๐˜๐˜ข๐˜ฒ๐˜ข๐˜ข ๐˜–๐˜ณ๐˜ฐ๐˜ฎ๐˜ฐ๐˜ฐ

I.m oromoo first

14/01/2022

Oromoon haa jiraatu

11/01/2022

I.m oromoo frist

Photos from ๐˜๐˜ข๐˜ฒ๐˜ข๐˜ข ๐˜–๐˜ณ๐˜ฐ๐˜ฎ๐˜ฐ๐˜ฐ's post 08/01/2022

Alhamdulilay gaalata rabbii baaga nagayan nuuf baata isiin qarayoo ijaa tenyatii

18/12/2021

Gootaa ko

01/08/2021

Goonni kenya jawwen wannii irraa hafee hin jirtuu dhaageefadha

31/05/2021

Dhaggeeffattoota keenyi Qophii keenya har'aa daqiiqaa muraasaa booda kan isiniif dhiheessinu ta'uu kabajaan isin beeksinsa!

31/05/2021

Seennaadhaf ol kenyaa Nii baffanna Guumma kee WBO Lubbuushe siif haa baasuu
waarraa Akkana dhiigaa ilmaan Oromoo itti
Qoossu kaana Gaaf Tokkoo Inuma milkaa'a
waa Akkanatii hiin Haafuu.

28/10/2020

Hujjiin Mootummaa Nafxanyaa kun Akana tahera

23/10/2020
21/10/2020

Page kana share walif goodha like follow godhadha

Photos from ๐˜๐˜ข๐˜ฒ๐˜ข๐˜ข ๐˜–๐˜ณ๐˜ฐ๐˜ฎ๐˜ฐ๐˜ฐ's post 21/10/2020

Umanni oromoo Akkuma waraana bilisummaa oromoo bira dhaabbachaa jiru kana daran Cimsee itti fufuu qaba.gareen maafiyaa nafxanyichaan hogganamu kaayyoon isaa inni guddaan ummata oromoo Cabsee nafxanyaa jala galchuu dha.kun ammoo abjuu dha .kana boodaa ummanni oromoo gatiittii ittiin nafxanyaa baatuu hin qabu.abjuun cundhuuraa abjuu ta'ee hafa.

Wbon haa lalisuu!

21/10/2020

Maandeellaan waggaa 27 boollatti hidhame.garuu bilisummaa arguu isa hin dhorkine.gootatu biyyasaatiif hidhamas du'as.kanaaf jaallan hidhaa jiran gootummaaf jabinatu itti dhagahama malee cabiinsi hamilee isaan bira hinjirtu.

Kanaafu umanni oromoo Hamileen isaa kan durii caalaa jabaatee itti fufuu qaba!

!!

21/10/2020

ijoollee pp warra bolokeettii jiidha cabsu yoo sitti fakkaatee dogoggorteetta.gaachana ummata oromoo fi oromiyaa waraana bilisummaa oromooti.of himuuf mit.

แŠฅแˆญแŒฅแ‰ฅ แ‰ฅแˆŽแŠฌแ‰ต แˆฐแ‰ฃแˆช แ‹จแ’แ’ แˆ›แˆˆแ‰ต แ‹จแŠแˆแŒ แŠ› แ‰ฐแˆ‹แˆ‹แŠช แŠจแˆ˜แˆฐแˆ‹แ‰น แ‰ฐแˆณแˆตแ‰ณแ‰ฝแŠ‹แˆ แขแ‹จแ‰ฐแŒจแ‰‹แŠ แˆ…แ‹แ‰ฆแ‰ฝ แŒ‹แˆปแ‹ แ‹จแŠฆแˆฎแˆž แŠแƒแŠแ‰ต แˆฐแˆซแ‹Šแ‰ต แŠฅแŠฎ แŠแ‹แข
แˆ‰แŠ แˆ‹แ‹Šแ‰ต แŠฆแˆฎแˆšแ‹ซ แŠฅแŠ•แŒˆแŠแ‰ฃแˆˆแŠ• !

๐Ÿ‘‰share

Photos from ๐˜๐˜ข๐˜ฒ๐˜ข๐˜ข ๐˜–๐˜ณ๐˜ฐ๐˜ฎ๐˜ฐ๐˜ฐ's post 21/10/2020

Odeesituun haa odeesitu Wbon ummata isaa waliin waan hojjechuu qabu hojjechaa jira.

Cundhuuraa bara wayyaannee lukeelee wayaannee bara kana ammoo lukeen nafaxanyaa taate.isheen lukeelee taatee itti fufti ishee(cundhuuraaf) gurra hin kennin!!

Share!!

21/10/2020

Gerarsa Akkan Namatti tolu jaban Natti kaus Rabbumanqaba

18/10/2020

Waronni nu qunamu barbadaan kesaaan kota

Want your organization to be the top-listed Government Service in Sodo?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Gootaa ko

Website

Address

Walagaa
S**o
01
Other Government Organizations in S**o (show all)