Dr Naol Olana

Dr Naol Olana

Page keenya #follow #like gochuudhaan odeeffannoo waa'ee fayyaa fi kanneen biroo argadhaa

Photos from Dr Naol Olana's post 10/12/2023

Congratulations Dr Mohammed Jemal MJ Has on your wedding day🙏

Irreechaa minnessota 2023 06/10/2023

Irreecha minnessota 2023

Irreechaa minnessota 2023

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer 05/06/2023

Dhibeen garaachaa gara jijjiiramuun dura mallattoolee maal agarsiisa?liinkii kana banuun daawwadhaa

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer Dhibeen garaachaa kaansarii garaachaa tahuu akka maluun mallattoowwan maalfaa agarsiisa?Waldhaansi dhibee garaachaa maal fa'i?Viidiyoo kanarraa waa'ee dhibee...

05/06/2023

Rabbi isin in dhiisin! Akkamittiin fi iin 11305 ETBn qacarami jettumee jarana? Cubbuudha kun dhugaa waaqayyoo!

koomeedii afaan oromoo haaraa 2023 QAMADIIKOO new oromo comedy 02/06/2023

DAAWWADHAA ITTIIN BOHAARA

koomeedii afaan oromoo haaraa 2023 QAMADIIKOO new oromo comedy

koomeedii afaan oromoo haaraa 2023 QAMADIIKOO new oromo comedy

Dhukkuba Onnee mallattoosaa fi furmaatasaa heart disease cause treatment 31/05/2023

Dhukkuba Onnee mallattoosaa fi furmaatasaa heart disease cause treatment

Dhukkuba Onnee mallattoosaa fi furmaatasaa heart disease cause treatment Viidiyoo kana yoo hordoftan mallattoolee dhukkubni onnee fidu baruudhaan lubbuu keessan baraartuun!

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer 31/05/2023

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer Dhibeen garaachaa kaansarii garaachaa tahuu akka maluun mallattoowwan maalfaa agarsiisa?Waldhaansi dhibee garaachaa maal fa'i?Viidiyoo kanarraa waa'ee dhibee...

Koomeedii afaan oromoo haaraa NA KAASAN 2023 new oromo comedy 30/05/2023

KOOMEEDII DINQII GAREE AARTII

Koomeedii afaan oromoo haaraa NA KAASAN 2023 new oromo comedy

Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa 30/05/2023

KOOMEEDII AJAAYIBAA

Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa Koomeedii ajaa'ibaa

Koomeedii afaan oromoo haaraa NA KAASAN 2023 new oromo comedy 29/05/2023

Suuraamoo maal kaasan laata?
GAREE AARTII
rratti
Koomeedii ajaayibaa kana liinkii kanaan gadiin seenuun daawwadhaa

Koomeedii afaan oromoo haaraa NA KAASAN 2023 new oromo comedy

Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa 28/05/2023

Birriin Uummataa argameera.Koomeedii ajaayibaa irratti liinkii kanaan gadiin galuun daawwadhaa.Koomeediin kan garee aartii ti!

Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa Koomeedii ajaa'ibaa

Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa 28/05/2023

Koomeedii Afaan Oromoo Haaraa
Garee Aartii

Koomeedii afaan oromoo 2023 haaraa Birrii uummataa Koomeedii ajaa'ibaa

24/05/2023
MILKI MEDIA - YouTube 11/05/2023

liinkii kanaan seenuun godhaa.Viidiyoowwan dhimmoota fayyaa fi hawaasummaarratti xiyyeeffatan akkasumas diraamaawwan gaggabaaboo fi dheeraadhaan yeroo dhiyootti nu eegaa!

MILKI MEDIA - YouTube MILKI MEDIA n akkuma maqaasheeti. Karaa ittiin milkaa’uu dandeessan isin agarsiisuuf dhamaati.Namni tokko milkaa’uuf waan baayyeetu isarraa eegama.Isaan kees...

#ethiopiantiktok #eshetumelese ኢትዮጵያዊ ማነዉ 11/05/2023

Itiyoophiyummaan maali jennaan waan beennu irraa imnee mee kana daawwadhaa!

ኢትዮጵያዊ ማነዉ?

#ethiopiantiktok #eshetumelese ኢትዮጵያዊ ማነዉ

Student Exam Result | የተማሪዎች የፈተና ዉጤት 12/02/2023

Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har'aa ni ifooma - Ministeera Barnootaa

Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har'aa kan ifoomu ta'uu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ramaddiin barattoota bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuun % 50 ol fidan Yuunivarsiitiwwan mootummaa ministeerichaa waamamaa ta'anitti baasii mootummaan barataniif har'a halkan walakkaa kan ifoomu ta'uu ibseera.

Yuunivarsiitiwwan kunneen hanga Guraandha 15, 2015tti qophii barbaachisu taasiisuun yeroo barattoota haaraa itti simatan kan ifoomsan ta'uu isaan barattoonni qophii barbaachisu akka taasiisan ministeerichi yaadachiiseera.

Batattoonni filannoowwan armaan gadiin iddoo itti ramadaman odeeffachuu akka danda'an ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul'isa.

Haaluma kanaan Website: https://result.ethernet.edu.et ፤SMS: 9444፤Telegram bot:

Ramaddichaan walqabatee gaaffiin yoo jiraate ፡-result.ethernet.edu.et dhiyeeffachuu kan danda'an ta'uu ibseera.

Student Exam Result | የተማሪዎች የፈተና ዉጤት

22/01/2023

Breaking

Waldaan Araara Waaqayyoo Addunyaa
Birrii Mil. 1.2 Faarfataa Kabaa Fidoof gumaachite.

Eebbifamaa Raajiin 🙌🙌

22/01/2023

Ulfaatina keenyaa fi hojjaa keenya fayyadamuun waa'ee fayyaa keenyaa baruu akkamitti dandeenya?Viidiyoo keenya kanarraa ilaalaa baradhaa

22/01/2023

Tiktok keenya liinkii kanaan galuun gochuun maatii keenya ta'aa

https://www.tiktok.com//video/7191425045783137541?is_from_webapp=1&sender_device=pc&web_id=7191490628777330182

Boriikeef maal kaawwatte? – Oromotivation 15/01/2023

Boriikeef maal kaawwatte?Liinkii kanaan gadiin lixuun seenaa ajaa'ibaa dubbisaa.

Boriikeef maal kaawwatte? – Oromotivation Gaarii hojjedhu galgala toli NamichiNamicha ijoollee lamaa fi harree tokkitti qabu tokkotu ture jedhama, ijoollee namichaa kana keessa inni tokko sooreessa inni tokko immo hiyyeessa ture. Gaaftokko abbaan isaani kun lamaan isaanii ofitti waame akkas jedheen:- Ani waanan isin dhaalchisu hin qabu garu...

Dhibee kalee mallattoo fi furmaata Kidney diseases cause treatment ኩላሊት ሕመም መፍትሄ 15/01/2023

ka'umsaa fi furmaatasaa link kanaan gadiin seenuun daawwadhaa

Dhibee kalee mallattoo fi furmaata Kidney diseases cause treatment ኩላሊት ሕመም መፍትሄ

07/01/2023

Baga ayyaana yaadannoo dhaloota gooftaa keenya yesuus Kiristoosiin isin ga'e;nu ga'e!

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer 06/01/2023

Dhibee garaachaaf furmaatni maali?gara kaansariitti yoo jijjiiramu mallattoo maalfaa agarsiisa?Liinkii kanaan gadiin galuun daawwadhaa

Dhibee Garaachaa gara Kaansarii Garaachaatti?ጨጏራ ሕመም ወደ ጨጏራ ካንሰር ስቀየር gastric cancer Dhibeen garaachaa kaansarii garaachaa tahuu akka maluun mallattoowwan maalfaa agarsiisa?Waldhaansi dhibee garaachaa maal fa'i?Viidiyoo kanarraa waa'ee dhibee...

Scholarship Argachuuf Mala Baayyee Salphaa Free scholarship For Ethiopians 2022 (Afan Oromo) 02/01/2023

garaa garaa haala salphaan apply goonee yaaluuf maal gochuu qabna?liinkii kanaan gadiin seenuun odeeffannoo guutuu argadhaa.

Scholarship Argachuuf Mala Baayyee Salphaa Free scholarship For Ethiopians 2022 (Afan Oromo) scholarship undergraduate,Masters fi PHD apply gochuu barbaaddan viidiyoo kana sirriitti guutuus...

01/01/2023

Baga bara 2023 nagaan geessan.Barri kun kan nagaa,jaalalaa fi milkii nuuf haa taatu💯💥

Want your practice to be the top-listed Clinic in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Ulfaatina keenyaa fi hojjaa keenya fayyadamuun waa'ee fayyaa keenyaa baruu akkamitti dandeenya?Viidiyoo keenya kanarraa ...
Sirna Eebbaa Er Fedhasaa Haayiluu Yunvarsitii Adaamaarraa
Kabajamtoota hordoftoota page keenyaa viidiyoolee fayyaa barsiisoo akkasii fi guutuu viidiyoo kanaa argachuuf liinkii ka...

Category

Address

Oromia
Addis Ababa
Other Medical & Health in Addis Ababa (show all)
Janmeda Health Center Janmeda Health Center
Addis Ababa

Janmeda primary Health Care Unit

DXN_addis Amanuel DXN_addis Amanuel
Addis Ababa

Holistic Medicine and Supplementary Products Selling Platform.....All Herbal&Organic Products

DR Mitiku Medium Clinic DR Mitiku Medium Clinic
Amfo Square
Addis Ababa

our patients are our family

South Sudanese future pharmacists South Sudanese future pharmacists
Addis
Addis Ababa, 2023

Our major aim is to brightening the future of upcoming generations.

Tesfa  home care nursing Tesfa home care nursing
Bole
Addis Ababa, 1000

Our company provides ultimately medical care with mobility and with senior nursing abilities from minor to severe cases with a reasonable price.

Shalom Medical Consultancy Shalom Medical Consultancy
Swazeeland Street
Addis Ababa, 1271

This page is created to promote helath realted issues and provide medical consultation for pateints

Ethiopian anesthetists voice Ethiopian anesthetists voice
Addis Ababa

Here we are for better Health care

Health info and vaccancy news Health info and vaccancy news
Addis Ababa
Addis Ababa, 0000

HIVN media adresses health related news, vacancies and health educational topics

Ethio medical Ethio medical
Bole
Addis Ababa, 1056

Duko medicine Duko medicine
Addis Abeba
Addis Ababa

Do right health worker Do right health worker
Shashemene
Addis Ababa