Zaad al-Masiir: Wirtuu Qu'annoowwan Qur'aanaa fi Kunuunsa Mus'hafaa

Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Zaad al-Masiir: Wirtuu Qu'annoowwan Qur'aanaa fi Kunuunsa Mus'hafaa, Charitable organisation, Addis Ababa.

09/04/2022

የረመዷን ቀን 8 ጥያቄዎች።

08/04/2022

Gaaffiiwwn Ramadaanaa:

1. Qur'aana keessatti aayaan dheertuun suuraa tam keessatti argamti

2. Suuraadhan Harfiin jalqaban meeqa?

3. Suuraawwan Alhamdulillaah jedhanii jalqaban meeqa?

የረመዷን 7 ጥያቄዎች
١ في أي سورة نجد الآية الطويلة في القران
٢ كم سورة من القران تبدأ بالحروف المقطعة
٣ كم سورة تبدأ بالحمد لله
٤ أذكر الجميع

07/11/2021
Al Quran (Tafsir & by Word) | Greentech Apps Foundation 06/01/2021

Al-Ikhlas 112:1-4
(1) قُلْ هُوَ ٱللَّهُ أَحَدٌ
(2) ٱللَّهُ ٱلصَّمَدُ
(3) لَمْ يَلِدْ وَلَمْ يُولَدْ
(4) وَلَمْ يَكُن لَّهُۥ كُفُوًا أَحَدٌۢ

English - Sahih International

(1) Say, "He is Allah, [who is] One,
(2) Allah, the Eternal Refuge.
(3) He neither begets nor is born,
(4) Nor is there to Him any equivalent."

Oromo - Ghali Apapur Apaghuna

(1) Jedhi: "Inni Allaah (gabbaramaa dhugaa) tokkicha.
(2) Allaahiin hirkoo waa hundaati.
(3) Hin dhalle hin dhalannes.
(4) Hiriyaan tokkoos isaaf hin taane.”

Amharic - Sadiq/Sani Habib

(1) በል «እርሱ አላህ አንድ ነው፡፡
(2) «አላህ (የሁሉ) መጠጊያ ነው፡፡
(3) «አልወለደም፤ አልተወለደምም፡፡
(4) «ለእርሱም አንድም ብጤ የለውም፡፡»

Al Quran (Tafsir & by Word) | Greentech Apps Foundation Alhamdulillah. Al Quran (Tafsir & by Word) is a Quran study tool for all. It provides verse by verse audio playback with repeat functions, Tafsir Ibn Kathir, Color Coded Tajweed, word by word Analysis and Translations, Index of Quran, note-taking, custom bookmarks and Notes with sync, powerful searc...

08/10/2020

Madaala Dinagdeefi fi Humna qabaachuu Qur'aana keessatti.!
••••••••••••••••••••√√√
Bokkaan walitti fufaan madda dinagdeeti.
Humna qabanirratti Humna qabanirratti humna namaa dabaluun namaa kenna.

Kuni hundi kan argamuun
¶ 1ffaa- Rabbi araarfachuuni.
¶ 2ffaa- gara isaatti, ajaja isaatti, qajeelfamaa fi amantii isaatti deebi'uudhaani.

Rabbi Qur'aana keessatti Suuraa Huud 11:52 irratti akkas jedha:

وَيَٰقَوْمِ ٱسْتَغْفِرُوا۟ رَبَّكُمْ ثُمَّ تُوبُوٓا۟ إِلَيْهِ يُرْسِلِ ٱلسَّمَآءَ عَلَيْكُم مِّدْرَارًا وَيَزِدْكُمْ قُوَّةً إِلَىٰ قُوَّتِكُمْ وَلَا تَتَوَلَّوْا۟ مُجْرِمِينَ

Hiikkaan keeyyatichaa:-

(( Yaa ummata kiyya! Gooftaa keessan araarama kadhaa, ergasii gara Isaatti tawbaa deebi’aa; Bokkaa walitti dhaabbataa godhee isiniif ergaa; Humna keessan irrattis humna isiniif dabalaa. Yakkamtoota taatanii irraa gara hin galinaa.”))

19/06/2020

Assalaamu Aleeykum Warahmatullaah Wabarakaatuh

Obboleeyyan koo kan Islaamaa hundi keessan

➡ Warroonni Qur'aana jaalattan

➡ Warroonni babal'inna Qur'aanaatiif futuna qabdan

➡ Warroonni rakkinna Mus'hafaa biyya keenna keessa jiru akka hir'atuuf dhamaatii qabdan

➡ Dhaloonni har'aa kan waan qabatuufi dhiisu wallaale Akka Qur'aanatti deebi'ee Qur'aanaan wal baru warri barbaaddan

➡ Kheeyriin Qur'aanaan wal qabattu akka dhaloota qubee keessa akka babal'attu warroonni barbaaddan

Page hojiin inni karoorfatee ka'e akka biyya keennaatti adda ta'e kana; kan ergamni inni kaayate dhalootaa fi Qur'aana walitti hidhuu ta'e kana

Like
Share
Invite friend

Godhuun Facebook fi social media fayyadamtan kamirrattuu nuuf beeksisaa.

Galata nama Qur'aanaa Raabsee argadhaa.

Isiniin namni Jaalala Qur'aanaa haa dhandhamu.

21/01/2020

Tola Rabbii:-

{ قُلْ بِفَضْلِ ٱللَّهِ وَبِرَحْمَتِهِۦ فَبِذَٰلِكَ فَلْيَفْرَحُوا۟ هُوَ خَيْرٌ مِّمَّا يَجْمَعُون }

Hiikkaan isaa:

《“Tola Rabbiitiifi rahmata Isaatiin (qur'aanni Isin irratti buufame); Isa sanitti haa gammadan, Isatu waan isaan walitti qaban irra caalaadha." Jedhi.》 [Yunus 10:58]

●Tolli Rabbii Qur'aana
●Rahmanni isaa warra isaarraa nu taasisuudha.

[Abuu Sa'iid Al-Khudrii (RA) ]

Photos from Zaad al-Masiir: Wirtuu Qu'annoowwan Qur'aanaa fi Kunuunsa Mus'hafaa's post 04/11/2019

Milkiiwwan wiirtichi galmeesse:

Wirtichi erga hundeeffamee jalqabee karoorotaa fi sagantaawwan
muraasa jedhamuu hin dandeenye hedduu kan milkeesse yoo ta’u;
kanneen keessaayis akka fakkeenyaatti kanneen armaan gadii akka
mata dureetti tuquun ni danda’ama:-

■ Qur’aana kabajamaa firee kuma digdamaa ol maxxansiisuun
raabsee jira.
■ Tafsiira ‘mukhtasar’ jedhamu gara afaan Oromootti hiikuun
fayyadamtootaaf raabseera.
■ Mukhtasaruma kana gara Amaariffaatti hiikee xumuree mana
maxxansaatti argama.

Photos from Zaad al-Masiir: Wirtuu Qu'annoowwan Qur'aanaa fi Kunuunsa Mus'hafaa's post 04/11/2019

ZAAD AL-MASIIR:

Wirtuu addaa qu’annoo fi qorannoo Qur’aana kabjamaa fi
qu’annoowwan isatti rarra’an irratti Qulqullinnaaf dursa kennuun
hojjatuudha.

Mul’anni keenya:

Qur’aana kabajamaaf kunuunsa beekumsaa fi gochaan
deeggarame; kan birmadummmaa fi guddinna isaatiin madaalu
gochuudhaaf yeroo hunda dursinee argamuudha.

Ergamni keenya:

● Qur’aana kabajamaa afaanota Afrikaa garagaraatti
hiikuun kunuunsaa fi eeggumsa addaa taasisuu;
●Qu’annoowwan adda addaa Qur’aanaan wal-qabatan
qopheessuu ykn tarjamuu/hiikuu fi

● Qur’aana kabajamaa qulqullina isa madaaluun
maxxansuu fi raabsuudha.

Kaayyoon keenya:

▪Wirtuu qorannoo Damee leenjii qu’annoo Qur’aanaa fi
hiikaa (Tafsiira) Qur’aanaatiin beektota oomishuu
irratti xiyyeeffatee sirna-barnootaa cimaa bu’uura
godhate argamsiisuu.

▪Qur’aana kabajamaa maxxansa qulqullinaan kabajaa
isaa madaalu maxxansuu fi maxxansootas namoota
magaalotaa fi baadiyyaawwan hunda keessatti
rakkataniif raabsuu.

▪Qu’annoowwan waa’ee Qur’aanaa irratti taasifaman
akkaataa barbaachisummaa isaatiin gara afaan
naannootti hojii hiikuu hojjachuu.

▪Qur’aana kabajamaa fi qu’annoowwan isa waliin walitti
hidhata qaban gargaaruu fi jajjabeessuu.

▪Damee qu’annoo Qur’aanaa cimsuu fi guddisuuf
maloota teeknikaawoo ta’an diriirsuun; qilleensa
qorannoo fooyya’aa fi bu’a qabeessa ta’e uumuu.

▪Sagantaawwan damee leenjii adda addaa kan Qur’aanaa
fi qu’annoo isaatiin walitti hidhata qaban kamuu qopheessuu.

04/11/2019

ZAAD AL-MASIIR:

Wirtuu addaa qu’annoo fi qorannoo Qur’aana kabjamaa fi
qu’annoowwan isatti rarra’an irratti Qulqullinnaaf dursa kennuun
hojjatuudha.

Mul’anni keenya:

Qur’aana kabajamaaf kunuunsa beekumsaa fi gochaan
deeggarame; kan birmadummmaa fi guddinna isaatiin madaalu
gochuudhaaf yeroo hunda dursinee argamuudha.

Ergamni keenya:

● Qur’aana kabajamaa afaanota Afrikaa garagaraatti
hiikuun kunuunsaa fi eeggumsa addaa taasisuu;
●Qu’annoowwan adda addaa Qur’aanaan wal-qabatan
qopheessuu ykn tarjamuu/hiikuu fi

● Qur’aana kabajamaa qulqullina isa madaaluun
maxxansuu fi raabsuudha.

Kaayyoon keenya:

▪Wirtuu qorannoo Damee leenjii qu’annoo Qur’aanaa fi
hiikaa (Tafsiira) Qur’aanaatiin beektota oomishuu
irratti xiyyeeffatee sirna-barnootaa cimaa bu’uura
godhate argamsiisuu.

▪Qur’aana kabajamaa maxxansa qulqullinaan kabajaa
isaa madaalu maxxansuu fi maxxansootas namoota
magaalotaa fi baadiyyaawwan hunda keessatti
rakkataniif raabsuu.

▪Qu’annoowwan waa’ee Qur’aanaa irratti taasifaman
akkaataa barbaachisummaa isaatiin gara afaan
naannootti hojii hiikuu hojjachuu.

▪Qur’aana kabajamaa fi qu’annoowwan isa waliin walitti
hidhata qaban gargaaruu fi jajjabeessuu.

▪Damee qu’annoo Qur’aanaa cimsuu fi guddisuuf
maloota teeknikaawoo ta’an diriirsuun; qilleensa
qorannoo fooyya’aa fi bu’a qabeessa ta’e uumuu.

▪Sagantaawwan damee leenjii adda addaa kan Qur’aanaa
fi qu’annoo isaatiin walitti hidhata qaban kamuu qopheessuu.

Want your organization to be the top-listed Non Profit Organization in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address


Addis Ababa
Other Charity Organizations in Addis Ababa (show all)
imagine1day imagine1day
2Q3W+XV2 Imagine1day, Gabon Street
Addis Ababa, 1000

Educating people to transform themselves, their communities, and the world.

ናድቢስ ትዉልድ ናድቢስ ትዉልድ
Adiss Abeba
Addis Ababa

Organization for Welfare & Development in Action - OWDA Organization for Welfare & Development in Action - OWDA
Meskel Square , Lion Building , 9th Floor
Addis Ababa, 1502A.A

OWDA is a charity organization that Promotes conditions of sustainable human development through implementing programs on basic service delivery, economic opportunities, livelihood...

Women and Children Empowerment Organization-WCEO Women and Children Empowerment Organization-WCEO
Addis Ababa. Ethiopia
Addis Ababa

WCEO is Charity Society Organization (CSOs) founded to engage in empowering the community particularly women and children through designing different interventions that create econ...

Jaldu Page Jaldu Page
Addis Ababa, ###X

This page is where Jaldu Woreda people will share their ideas, views and discuss on what ever agendas raised

Relief Organization for South Sudan Addis Ababa, Ethiopia Relief Organization for South Sudan Addis Ababa, Ethiopia
Addis Ababa

To coordinate humanitarian assistance to save lives, restore dignity through psycho-socio rehabilita

waldah qurana waldah qurana
Addis Ababa, 1000

الجمعية الخيرية لخدمة القرآن في إثيوبيا �

ኑስራ የበጎ አድራጎት ድርጅት/ Nusra Charitable organization ኑስራ የበጎ አድራጎት ድርጅት/ Nusra Charitable organization
Mesalemia
Addis Ababa

በበጎነት ማህበረሰቡን እናብቃ!!

Spiritan Community Outreach Ethiopia - SCORE Spiritan Community Outreach Ethiopia - SCORE
SCORE A. A Office
Addis Ababa

We are part of 3000 Spiritans working in over 57 countries. We have been Serving in Ethiopia since 1972. We minister in areas for which the Church has difficulty in finding workers...

Abdellah Ibnu Umi Mekhtum-አብደላህ ኢብኑ ኡሚ መኽቱም Abdellah Ibnu Umi Mekhtum-አብደላህ ኢብኑ ኡሚ መኽቱም
Around 6kilo
Addis Ababa

Abdellah Ibnu Umi Mektum Qur’an Association is a certified religious non-governmental organization