Oromia Ethics and Ant-Corruption Commission Ambo-Waliso branch office

Oromia Ethics and Ant-Corruption Commission Ambo-Waliso branch office

You may also like

Zenu Siraj Aman
Zenu Siraj Aman

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Oromia Ethics and Ant-Corruption Commission Ambo-Waliso branch office, Government Organization, Ambo.

25/04/2024

Yeroo Murtaa’e Keessatti Qabeenyaa Beeksisuu fi Galmeessisuu Dhabuun Seera Duratti Bu’aa inni Hordofsiisuu ;-
1. Adabbii Qarshii 1000(Kuma Tokko)Mootummaaf galii taasisuun akka galmeessisu taasifama Labsii lakk. 169/2003 fi Qajeelfama Qabeenya Beeksisuu fi Galmeessisuuf Lakk.08/2013 Kwt 15
2. Yakka Malaammaltummaatiin gaafachiisa Adabbii hidhaa waggaa 5(Shan) hin caallee fi Adabbii Maallaqaa Qr.5000 (Kuma Shan)Yakkooota Malaammaltummaa tumuuf Bahee Lakk. 881/2007 kwt 19(2)

09/04/2024

omishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaatti Damee Amboo-walisoo Hordoftoota Amantaa Islaamaa Maraan Baga Ayyaana Iid Al-faxir 1445ffaa Geessani Jechaa,Ayyaanichi Kan Nagaa,Gammachuu fi Jaalalaa Akka Isiniif Ta'u Hawwa!!

14/12/2023

(KNFMNO, Muddee 04,2016,Finfinnee)

Komishiniin Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Naannoo Oromiyaa hooggantoota dameelee Komishinichaafi ogeessota ICT bulchiiinsa magaalotaa fi godinaaleetiif moosaajii haaraa qabeenya beeksisuufi galmeessisuu irratti leenjii hubannoo guyyoota lamaaf kennuu jalqabe.

Leenjicha haasaan kan banaan Komishinarri I/A/ KNGMNO adde Abbayinash Tafarraa, Komishiniin bu'uura labsii qabeenya beeksisuufi galmeessisuu lak. 169/2003 tiin guca fayyadamuun madda galii qabeenya muudamtootaa, filatamtootaa fi hojjettootaa akka galmaa'u taasisuun hojii iftoominaa fi itti gaafatamummaa mirkaneessuu raawwachaa turee jira.

Guca kana fayyadamuun hojicha raawwachhun ammoo dadhabsiisaa, kan yeroo qisaasu, baasii guddaaf saaxiluufi rakkoo qaqqabamummaa akka qabu adda baheera.

Rakkoolee eeraman kana furuufis moosaajii haaraan qabeenya beeksisuu fi galmeessisuu wal ta'insa Komishinii fi Abbaa Taayitaa Saayinsiifi Tekinooloojii Oromiyaatiin misoomee sadarkaa naannootti hojii keessa akka galamu ta'eera jedhaniiru.

Hojiicha gara godinaalee, magaalotaa fi aanaaleetti gadi buusuuf hooggantootaa fi ogeessota dameelee komishinichaa akkaumas ogeessota CT dhimmacha raawwachiisaniif leenjiin kun qophaa'eera jedhaniiru.

Moosaajii haaraa misoome kanatti fayyadamuun hojii qabeenya beeksisufi galmeessisuu raawwachuun qabinsa ragaa ammayyeessa, baasii, yeroo fi humna qusata, qaqqabamummaa mirkaneessa akkasumas yaa'insa hojii ammayyeessuun hojichi karaa qulqullinaa fi saffisa qabuun akka raawwatamu taasisa jedhaniiru adda Abbayinash.

Dhuma irrattis,hooggantoonni sadarkaa sadarkaan jiran deeggarsa barbaachisaa taasisanii hojicha milkeessuun qabsoo farra malmmaltummaa keessatti gahee isaanii akka bahatan dhaamsa dabarsaniiru.
Maddi :- KNFMNO

Photos from Oromia Ethics and Ant-Corruption Commission Ambo-Waliso branch office's post 16/11/2023

(KNFMNO, Sadaasa 06/2016, Finfinnee)

Guyyaan Farra Malaammaltummaa Bara Kanaa Dambalii Uummataa Uumuun Ni Kabajama.

Guyyaan Farra Malaammaltummaa bara kana akka addunyaatti yeroo 20ffaaf, akka biyyaatti yeroo 19ffaaf fi akka naannoo keenyaatti yeroo 18ffaaf dhaadannoo'' Malaammaltummaan Diina Waloo Keenyaa Waan Ta'eef Gamtaan Irratti Haa Qabsoofnu !!'jedhuun Sadaasa 15-30/2016 tti manneen hojii sadarkaa naannoo, bulchiinsa godinaalee, magaalotaa fi aanaalee akkasumas manneen barnootaafi koolleejjiwwan keessaatti bifa ho'aa ta'ee fi dambalii uummataa uumuu danda'uun ni kabajama.

Guyyaa kana yoo yaadannu hundumiti keenya bakka nu ilaallatuutti gahee keenya gahumsaan bahachuun qabsicha milkeessuuf irra deebinee waadaa ofii galuu qabna.

Haaluma kanaan,

A. Hooggantoonni:

1.Ofii fakkeenya ta'uun qabeenya mootummaa fi uummataa sektera isaanii eeguu, kunuunsuufi malaammaltummaa irraa tiksuu,

2.Caasaaleen isaaniin hoogganaman tajaajila si'ataa, qulqulluu, haqa qabeessaa, iftoomina qabuufi malaammaltummaa irraa bilisa ta'e akka kennaniif hordoffiifi deeggarsa barbaachisu taasisu,

3.Kenninsi tajaajilaa mana hojii isaanii karaa seeraa, labsiifi qajeelfama jiru eeggateen akka raawwatamu gochuun hojimaatilee malaammaltummaafi hojimaata badaaf qaawwaa banan duuchaa deemuu

B. Ogeessonni:

1.Naamusa ogummaa isaanii kabajuun tajaajila saffisaa, qululluu, haqa qabeessaa fi malaamaltummaa irraa bilisa ta'e lammiileef kennuun aantummaa uummataaf qaban mirkaneessuu

C. Uummata:

1.Lammiileen hundi mirga tajaajila argachuu qaban waan ta'eef mirga isaanii maallaqaan bitachuu irraa of qusachuu.,

2.Qabeenya uummataafi mootummaa irratti yakka malaammaltummaa raawwatamu yoo argan qaama dhimmi ilaallutti eeruu kennuun saaxiluu,

D.Maatii:

Maatiin daa'imman isaa safuu, duudhaa fi aadaa isaa barsiisuun naamusaan qaree guddisuun qabsoo malaammatummaa irratti taasisamaa jiru qindoominaan haa milkeessinu.
Maddii :- KNFMNO

Photos from Komishinii Naamusaa fi Farra Malaammaltummaa Oromiyaa's post 31/01/2022
08/10/2021

ተሿሚዎች ሌብነትን የሚጠየፉ፣ የሚዋጉና የሚያጠፉ መሆን አለባቸው፡- ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐብይ አህመድ
=====================
(ፌ.ሥ.ፀ.ሙ.ኮ. መስከረም 27/2014 አዲስ አበባ)፡- አዲሱ የካቢኔ አባላት ሌብነትን/ሙስናን የሚጠየፉ፣ የሚዋጉና የሚያጠፉ መሆን እንዳለባቸው ጠቅላይ ሚኒስትር ዶ/ር ዐብይ አህመድ አሳሰቡ፡፡

ጠቅላይ ሚኒስትሩ የሚኒስትሮችን ሹመት ለኢ.ፌ.ዲ.ሪ የሕዝብ ተወካዮች ምክር ቤት ባቀረቡበት ወቅት እንደተናገሩት ተሿሚዎቹ የኢትዮጵያ አምባሳደሮች በመሆናቸው ኢትዮጵያ እና ኢትዮጵያውያንን ሳይለያዩ ማገልገል ይኖርባቸዋል።

“ሌብነት እና ልመና እያለ ሀገሪቷ ቀና ማለት አትችልም” ያሉት ጠቅላይ ሚኒስትሩ ኢትዮጵያን ለማገልገል ከባድ ኃላፊነት የወሰዱ ተሿሚዎች ሌብነት (ሙስና) ላይ ትኩረት አድርገው መስራት ይኖርባቸዋል ሲሉም ተደምጠዋል ፡፡

ጠቅላይ ሚኒስትሩ አክለውም ሁላችንም ድርብ ኃላፊነት እንዳለብን አውቀን በጋራ ለሀገር ብልጽግና የምንሰራ መሆን አለበት ብለዋል።

Photos from Federal Ethics and Anti-Corruption Commission's post 06/10/2021
30/09/2021

ኡጋንዳዊው የሂሳብ ሰራተኛ በከባድ የሙስና ወንጀል የ40 ዓመት እስርና የገንዘብ ቅጠት ተፈረደበት
===================
(ፌ.ሥ.ፀ.ሙ.ኮ. መስከረም 18/2014 ዓ.ም አዲስ አበባ)፡- ኡጋንዳዊው የሂሳብ ሰራተኛ 26.4 ሚሊዮን ዶላር በማባከን በፈጸመው ከባድ የሙስና ወንጀል የ40 ዓመት እስራትና የገንዘብ ቅጣት ተፈረደበት፡፡

ግለሰቡ በሀገሪቱ ጠቅላይ ሚኒስትር ጽ/ቤት ውስጥ የሒሳብ ሰራተኛ ሆነው ሲያገለግል በነበረበት ወቅት ከባድ የሙስና ወንጀል መፈፀሙ ተዘግቧል፡፡

ወንጀሉ የተፈጸመው በሀገሪቱ ሰሜናዊ ክፍል በጦርነት ምክንያት ለተጎዱት መልሶ ግንባታ የተሰበሰበን ገንዘብ እና ለተመሳሳይ ዓላማ ከተለያዩ አገሮች የተገኘ 26.4 ሚልዮን ዶላር ጋር ተያይዞ ነው፡፡ ግለሰቡም ይህንን ገንዘብ ለግል ጥቅም በማዋል አባክኗል በሚል በሀገሪቱ የሙስና ወንጀሎችን የሚመለከት ፍርድ ቤት ቅጣቱን ማስተላለፉ ታውቋል፡፡

የሂሳብ ሰራተኛው በተመዘበረ ገንዘብ ያስገነባው መኖርያ ቤት፣ የሙስና ወንጀል ፍሬ የሆኑ ቅንጡ መኪኖችና በብርበራ ወቅት በካሽ የተገኘ ገንዘብ በመንግስት እንዲወረሱ ፍርድ ቤቱ ውሳኔ ማስተላለፉም ተገልጿል፡፡

ተከሳሹ በፈፀመው ከባድ የሙስና ወንጀል በ40 ዓመት የእስራት እና በ5.4 ሚሊዮን ዶላር የገንዘብ ቅጣቶች እንዲቀጣ የሀገሪቱ ፍርድ ቤት መወሰኑን ዎች ዶግ የተባለ ድረ-ገፅ ዘግቧል፡፡

24/09/2021

Iftoomina fi Ittigaafatamummaa Dagaagsuun Malaammaltummaa haa dhabamsiisnu!

Want your organization to be the top-listed Government Service in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Ambo
Other Government Organizations in Ambo (show all)
Mana Murtii Aanaa Amboo:- Ambo Woreda Court Mana Murtii Aanaa Amboo:- Ambo Woreda Court
West Showa
Ambo, AMBO

Haqaaf Haqaan Haa Hojanu!

Waajjira Bulchinsa Godina shawaa Lixaa-West shoa zone administration office Waajjira Bulchinsa Godina shawaa Lixaa-West shoa zone administration office
Oromia Region
Ambo, TRUTH

Abbaan murtii Uummata! �Nagaan Uummata hundaaf �

Barsiisaan Abbaa Ogeessa Hundaati Barsiisaan Abbaa Ogeessa Hundaati
Ambo

Barsiisaan Ifa Addunyaati

Ambo university Ambo university
Ambo

Ambo university have three new branch campus! For ex .awaro campus (science & technology university these year (2008) may take 3000 engineering students!

Ambo Town Communication Office Ambo Town Communication Office
Ambo

Mootummaa fi uummata wal quunnamsiisuu fi yaa'isni odeeffannoo qulqulluu ta'e akka jiraatu gochuu.