Ñegessa Wætê

Ñegessa Wætê

Barsiisaan Ifa Addunyaati

Photos from FBC Afaan Oromoo's post 28/07/2024

Waaqayyo balaa tasaa nu haa oolchuu

28/07/2024

Jajjabinni haa ta'uufii!!

24/07/2024

Melkam idil yihunilachew

በፓሪስ 2024 ኦሎምፒክ ለሚሳተፉ ጀግኖች አትሌቶቻችን መልካም ዕድል እንመኛለን!

ድል የሀገራችን ሥም ከፍ አድርገው ለሚያስጠሩ ጀግኖች አትሌቶቻችን!!

#አረንጓዴውጎርፍ

18/07/2024

Photos from Ñegessa Wætê's post 13/07/2024

Wanti kaleessa galagala Godina Jimmaatti sagaleen dhagahamee, hawaa keessaa bu'e jedhamaa jiru, ija saayinsiitiin yoo ilaalamu!

jechuun maali?

Meetiyooraayitiin dhagaa ykn sibiilota hawaa irraa dhufanii imala isaanii hawaa keessaa lubbuun hafanii lafa ga'aniidha. Qaamota gurguddoo kanneen akka astirooyidii, koomeetii ykn meetirooyidii irraa maddan. Wantoonni kun yeroo qilleensa lafaa keessa seenan meetiroo jedhamu. Yoo ho’aa fi wal-nyaatinsa cimaa irraa lubbuun hafanii lafarra bu’an, "meetirooyitii" jedhamanii waamamu.

💐Gosoota Meetirooyitii.
Meetirooyitoonni gosa gurguddoo sadiitti ramadamu.
1. Meetirooyitii Dhagaa: Irra caalaa albuuda siliikeetii irraa kan ijaarame.
2. Meetirooyitii Sibiilaa: Irra caalaa sibiilaa fi niikeelii irraa kan ijaarame.
3. Meetirooyitii Dhagaa-Sibiilaa: Albuuda sibiilaa fi silikeetii baay’ee kan of keessaa qabu.

💐Miidhaa Meetirooyitiin uumu sadan.

👉Meetirooyitoota Xixiqqaa: Yeroo baay'ee qilleensa keessatti gubachuun miidhaa xiqqaa ykn homaa hin geessisu. Yoo gubbaa gahan yeroo baay’ee boolla xixiqqoo uumu.

👉Meetirooyitii Giddugaleessaa: Bakka dhiibbaa fi anniisaa irratti hundaa’uun ibiddaa fi barbadaa’uu gamoo dabalatee miidhaa guddaa geessisuu danda’a.
👉 Meetirooyitii Gurguddoo: Miidhaa balaa geessisuu, boolla gurguddaa uumuu, ibidda jalqabsiisuu fi yeroodhaaf haala qilleensaa jijjiiruu danda'u.

Kanaafuu taateen uumame jedhamu kan uumamuu danda'uu fi akka addunyaatti guyyaatti meetirooyitii 10-15 akka lafa bu'an ragaan astroonoomii ameerikaa ni ibsa.
Nagaadha. Kun taatee dhalachuu danda'uudha.

John Ahmed AbaMilki irraa.

09/07/2024

Amma Rakkoo Network tana eenyuutti iyyanna?

06/07/2024
Photos from Ñegessa Wætê's post 21/06/2024

!

Photos from Ñegessa Wætê's post 15/06/2024

Raawwachiisu Hundeeffame.
--------------------
BBO- 07/10/2016 Cabiinsa barnootaa akka biyyaafi naannootti qunname fayyisuuf hojiiwwan ciccimoo akka MNO hojjataman keessaa tokko Gumii Tiraansiformeeshiinii Barnootaa Oromiyaa hundeessuun hojii ijoo ture.
GTBO sadarkaa Naannootti kan Pirezidaantii Naannoo keenyaatiin hogganamu yoo ta'u. barreessaan immoo hogganaa Biiroo Barnootaa ta'ee, hogganaa Paartii Badhaadhinaa dabalatee miseensotni adda addaa kan keessatti argaman ta' uun beekamaadha.

GTBO akkuma hundaa'een hojiiwwan qulqullina barnootaa naannoo keenyaa fooyyessuu danda'an, rakkoowwan bu'uura irraa hiikuu danda'an jedhamanii amanaman qabxii 8 hatattamaan hojiirra oolchuuf Magaalaa Adaamaatti gaafa guyyaa 16/03/2016 murtee dabarseera.

Qabxiilee 8 keessaa tokko. Barsiisotaa mana jireenya magaalota keessaa hinqabneef hatattamaan lafti mana jireenyaa akka kennamuuf kan jedhu ture.
Bu'uuruma kanaan Motummaan Naannoo Oromiyaa guyyaa 26/06/2016 lakk. Xalayaa 02/Dh-19/152 barreesseen barsiisota mana jireenya hinqabneef lafti mana jireenyaa irratti ijaarratan akka kennamu jechuun Biiroo Lafaa Oromiyaatiif kan beeksise yoo ta'u, Biiroon lafaatis waajjira lafaa magaalaafi godinoota Oromiyaa keessatti argaman hundaaf gaafa 09/07/2016 lakk. xalayaa BLO/L - 01/2612, waajjira lafaa magaalaa 23fi waajjira lafaa godinaa 21f xalayaa barreesseen lafa mana jireenyaa barsiisotaaf akka kennan qajeelfama dabarsuun ni yaadatama.

Kanuma bu'uureeffachuun hanga har'aatti waajjirri lafaa magaalotaa 05fi waajjirri lafaa godinoota 13 qofa qajeelfama Mootumnaan Naannoo Oromiyaa dabarse kabajuun hojiirra kan oolchan yoo ta'u, magaalaa 18fi godinni 08 hanga guyyaa har'aatti qajeelfama Mootummaan keenya dabarse hojiirra oolchuu hindandeenye/fedhii dhabuu/ irraa kan ka'e rakkoo mana jireenya barsiisotaa furuu hin dandeenye.

14/06/2024

Baga waaqayyo kanaan si gahe!
Jabaa keenya kutannoo fi murannoo dirree barnootaa keessatti taasisaa turte harkatti qabattee hawaasa tajaajiluuf qophaa'uu kee arguu caalaa wanni nama gammachiisu hin jiru.
🎉🎉 Congratulations 🎉🎉🎉

14/06/2024

Teeleen kuufama barsiisotaa kan jedhu akaakuu kuufamootaatti dabaltee jirt.galatoom jennuunii?

14/06/2024

በመጪው ዓመት ዩኒቨርሲቲዎች ከመስከረም አጋማሽ ጀምሮ ትምህርት እንዲጀምሩ ለማድረግ እየተሰራ ነው - ብርሃኑ ነጋ (ፕ/ር)

ሰኔ 7/2016 (አዲስ ዋልታ) በመጪው ዓመት ዩኒቨርሲቲዎች ከመስከረም አጋማሽ ጀምሮ ትምህርት እንዲጀምሩ ማድረግ የሚያስችሉ ተግባራት እየተከናወኑ መሆኑን የትምህርት ሚኒስትሩ ብርሃኑ ነጋ (ፕ/ር) ገለጹ።

የበጀት ዓመቱ የመጨረሻ የ100 ቀናት አፈጻጸም ግምገማ ጠቅላይ ሚኒስትር ዐቢይ አሕመድ (ዶ/ር) በተገኙበት ተካሂዷል።

በመድረኩም የትምህርት ሚኒስቴር አፈፃፀም በስፋት ውይይት የተደረገበት መሆኑን የትምህርት ሚኒስትሩ ገልጸዋል።

በ2016 በጀት ዓመት ከማኅበረሰቡ በተገኘ ድጋፍ በትምህርት ለትውልድ መርኃ ግብር 22 ሺሕ የሚደርሱ የአዳዲስ ትምህርት ቤቶች ግንባታና ጥገና መከናወኑን አስታውቀዋል።

በተለይም ለተማሪዎች የሚሰጠው የሪሚዲያል ፈተና መጀመሩን በማስታወቅ በሚቀጥሉት ሁለት ሳምንታት የዩኒቨርሲቲ ተማሪዎች የመውጫ ፈተና መሰጠት እንደሚጀምር ተናግረዋል።

ሐምሌ መጀመሪያ አካባቢ የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና መሰጠት እንደሚጀመር በማስታወቅ ፈተናውን የተሳለጠ ለማድረግ ለፈታኝ መምህራን በቂ ሥልጠና እየሰተጠ መሆኑንም ገልጸዋል።

ዘንድሮው የ12ኛ ክፍል መልቀቂያ ፈተና በወረቀትና በኦንላይን የሚሰጥ መሆኑን ተከትሎ ለዚህ የሚረዳ በቂ ዝግጅት መደረጉን ተናግረዋል።

ሚኒስቴሩ በበጀት ዓመቱ ከያዛቸው ከፍተኛ ተግባራት አንዱ በሆነው የመምህራን ሥልጠና በክረምት ወራት 62 ሺህ መምህራንን በሚያስተምሩት ትምህርት እና የማስተማር ሥነ ዘዴ ዙሪያ ሥልጠና መስጠት የሚያስችለውን ዝግጅት ማጠናቀቁን አስታውቀዋል።

ለመምህራኑ የሚሰጠው ሥልጠና ችሎታቸውን ለማጠናከርና መመዘን የሚያስችል በመሆኑ ከሥልጠናው ማጠቃለያ በኋላ ምዘናውን በብቃት ላለፉ መምህራን የማረጋገጫ ሰርተፍኬት እንደሚሰጥ አረጋግጠዋል።

ሚኒስቴሩ በክረምት ከያዛቸው ሥራዎች መካከል የዩኒቨርሲቲዎች ዕድሳት ሥራ አንዱ በመሆኑ ተግባሩ ተጠናክሮ ይቀጥላል ማለታቸውን ኢዜአ ዘግቧል።

በመጪው ዓመት ዩኒቨርሲቲዎች ከመስከረም አጋማሽ ጀምሮ ትምህርት እንዲጀምሩ ማድረግ የሚያስችሉ ተግባራት በስፋት እየተከናወኑ እንደሚገኙም አክለዋል።

የመጽሐፍት ሥርጭትን በተመለከተ አሁን ላይ ጥምርታውን አንድ መጽሃፍ ለሶስት ተማሪ ማድረስ መቻሉን አንስተዋል።

በቀጣይ ሁለት ወራት ሚኒስቴሩ ያዘዛቸው መጽሃፍት ወደ ሀገር የሚገቡ በመሆኑ በ2017 ዓ.ም የትምህርት ዘመን ከሞላ ጎደል ለእያንዳንዱ ተማሪ አንድ አንድ መጽሃፍ ማዳረስ እንችላለን ሲሉ ገልጸዋል።

የዩኒቨርሲቲዎችን ራስ ገዝ መሆንና መልሶ ማደራጀት በተመለከተም የተጀመሩ ሥራዎች ተጠናክረው መቀጠላቸውን አስታውቀዋል።

ከዩኒቨርሲቲዎች አስተዳደር ጋር ተያይዞ የሚነሱ የመልካም አስተዳደር ችግሮችን ለመቅረፍ እንቅስቃሴ መጀመሩን ሚኒስትሩ አረጋግጠዋል።

14/06/2024

Aanaleen keenyaa hundi akkam jirtu? Yeroo amma akkuma beekamu Weerarii tokko tokko muldhaacha akka jiru wantooti argisiisan waan jiruuf jecha Xalayaa isiin maxxansiinee kan fayyadama Bulchinsi Aanaa hundi Qophii akka Taasisu fi qorichoota barbaachiso akka bitaaman gochuun barbaachisaadha kanaaf xalayaa kan print gochuudhaan wajjiraa Bulchinsa Aanalee biraan dhaqqabsuun marii gaggeessuun waan irraa geesaan akka nu beeksiistan.

13/06/2024

Qabu Kallattiin Kaa'ame.
-------------------
BBO- Waxabajjii 06/2016 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barsiisotaafi Hoggansa Manneen Barnootaa madaallii gahumsa ogummaa barsiisummaafi hogganummaa fudhachuuf fedhiin galmaa'an 24,703fi 8,816 ; 33, 519 13/10/2016, buufata qormaataa 192 keessatti qormaata kennuuf kan qophaa'e ta'uu kanaan dura beeksisuun ni yaadatama.

Kanuma bu'uureeffachuun, qormaatni madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisummaa kun kaayyoo barbaadameef galmaan gahuu akka danda'u qulqullinaafi karaa iftoomina qabuun akka kennamu hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo ogeeyyota qormaata kennuuf bobba'aniif kallattii kennaniiru.
Kaayyoon Qormaata Gahumsa Ogummaa Barsiisummaafi
- Gahumsa Ogummaa Barsiisummaa barsiisotaafi gahumsa hogganummaa hoggantoota MB mirkaneessuuf

- Gahumsa Ogummaa qabanitti fayyadamuun barachuu barattootaa fooyyessuu akka danda'an,
- Istaandardii gahumsa ogummaan gaafatuun qulqullina barnootaa mirkaneessuu akka danda'an,
-Sadarkaa Gahumsa Ogummaa isaanii beekuun yeroo yeroon guddifachaafi fooyyeffachaa akka deeman gochuuf
- Barsiisaafi hogganaa MB gahumsa ogummaa isaanii adda baasuun kanneen qormaata darbaniif heyyama ogummaa kennuuf gargaara.
, Qormaatni Madaallii Gahumsa Ogummaa Barsiisummaafi HMB hojii qulqullina barnootaa mirkaneessuuf Biiroon Barnootaa Oromiyaafi Mootummaan Naannoo Oromiyaa xiyyeeffannoo kennee irratti hojjataa jiru keessaa tokko waan ta'eef qaamni dhaloota egereetiif yaadu hundi gahee isaa bahuu akka qabu kan Dr. Tolaan, qormaatni gahumsa ogummaa kun dabaree dabareen barsiisotaafi hoggansa mb hunda bira waan gahuuf barsiisotniifi HMB hundi gamanumaa akka qophaa'uu qaban dhaamsa dabarsaniiru.

Photos from Ñegessa Wætê's post 12/06/2024

Barattoota keenya milkaa'ina olaanaan isin eegna!💯🎉

12/06/2024

Maanguddoo ganna 75tti qormaata kutaa 8ffaa qoraman

04, 2016

Obbo Hayiluu Lammaa jedhamu, Jiraataa magaalaa Finfinneeti. Bara kana ganna 75ffaa isaaniitti yeroo 2ffaaf qormaata kutaa 8ffaa fudhataa jiru.

Obbo Hayiluun bara darbe ijoollee akaakayyuu ta'aniif waliin qormaata kana yeroo fudhatan AMN dubbisee ture. "Hagan milkaa'utti inuman qorama" jedhanii turan.

Baranas yeroo isaan irra deebiin qoraman AMN argee dubbiseera.

Obbo Lammaan duraan barnootni maal waa'ee baasa jedhanii tuffatu turani. Umrii isaanii ganna 19tti Harargee irraa Finfinnee erga dhufaniis barnoota hin hordofne. Kun isaaniif gaabbiidha.

"Dhaloota kiyya biraa hafuun dhugumatti garaa na nyaate. Warri kiyya 'lakkii tamaari' naan jedhu ture. An qonnan jaaladha, taphan jaalladha" jedhan.

Gaabbiin hafuun moo'amuu ta'uu kan hubatan Maanguddoon kun umrii itti namoonni sooramaan mana taa'anitti isaan kutaa 8 irraa 9tti ce'uuf wal'aansoo cimaa qabatanii jiru.

"Amma yoon du'ellee nan gaabbisiisu" jechuun barnoota akka itti fufan dubbataniiru.

Leensaa Hordofaatiin

10/06/2024

Safuudha abboo

.

Achi buuteen Xiyyaara Itti aanaa Pireezidaantii Maalaawii fe'ee balali'aa turee dhabame.

Itti aanaa Pirezidaantii Malaawii dabalatee Qondaaltonni paartii Xiyyaara kana keessa akka jiran ibsameera. Silaa Xiyyaarichi ganama hardhaa saatii 4tti qubata ture. Haa ta'uu malee hanga ammaatti achi buuteen Xiyyaara kanaa dhabamuu gabaassi bbc irraa arganne ni muldhisa.

10/06/2024

Leenca dhiiraati💪💪

Photos from Ñegessa Wætê's post 10/06/2024

Kun simannaa jalqabbii hojii daandii asphaaltii Dillaa-Haroo Waaccuuti.
*Galatoom malee maal jenna ree🙏👏🙏

10/06/2024

BARSIISOTA MGO BUUFATA URAAGAATTI FUDHATTAN HUNDAAF
✍️QORMAANNI GAAFA 13/10/2016 GANAMA SA'AATII 4:00 TTI WAAN KENNAMUUF QOPHAA'AA!!

Want your organization to be the top-listed Government Service in Ambo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Address

Ambo
Other Government Organizations in Ambo (show all)
Mana Murtii Aanaa Amboo:- Ambo Woreda Court Mana Murtii Aanaa Amboo:- Ambo Woreda Court
West Showa
Ambo, AMBO

Haqaaf Haqaan Haa Hojanu!

Waajjira Bulchinsa Godina shawaa Lixaa-West shoa zone administration office Waajjira Bulchinsa Godina shawaa Lixaa-West shoa zone administration office
Oromia Region
Ambo, TRUTH

Abbaan murtii Uummata! �Nagaan Uummata hundaaf �

Ambo university Ambo university
Ambo

Ambo university have three new branch campus! For ex .awaro campus (science & technology university these year (2008) may take 3000 engineering students!

Ambo Town Communication Office Ambo Town Communication Office
Ambo

Mootummaa fi uummata wal quunnamsiisuu fi yaa'isni odeeffannoo qulqulluu ta'e akka jiraatu gochuu.