Bire ODA

Private limited College University Bire ODA University planned to be opened in 2021 at Woliso to teach first degree and TVET

Visit TikTok to discover videos! 26/03/2023

Unity for Development!

Visit TikTok to discover videos! Watch, follow, and discover more trending content.

30/08/2022

Gaddisa Dhugaa!

28/08/2022

SUNDAY CLASS MEMORY!

28/08/2022

Try new page by Sunday Classes!

03/04/2022

Fb create Post jedha garuu omtuu naf hin ilaalu!

28/02/2022

Kootaa baradhaa jenna!
Come and learn any Field you like!

07/02/2022

dhali namaa gaafa dhalatu du'e. Guddate baratee jireenya isa foyyeffachuun immoo kan abbaati. Education is the key of lofe!

17/01/2022

Fira fakkaatee Risaan Simbiraa nyaate.
Namoonni waan isin galchinee inaafaf gubatani waan hin taanee haasawaan gaafa deebii kennanif block godhan durumaanu eda sammuun isaani block kan taheef sanyii maalii maaltu nama gubba sanaayyi!?
Namoota akka kana irra mukti faayida heddu qaba. jala teessee aduu obaafata. nama nama itti guddate nyaateef keessatti mataa ol qabate deebi'ee fuula itti naanneeffatu kun jechaan ibsuun waan rakkisuuf barbachiisa tanan guyyaa lama keessatti kitaaba itti barreesina. Miliyoonan itti yaanee fb isaanif daaraa botoraa goona. Dhiisi lakki dhiisi lakki!

10/01/2022

Barnootaan Malee jijjiiramni dhufu kamiyuu galma yaadame hin gahu. Kanaafuu Barnoota qulqullina qabu lammillee hundaaf gahurratti cimnee haa hojjanu.

06/01/2022

Page Bire ODA jedhama. Beekumsaaf hubannoo dhimma barnootaa irratti waliin qoodna.

20/12/2018

Beeksisa Tombolaa Lotarii Tokkumaan Misoomaaf jedhu waliin geenye carraa keenya yeroo kenname kanati haa yaalu!

13/12/2018

yeroon Tombolaa Lotarii Tokkummaan Misoomaf jedhu itti bahu gara Amajjij 30 kan dheerate ta'uu kabajaan ibsaa ragaa isaas kunoo!n

20/10/2018

BARATOOTA MB BA WMO DAMEE GUDAR KAN TURTAANIF
Guyyaan galmee bara barnoota 2011 Onkololesa 12 fi 13 ta'uu isin beeksisa guyyaa jedhame kanatti MB BA WMO damee Adaamaatti maatii waliin argamuun akka galmooftan cimsinee isin beeksifna. Kan guyyaa 11 fi 12 jedhame kan sirrate ta'uu isin hubachiifna.

18/09/2018

Barattootni bara barnoota 2010 qormaata kutaa 8ffaa qoramtan gara kutaa 9 dabartan keessaa dhiiri averejjii 88 fi isaa ol dubarri averejjii 86 fi isaa ol qabdan wajjira BARNOOTA Godinaa/Magaalaa keessaan biraatti qormaata seensaaf akka galmooftan isin beeksifna. Guyyaa galmee hanga Fulbaana 20 qofa!

03/08/2018

Manni Barumsaa ODA SBS Qabxii 649 fi 647 galmeesiseen Rikardii Biyyoolessaa Harkaatti galfateera.Baga Gammadan!

24/05/2018

Barattootni mana barumsa bultii addaa MWO damee Adaamaa turtaanii yeroo amma yunivarsiti Adaamaa, Jimmaa, Haroomayaa, Arsii, Hawaasaa, Amboo fi Finfinnee bjirtaan karaa Page kana wal qunnamnee wantoota adda adda irraatti waliin akka hojjannu waamichaa isinif goona.
WMO kutaa barnoota irraa!!

01/05/2018

Yeroon fidee yeroon fixe.Kana jechuun mana kanatti hin yaadamu.wareegama heddutu itti kaffalame, dhiiga heddutu itti dhangala'e akka fe'aan ta'uus akka fe'aan gochuun waan carraas ta'u nuf kennef hin dandenye.Kun Carraa dhaloota Malee Carraa biroo miti.

28/12/2017

Manni barumsaa kun iddoo qabsootti malee iddoo itti faayidaaf keessaatti of ilaallanii miti.

03/09/2017

ASTU Entrance exam
የፈተና አሰጣጥ መርሀ ግብር
ጳጉሜ 1 ቀን 2009 ዓ.ም
የከሰዓት በፊት መርሀ ግብር
ከ 3፡00 – 4፡00 የሒሳብ ትምህርት
ከ 4፡15 – 4፡45 የእግሊዝኛ ትምህርት
የከሰዓት በኋላ መርሀ ግብር
ከ 7፡00 – 7፡45 የፊዚክስ ትምህርት
ከ 8፡00 – 8፡30 የባዮሎጂ ትምህርት
ከ 8፡45 – 9፡15 የኬሚስትሪ ትምህርት
ተፈታኞች የሚጠበቅባቸው ግዴታዎች
1. የመፈተኛ መታወቂያ ካርድ ወይም የ12ኛ ክፍል አድሚሽን ካርድ ይዞ መምጣት
2. ለፍተሻ በተጠየቀበት ግዜ ሁሉ መተባበር
3. እንደ ኮፍያ፣ እስካርፕ፣ የእጅ ጓንት፣ ፊትንና ጆሮን የሚሸፍኑ አልባሳት አይፈቀዱም
4. ሞባይልን ጨምሮ ማንኛውም ኤለክትሮኒክስ እቃ ለምሳሌ ካልኩሌተር፣ ላፕቶፕ፣ ካሜራ፣ ሲዲ፣ ፍላሽ፣ ሚሞሪ፣ በተጨማሪም ወረቀት፣ ቦርሳ፣ ዋሌት፣ የመሳሰሉትን የግል ቁሳቁሶች ወደ ፈተና ጣብያ ይዞ መምጣት አይፈቀድም፡፡
5. መፈተን የሚቻለው በተፈቀደለት የፈተና ክፍል ብቻ ነው፡፡
6. ለጠዋቱ ፈተና 1፡30 ለከሰዓቱ ፈተና ደግሞ 6፡30 ሰዓት ላይ በፈተና ጣብያ መገኘት ይገባል፡፡
7. ፈተና ከተጀመረ ከ15 ደቂቃ በኋላ ወደ መፈተኛ ክፍል መግባት አይፈቀድም፡፡ አርፍዶ ለመጣ ተማሪም ተጨማሪ ሰዓት አይሰጥም፡፡
8. አንድ ተፈታኝ ከፈተና ክፍል መውጣት የሚችለው ፈተናው ሲጠናቀቅ ብቻ ነው፡፡
9. በህመም፣ በሽንት ወይም በሌላ አሳማኝ ምክንያት ከፈተና ክፍል ወጥቶ መመለስ የሚፈቀደው በፈታኝ ወይም በፖሊስ አጃቢነት ነው፡፡
10. ማንኛውም ተፈታኝ ለመፈተኑ ማረጋገጫ ለእያንዳንዱ የትምህርት ዓይነት በተዘጋጀው የአቴንዳንስ ወረቀት ላይ ፊርማውን ማኖር አለበት፡፡
11. ጥያቄ ሲኖር በስርዓት ሌላውን ተፈታኝ ሳይረብሹ እጅ በማውጣት ፈቃድ ሲያገኙ መስተናገድ ይቻላል፡፡
12. ፈተናው በወረቀት የሚሰጥ ከሆነ የመልስ መስጫ ወረቀት ላይ በተዘጋጁ ሁለቱም ቦታዎች ላይ በጥንቃቄ ስም፣ የመታወቂያ ቁጥርና የትምህርት ዓይነት መሙላት ይገባል፡፡
13. ፈተናውን በተመለከተ ምንም ዓይነት ማስተካከያ (Correction) አይደረግም!
14. መኮረጅ ወይም ለማስኮረጅ መሞከር በጥብቅ የተከለከለ ነው፡፡
15. በተጠማሪም ፈተና ትዕዛዝ ላይ ያለውንና ፈታኙ የሚሰጠውን መመሪያ መጠበቅ
16. ፈተናው ከመጀመሩ በፊት አስፈላጊውን መረጃ መሙላት ማረጋገጥ
መልካም ፈተና እንዲሆንላችሁ እንመኛለን!

14/08/2017

Barattotni komii dhiyyeeffachuu barbadan qaaman Finfinnee deemuun dhiyeeffachuu wayya! oline kan guutamu caala filatamadha jedhama jira.

11/08/2017

Barattotni qabxii kutaa 12 irraatti komii dhiyeeffachuu barbadan online website ejensii qormaata biyyolessaa irra jiruutti hanga gaafa guyyaa 10/12/2009tti guuttuun erguu dandeessu.

08/08/2017

Barattoota MB BA WMO Hundaaf
Barattotni Yunivarsitii Saayinsii fi Teeknolojii dorgommuu barbadan beeksisaa kara OTV darbuu hordofaa jechaa beeksifni guyyaa Roobii YKN Boru hordoffaatti galma'aa! kana malees karaa website isaani ilaallaa. www. ASTU.Com

21/06/2017

MB BA WMO yeroo amma nama 22 qofatu foormii hin guutin. Yoo filaannoo dhabdan karaa SMS hanga boruutti jechuun kamisa 15/10/2009tti erga.

19/06/2017

Hayyee Barattootaa ,MB BA WMOttif barattotni 45 qofatu osoo foormii hin guutiin jira.Dafa guutaa!! Guyyaa dhumaa Jimaata dhufu akka MB Keenyaatti!

16/06/2017

barattotni keenyaa foormii gutaa jiru Hanga ammatti barattotni 21 guutaniru.AAU fi Medicine dursa qabata.

15/06/2017

Barattotni kutaa 12ffaa Foormii guutuu eegalaniru. Bifa isiniti mijaten guutuu dandeessuu guutaa!

13/06/2017

Barattotni keenyaa foormii guutuuf 08/10/2009 eegaluuf hanga ammatti rakkoo connectiotin waan account barbadamuu waan gad hin dhiifamneef guyyaa 08/10/2009 erga darbuu hordoffaatti kootaa sanan boodaa kootaa!

Want your school to be the top-listed School/college in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Gaddisa Dhugaa!
SUNDAY CLASS MEMORY!

Telephone

Website

Address


Addis Ababa
04
Other Addis Ababa schools & colleges (show all)
њњњ.србованје.цом њњњ.србованје.цом
њњњ. србованје. цом
Addis Ababa

Ригинал сајт од мноштва плагијата, што настаде далеке 2

One Planet International School, Ethiopia One Planet International School, Ethiopia
P. O. Box 3115 Code 1250
Addis Ababa

At One Planet we believe that there are unique gems (capabilities) hidden within every child.

imagine1day imagine1day
2Q3W+XV2 Imagine1day, Gabon Street
Addis Ababa, 1000

Educating people to transform themselves, their communities, and the world.

Zagol Academy Zagol Academy
Addis Ababa

At Zagol Academy we believe that every child should have access to quality schooling and are dedicat

Lebawi International Academy Lebawi International Academy
Addis Ababa

Lebawi International Academy is a high-school institution in Addis Ababa committed to quality educa

Ethiopian Graduate School of Theology (EGST) Alumni Ethiopian Graduate School of Theology (EGST) Alumni
P. O. Box 24934 Code 1000
Addis Ababa

EGST Alumni Association exists to enable the graduates to discharge off their responsibilities both

Lycee Guebre Mariam - Unofficial Lycee Guebre Mariam - Unofficial
Churchill Road
Addis Ababa, 1496

Page non officiel

Nhial Bidong mar Nhial Bidong mar
Addis Ababa

Maadow Media Maadow Media
Elkari
Addis Ababa, KAMIL

Aduunyadu waa war side

Hundee Hasan Hundee Hasan
Addis Ababa

Sabaa koo

Union Vision College Union Vision College
VRF8+C4Q
Addis Ababa, 0001