa gaarii akka qabaataniif ni tola
6. Balaan qaama saalaa irra akka hin geenyeef ni gargaara

Akkuma faayidaalee olitti jenne kanniin qabu yeroo hunda paantii godhachuunis miidhaa qaba. Isaaniis :-
1. Akkuma infeekshinii tokko tokko irraa nama dhoorku, tokko tokkoof immoo nama saaxiluu danda'a (keessattuu dubartoota)
2. Rakkoo dhala dhabuuf nama saaxiluu danda'a, keessattuu paantiin nama qabu (dhiiraaf)
3. Dhangalaa'an baay'een akka jiraatu gochuu danda'a, Kunis qaamni saalaa akkuma qaamota biroo qilleensa barbaada. Gaafa qilleensa kana argachuu baate, dhangalaa'an akka baay'atu godha. (dubartoota)
4. Riganni akka jiraatu gochuudhaan qaama madeessuu danda'a (lachuu)
https://t.me/heeran_tube

14/01/2024

Tooraa Social Media Kenyaa Hoordoofà
Telegram 👇👇
https://t.me/heeran_tube
Facebook 👇👇
https://www.facebook.com/profile.php?id=100071343529666
YouTube 👇👇
https://www.youtube.com/
Tiktok 👇👇
tiktok.com/

12/01/2024

Yeroo walqunnamtii saal*aa dubartiin maalif iyyiti?

1. Gammachuu: Yeroo walqunnamtii saa*laa raawwatamutti gammachuu olaanaa keessa dubartoonni gaafa seenan osoo hin beeknes ta'uu danda'a sagalee ni baafatu (aaduu).

2. Dhiirri yoo laafe: Qunnamtii gubbaatti dhiirri kan laafu yoo taa'e dubartoonni tokko tokko isa jajjabeessuf ni aadu.Yeroo dubartiin iyyitu dhiiratti olaantummaan waan dhaga'amuuf ariitii isaa ni dabala.........

Guutuu isaa dubbisuuf link gadii keessa seenaa dubbisaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/heeran_tube

12/01/2024

FURMAATA WALQUNNAMTII SAALAA DAFANII XUMMURUU ?
-----
Yeroo baayyee wanta ogeessa fayyaan gorfaman hojii irra oolchun, akka nu hin muudannee ykn yoo nu muudatee jira ta'ee immoo balleessun/hambisuun ni danda'ama.
Namoonni baayyeen kanneen armaan gadii gochuun/shaakaluun turtii yeroon boodattin rakkoo kana fooyyessuu ni danda'u.
1.Yeroo walqunnamtii saalaf qophoofnu, jarjaranii kallattuman gara walqunnamtii saalaa seenun dura, waliin taphachuu, waliin haasa'u, waldhungachuu fi kkf gochuu; namoonni muraasni yeroo baayyee dubartii akka walqunnamtii saalaa qofaaf isaan barbaachistuut ilaalu, garuu kun sirrii miti; kanaafuu walqunnamtii saalaa dura wantoonni raawwataman (presex/warm up ) baayyee murteessadha. Yeroon kun jara lachuu, keessattuu isa miirri ani fedhii ishee guutuu hin danda'u jedhu irraa badaa deema.
2.Osoo walqunnamtii saalaa hojjechaa jiraan yoo miirri dhangala'an sanyii kormaa (s***m) bahuuf jedhu namatti dhagahamu, yeroof sochii walqunnamtii saalaa dhiisuu fi waan biraa yaaduu (thought distractions); san booda erga miirri sun namarraa badee, kun immoo hanga sekondii 30 fudhachuu mala, itti deebi'u(stop and start technique).
3.Yeroo miirri sanyii kormaa dhangala'uuf ykn bahuuf namatti dhagahamuu, walqunnamtii saalaa jidduutti dhiisuun/addaan kutun qaama saalaa dhiiraa naannoo fiixee isaa jabeesanii qabun akka hin baane/hin dhangala'ane gochuu. Yeroo kanaas turtii sekondii 30 booda itti deebi'u.
: Mala lamaan armaan olii kana haadha manaa/jaalallee waliin ykn kophaatti qaama saalaa xuxxuquun (ma********on) shaakaluun of gargaaruun ni danda'ama. Asirratti garuu jalqaba jaalallee waliin xiqqoo rakkisuu waan maluuf, dursa kophaatti osoo yaalanii erga inni milkaa'ee booda jaalallee waliin yaalanii ni filatama.
4 ,Namoonni walqunnamtii saalaa raawwatanii hin beekne ykn turtii yeroo dheeraa booda walqunnamtii saalaa raawwatan, turtii fi irradeddeebii booda fooyyaa'a waan deemuuf dhiphachuun hin barbaachisu.
https://t.me/heeran_tube

11/01/2024

Haati takka deessee torbee 4 booda osoo laguuyyuu hin argin ulfaa'uu ni dandeessi. Kun haadhaa haadhatti garaagarummaa qaba. Akkasumas, wantoonni biroo kanneen akka harma hoosisuu fi dhiisuus dhiibbaa qaba. Haati takka harma qofa garaagarummaa sa'aa 2,2 tiin hoosisti yoo ta'e hanga ji'a 6tti ulfaa'uu dhiisuu dandeessi. Laguus arguu dhiisuu dandeessi. Kana jechuun garuu, harma hoosisuun guutummaan guutuutti ulfaa'uu ni ittisa jechuu miti. Dhaabbanni fayyaa Addunyaa haati takka deessee kan itti aanu dahuudhaaf ji'a 18 osoo eegdee baay'ee gaariidha jedha. Kanaaf, yeroo kana harma hoosisuudhaan dabalata mala karoora maatii biroo fayyadamuun ni gorfama.
Galatoomaa!!!
©️ Dr. Heeran
https://t.me/heeran_tube

Want your business to be the top-listed Health & Beauty Business in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Website

Address

Canada
Addis Ababa
Other Medical & Health in Addis Ababa (show all)
Efoy Physiotherapy Specialty Clinic Efoy Physiotherapy Specialty Clinic
Togo Street
Addis Ababa

Strictly professional clinic with high quality physiotherapeutic and medical rehabilitatiotion servic

Janmeda Health Center Janmeda Health Center
Addis Ababa

Janmeda primary Health Care Unit

DXN_addis Amanuel DXN_addis Amanuel
Addis Ababa

Holistic Medicine and Supplementary Products Selling Platform.....All Herbal&Organic Products

DR Mitiku Medium Clinic DR Mitiku Medium Clinic
Amfo Square
Addis Ababa

our patients are our family

South Sudanese future pharmacists South Sudanese future pharmacists
Addis
Addis Ababa, 2023

Our major aim is to brightening the future of upcoming generations.

Tesfa  home care nursing Tesfa home care nursing
Bole
Addis Ababa, 1000

Our company provides ultimately medical care with mobility and with senior nursing abilities from minor to severe cases with a reasonable price.

Shalom Medical Consultancy Shalom Medical Consultancy
Swazeeland Street
Addis Ababa, 1271

This page is created to promote helath realted issues and provide medical consultation for pateints

Ethiopian anesthetists voice Ethiopian anesthetists voice
Addis Ababa

Here we are for better Health care

Health info and vaccancy news Health info and vaccancy news
Addis Ababa
Addis Ababa, 0000

HIVN media adresses health related news, vacancies and health educational topics

Xarunta dhireedka Yemen Xarunta dhireedka Yemen
بولي ميكائيل . فندق ومسجد جعفر
Addis Ababa

Ethio medical Ethio medical
Bole
Addis Ababa, 1056