Koominikeshinii Bulchiinsa Magaalaa Baroodaa

Koominikeshinii Bulchiinsa Magaalaa Baroodaa

You may also like

Kamoo
Kamoo
Blaa blaa blaa 3
Blaa blaa blaa 3

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Koominikeshinii Bulchiinsa Magaalaa Baroodaa, Blogger, Baroodaa, Harer.

Profile pictures 21/06/2023
21/06/2023
Photos from Hararghe pictures's post 07/06/2023
07/06/2023

Na aarsuf suuraa edit gootanii natti ergitanii😂😂😂🙄

Kana 👊 nyaattu🙄

Suuraa sirriitti bareechitanii bilbila keessaniin edit gochuuf app kana bilbila keessanirratti buufadhaa!
https://ch2.hojii.net/2023/05/24/best-photo-shooting-app/

07/06/2023

An teessani oro 💘💘

07/06/2023
Photos from Shimelis Abdisa's post 07/06/2023
04/04/2023

Akkam Jirtuu nagaa keessaani Ustaasa keenya Raayyaa Abba Maccaa?Baga nagaa tatan Nuti Hawwaasni Oromoo Khaartuum Sudaan keessaati Ummaata keenyaa Booranaa hongeedhan midhaamaniif Haala rakkisa keessa osoo jirru ,Mallaaqaa Sudaani armaan gadii sassaabun galii tassiisani jiru.

ISAANIS
1,ffaa Afooshaa Oromoo Jireef fi Waldoota kirstaanaa dabalatee qarshii Sudaani kuma 660,000
2, ffaa Afooshaa Arkuuweeti qarshii Sudaani kuma 480,000
3, ffaa Afooshaa Hajii Yuusuf qarshii Sudaani kuma 120,000 galii tasiisaniru.
Walii gala qarshii Sudaani 1,260,000 dha.yammuu gara qarshii Itiyoopiyaati jijjiiramu kuma 213,559,00 dha.
Kana qilleensaa irra akka nuuf olchitanii kabajaan isiin gaafanna.
Dabalata warreen Midiyaa adda addaa irratis Uummaata keenya Sudaan keessaati sababaa waraaqa jireenya hin qabneef karaa motuummaa Sudaanin dararaa adda addaa irra gaha waan jiruufi namootni sagaleen keessaan dhageeti qabdan akka sagalee nuuf tataan kabajaan isiin gaafanna.midiyaa keessaafi kan bira irra illee akka nuuf olchitaan dhamsa Ummaata Oromoo Sudaan jiraatu maraati.

Photos from Riyaad Abdallah's post 04/04/2023
04/04/2023

March 21
Guyyaa Walaloo Addunyaa
(World Poetry Day)

Ergan tokko jedhee walaloo barreessuu jalqabee waggaa 18 ta’eera. Gaafan dura jalqabu, maalirraa akkan jalqabuufi akkamitti akkan jalqabu hin beekun ture. Fedhiifi xiiqii qofan qaba. Walaloon barreessa jedheen maatii koo kadhadhee dabtara abbaa qola 32 bichisiifadhe. Utuun walaloo toora qabu tokko hin barreessiin dabtarri sun na jalaa dhume. Booda dabtaruma barnootaarrattin karaa duubaa galagalchee barreessuu jalqabe.

Ergan xiqqoo karaarra bu’eemmoo nama na dhaggeeffatun dhabe. Nama lama, nama sadii gaafan argu walaloon isiniif dubbisa jedheen kadhadha. Sagantaan wayii gaafa jiru, “Adaraa carraa naaf kennaa” jedheen kadhadha. Carraa naaf kennaa jedhee gaafadhee dhiisuu didnaan, “Mucaan kun sammuunsaa sirrii miti” naan jedhamee beeka. Dorgommii walaloo nama 25 waliin dorgomee ergan 1ffaa ba’ee, “Waan nuti jenne itti dabaluu didde” jedhamee sagantaarraa haqamee beeka. Garuu kaayyoofi mul’ata koorraa abdii kutee hin beeku.

Ergan Finfinnee dhufee, ergan namaan wal barees sababuman walaloo barreessuuf waan baay’ee keessan darbe. Dorsiisa addaa addaa addaa kaasee hanga hidhaatti! Quba koo ‘maqasii’ gidduu galchuurraa kaasee hanga qaama qullaa na dhaabachiisanii sa’atii dheeraa na gidirsuutti…! Kana akkan waan aarsaa guddaa kaffaleetti dubbachuuf utuu hin taane kaayyoo koorraa duubatti deebi’uu akkan dide isinitti himuufi! Rakkoon kamillee na mudatu dhugaa saba koo Oromoofi Oromiyaa, haqa haadha hiyyeessaa walaloodhaan dubbachuurraa duubatti deebi’uu nan dide!

Waan hunda keessa darbee akkan itti fufu, akkan jabaadhu kan na godhe Waaqayyo jalatti jaalalaafi kabaja uummata kooti. Bakkan dadhabetti na jabeessitanii, bakkan laafetti humnaafi hamilee naaf taatanii, na deeggartanii asiin na geessan! Ani beekumsaafi hubannaa tokko hin qabu. Fedhii qofan qaba. Hanga har’aattis barnoota walaloofi aartii homaa hin baranne. Akka ilma Oromoo tokkotti gahee koo gumaachuuf jedheen malee ilaalchaafi beekumsa addaa qabaadheen walaloo barreessa miti. Yoon dogoggore na gorsaa, yoon wallaale na barsiisaa!

Yeroo hunda humnaafi hamilee waan naaf taataniif, waan na jabeessitaniif ulfaadhaa, galatoomaa Oromoo koo!

Photos from Anas Ibrahim's post 04/04/2023
Photos from Mana Qopheessaa Magaalaa Baroodaa's post 04/04/2023
Photos from Mana Qopheessaa Magaalaa Baroodaa's post 22/03/2022

Gareen kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Baroodaa hundaa'ee jira
Gareen kubbaa Miilaa Magaalaa Baroodaa kana Bulchiinsi Magaalaa Baroodaa keessattuu Kantiibaan Magaalaa Baroodaa kabajamoo obbo Iliyaas Callisaa Isin cinaan jira jechuun Dargaggoota Magaalaa Baroodaa kana jajjabeessuu isaaniitti hedduu galatoomfanna

Photos from Mana Qopheessaa Magaalaa Baroodaa's post 22/03/2022

Godina Harargee Bahaa Magaalaa Baroodaa keessatti Rakkoon Bishaan dhugaatii yeroo dheeraaf ture Fi Bishaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Qarshii miliyoona dhibbaa oliin Fi Deeggarsa Ummataan hojjatame ifaa Elektirikii dhabuun yeroo dheeraaf lafarra hirkifachaa ture Qindoomina Bulchiinsa Magaalaa Baroodaa Kantiibaa Magaalaa Boroodaa Iliyaas Callisaa Fi Manguddoonni Magaalaa Baroodaa Oromiyaa dhaquun furmaata hatattamaa argatan
Hawaasni Magaalaa Baroodaa hundi
Baga Gammaddan
Baga Gammanne

21/03/2022

Congratulations

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Harer?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Category

Telephone

Website

Address

Baroodaa
Harer
Other Bloggers in Harer (show all)
Bilisummaa Olaanaa Tarreessa Bilisummaa Olaanaa Tarreessa
Harer

We need freedom

Waajjira Bulchinsa Aanaa Qumbii Waajjira Bulchinsa Aanaa Qumbii
Oromia, Itoophiyaa
Harer, 04

Bu'urri Jireenyaa Nageenyaa Fi Jaalala! Hojjannee Of Jijjiiruu Fi Ummata Jijjiiruuf Kutannoon Hojjanna!

Fugug talent Fugug talent
Harer, 1234

Fugug talent

Arefat Abdisha Arefat Abdisha
8442+5RM Gelmeshira Condominium, Gelmeshra
Harer, 1578

Obsa qabaadhu. Wanti hundi jalqaba irratti ni ulfaata.🥰😍🥰😍🤩💖

Jechoota Hayyoota Jechoota Hayyoota
Harer

jechoota kaka'umsa

Waaqoo Bareentoo Waaqoo Bareentoo
Eto, Oromia
Harer, 1221

oromiyaa ni ijaarra

Mesfintour Mesfintour
Harer, 33

Image of Ethiopia