Advert Kush Art - ኣድቨርት ኩሽ አርት

The only thing that motovets the vast majority of people is only NAME AND FAME 🐑👨🏻‍💻

11/12/2023

1.Lemmaa Megersa❌
2.Milkeessaa Midheksaa❌
3.Taayyee Dandea ❌

4. ?

11/12/2023

Hojiin kuni kan weellisaa Abdiisaa siida jedhamuun hojjetamedha hojii walaloo fi yedaloo bareedaa cimaa wabudha eegaan isaas immoo vedio waliin caalatti miidhagee miira Nama hedduu hawwatee daawwatoota million hedduu argateera hojii awwaardiif dorgomuuf hafu otuun taane hojii awwaardii kana ni moohata jedhamee eeggamudha
1,Ulaagaa maaliitiin dorgommicha kana dorgomuu dadhabe!!???
2, moo wal beekuu award 🥇 jannee waamnu?
Waan personally isan beekneefi??

10/12/2023

Galaana Gaaromsaa

Sms OA 21 to 8222
Galaana Gaaromsaa
ODA Award/badhaasa ODAA

Photos from Advert Kush Art - ኣድቨርት ኩሽ አርት's post 10/12/2023

አማራ ባንክ በይቆጥቡ ይሸለሙ ፕሮግራም ለደረሰበት ኪሳራ ያሉት የቢሮ ቁሳቁሶች ወንበር : ጠረጴዛ : ኮምፒውተሮች : የፎቶኮፒ ማሽኖች : መኪኖች : ለባንክ ጥበቃ የዋሉ የጦር መሳሪያዎች ተሽጠው ገንዘቡ ለባለአክሲዎኖች ተመላሽ ሁኖ ባንኩ በኪሳራ በዝርፊና በቅንጡ የሽልማት መርሃግብር ለመጀመሪያ ጊዜ በታሪክ የተዘጋ ባንክ ሁኖ ይመዝገብ 😎

Lencho Gemechu-Walaabu-(official video) 10/12/2023

https://youtu.be/l64nSa9geXo?si=_UjjAnx6jlOAT-UO

Lencho Gemechu-Walaabu-(official video) Your #1 source for quality music & videos! SUBSCRIBE NOW! ❤️👆⬆👆⬆👆⬆👆⬆❤️Like | Share | Subscribe:Website: https://vision-ent.comFB: https://facebook.com/...

08/12/2023

Abbaa fi Ilmaan akkam das Nama godhaan bilah Alleeyka
Kemer Yousuf 🥰🥰🥰🙏

Photos from Advert Kush Art - ኣድቨርት ኩሽ አርት's post 06/12/2023

Badhaasa ODA Award/badhaasa ODAA keessaa maaliif hafan isaan kunii fii Artistoonni oromoo Buleeyyii fii Warri Amma Dhufaa Jiran?

Gaafii Ummataati...
Kan Filatu Ummata Malee isinii miti...
Kabajaan isin gaafataa Jirra Nuuti Ummanni Oromoo...
Ammas isin Ganda Safara Keessaa hin Baanee yaa Jarana?

05/12/2023

Jafar Yusuf🙏

Lafeen keenya cabe
Faayidan ala ta'e
Kaleen keenya citee
Qaama keenyaa ba'ee
Kichuun meeqa badee
Ijoollummaan du'e..

amma booda hoo..?

Kan kaleessa darbe
Seenaa ta'aa laata..?
Gaaffiin lammii hundaa
Deebii ni argataa?
Ajjeechaa fi hidhaan
Sabarraa dhaabbataa..?

04/12/2023

Sayyoo Mokonnin-Foolii
Irraan hafamuu Hin hafinaa🙏

ela tv - Yosan Getahun - Baala Gizee - New Ethiopian Oromo Music 2023 - ( Official Music Video ) 05/11/2023

ባለ ጊዜ....
የኦሮሞ ህዝብ ሙዚቃ ትልቁ መሳሪያዉ ነዉ። ከመጀመሪያው የነ አሊቢራ ትዉልድ እስከ አሁኖቹ ሶስተኛው ባች ድርስ ሙዚቃ የሰፊዉን የኦሮሞ ህዝብ እሮሮ እንግልት ትግል ባህል አንድነት ደስታ ችግር ሁሉንም በዘመናቶች መካከል ያጋጠሙትንና ያሳለፈውን ሁሉ የሚገልፅበት ሁነኛ መሳሪያዉ ነዉ ሙዚቃ ለኦሮሞ ህዝብ።

ዮስን ጌታሁ ትላንት የለቀቀው "ባለጊዜ" የተሰኝ ሙዚቃም ይህንኑ ነዉ የሚገልጸው። ዮስን በስልሳ ሚሊዮን ህዝብ ዉሰጥ ላለፋት አራት አመት ዉሰጥ ሲሰላሰልና ሲብላላ የከረመውን ካለ ስሙ ስም የተሰጠበትን ካለ ስራዉ የተወነጀለበትን ካለ ጥፋቱ ጥፋተኛ ተደርጎ የታየበትን ካለ ምንም ጥቅም ተጠቃሚ ተደርጎ የተሳለበትንና ስልሳ ሚሊዮን ህዝብ ባንድ ማዕቀፍ ዉሰጥ በደቦ ካለ ስሙ ስም የተለጠፈበትን ቃሉን በራሱ በመጠቀም እዉነት የት እንዳለች ነዉ ያሳየው በሙዚቃው።

ይህን በምስራቱ ዮስን በዚህ ህዝብ ታሪክ ዉሰጥ የራሱን አሻራ ከማሳረፍም አልፎ የራሱን ምዕራፍ በአዲስ መልክ ከፍቷል። ልክ እንደነ አሊ ቢራ እንደነ ኑሆ ልክ እንደነ ሀጫሉ።

ዮስን በዚህ ስራዉ ለዉጪም ሆነ ለዉስጥ ላለዉ የተለያየ አካልና ግሩፕ በሚገባና ቁልምጭ ባለ ገጣሚ ምክር ከቪዲዮ ጋር አያይዞ በክሊፕ መልክ አቅርቦታል። እንዲህ በማለት....

ጥቂት በጣት የሚቆጠሩ ባለስልጣናት ወደፊት መምጣታቸው የነሱ የሆነን ቦታ የሚገባችዉን እንጂ የስዉን አልወሰዱም ሲል ገልፆልናል። እዚህ ላይ majority rule and minority right የሚለዉን መሰረታዊ የዲሞክራሲ ፅንስ ሀሳብ በአፅንኦት አቅርቦታል። ሰፊዉ የኦሮሞ ህዝብ ካለዉ የተፈጥሮና ስዉ ስራሽ አንጡር ሀብት አንፃር ዛሬም እንደ ትላንቱ ምንም ሳይለወጥ እንደማንኛውም የዚህ ሀገር ህዝብ መሬት እየገፉ እንደሚኖር አሳይቶናል ዮስን።

በተለይም ወደ ዉጪ የሚላኩና ለዚህች ሀገር የገቢ ምንጭ የሆኑ እንደ ቡና ወርቅና የተለያዩ ጥራጥሬ አምራች የሆነው ኦሮሞ፣ እንደ ህዝብ ከትላንቱ የባሰ ችግር ዉሰጥ ቢሆንጅ ምንም እንዳልተለወጠ አሳይቷል በግጥሙ። ቡናን እያመረትን እናቶች አሻሮ እየቆሉ እንደሚጠጡ በቪዲዮ ክሊፑ ላይ በአስደናቂ ትእይንት አቅርቦታል ዮሰን።

ከርሃብ አንስቶ እስከመፈናቀል ከእስር እስከ ሞት የሚደርሱ ሁሉም አይነት የተፈጥሮና ስዉ ሰራሽ አደጋ ኦሮሚያ ላይ ከመቼውም ግዜ በላይ እንዳለና ሁኔታዎች ካልተስተካከሉ ኦሮሞ እንደ ህዝብ ፈለፊቱ ያንዣበበው ባለ ጊዜ የሚያስብል ሳይሆን እንዲያውም ድጋፍ ሊደርግለት የሚገባ መሆኑን አስርድቷል።

ባለ ግዜ በማለት ይህን ትልቅ ህዝብ በጅምላ social labelling ውሰጥ ላሉ የተለያዩ አካላት እዉነታዉን በማስረዳት ነገሩ ላም ባልዋለበት ኩበት ለቀማ መሆኑን ከጥሩ ግጥም ከሚመስጥ ዜማና ቪዲዮ ክሊፕ ጋር በማጣመር አቅርቧል። ባጭሩ እናንተ ጋር ያለዉ ችግር እኛም ጋር አለ ነዉ መልክቱ። የኛ ቢበስ እንጂ አያንስም እንደዛም ሆኖ የያዛቹት ሀሳብና አመለካከት መሬት ላይ ካለዉ እዉነታ ጋር የሚጋጭ ብቻ ሳይሆን ከፈጣሪም ጋር የሚያላትማቹ ነዉ ይላል ዮስን።

ዮስን በዉሰጣዊ ግጭትና ሽኩቻ ህዝብ መቆሚያ እንዳጣና ግራ እንደተጋባ ሁለት ጂያንት በሬዎች ሲላተሙ በማሳየት በአስደናቂ ሁኔታ አመላክቶናል። ጥማድ ሆነዉ ማረስ የሚገባችዉ የአንደ ባለቤት በሬዎች ሲዋጉ መሬቱ ጦሙን ማደሩን ርቂቅ በሆነ መንገድ ያሳያል።

በመልክም ይሁን በባህል በአመለካከትም ሆነ በግብ የማይለያዩ የአንድ ሰፍር ልጆች አንዱ ከተማ ሌላዉ ጫካ ሆኖ ሲቆሳሰልና ሰርቶ የሚለወጥበትን እጁን ሲሰባበር በዚህም ምክንያት እናቶችና አባቶች ተፈጥሮ የሰጠቻችዉን መልክ በሀሳብና በጭንቀት ምክንያት ማዲያት ይዟችዉ ደጅ ደጅን ሲመለከቱ ስታይ ሁለት ዝሆኖች በመራገጣችዉ ሳሩ ምን ያህል እንደተጎዳና እየተጎዳ እንደሆነ ያሳያል።

ዮስን የትላንትና የዛሬን ብቻ ሳይሆን የነገዉንም ተስፋ በሙዚቃዉ ዉሰጥ ቃኝቷል። በርግጥ በዚህ ሁሉ ምህል አባ ገዳዎችና ሃdha ሲንቄዎች አሉና ማህል ገብተዉ ነገሩን ያርግቡታል አንዱም የአንዱን ቁስል ያድናል ብሎ ተሰፋ ይሰጠናል። በዚህም ለፖለቲከኞች ትልቅ የቤት ስራ ስቷል።

ዮስን የሰራዉ ሙዚቃ ባጥቃላይ ከአንድ ባለ ብዙ ጥራዝ ማህበራዊ ኢኮኖሚያዊና ፖለቲካል አይዶሎጂ መፃፍ ቢበልጥ እንጂ አያንስም። ለዚህ ማሳያ የሚሆነው ደሞ የሱ ሙዚቃ የስልሳ ሚሊዮን ህዝብ ልሳን መሆኑ ነዉ።

እያዳመጣቹ....
ዋቆ

ela tv - Yosan Getahun - Baala Gizee - New Ethiopian Oromo Music 2023 - ( Official Music Video ) New Ethiopian Music 2023 | Ethiopian Music 2023 | Oromo Music Ethiopian Oromo Music 2023 Produced by ela tv - Yosan Getahun - Baala Gizee - New Ethiopian Oro...

KOOTTU Oromo Music by KEFYALEW TUFA 03/11/2023

https://youtu.be/aaAp9Ec3pXk?si=0fZZg5sDb1JfKaLR

KOOTTU Oromo Music by KEFYALEW TUFA LYRICS & MELODY KEFYALEW TUFADIRECTOR | ROBSON WABECINEMATOGRAPHER YOYE EDITOR I LIYOSCOLOR ABDUSELAM ENDIRIS MODEL SISAY MOTUMMA BEZA MENGISTU RECORDING MI...

Photos from Advert Kush Art - ኣድቨርት ኩሽ አርት's post 01/11/2023

The two 's in History; one from Wallaggaa, who changed Amharic history long story and another recent Ayana from who may change the recent political sphare in Amharic on social media....

Matiyas Zemede - Jimmitti Koo - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video) 27/10/2023

Matiyas Zemede - Jimmitti Koo - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video) Matiyas Zemede - Jimmitti Koo - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video) ...

Matiyas Zemede - Jimmitti Koo - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video) 27/10/2023

👇👇👇

Matiyas Zemede - Jimmitti Koo - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video) Matiyas Zemede - Jimmitti Koo - New Ethiopian Oromo Music 2023 (Official Video) ...

27/10/2023

koo
# Har'a galgala
irraatti Eeggadha

23/10/2023

Jafar Yusuf leenca sabaa

Obsis daangaa qabaa
Hanga yoomitti eegnaa
Marqa okkotee cabaa.!
Dhugaa Sabaa dabsuuf
Paartiif garee faarsuuf
Hin Barre irra qabaa .!!
Karaa qajeelaa dhiisees
Hin deemu daddaba.!!
Bubbileetu injifataa
Dhugaa abbaan sabaa

20/10/2023

Chala Chercher-CC

Qaxxisa aduu saafaa
Yandoon Hin jirre roobee
Qaqawweessa waaqaa darbame
Bakakkaan harkaan qabee😁
Eda immoo qorri hammaatee
Abidda 🔥 hollachiisee 💨
Rifeensa soofee qalliseen
Mixii qalee cumaa baase!!
Jedhee Sobaan xaxxaaxxa’ee
Na sobnaan ilmi mootii
Dhugaa jatte anoo argeeraa
Bakakkaa harka kee irrati.!
Jedheen dabale anis
Soba tuuluuf lafarra
Lakkii sobdeetta akkan janneef
Karchalleen Ollaa jira😂🏃🏻‍♀️🏃🏻‍♀️

https://www.instagram.com/caalaa_carcar/

tiktok.com/

https://youtube.com/

20/10/2023

It took me 5mins to understand it🤔
Follow 👉Sisay Abebe
He has a reward.

19/10/2023

Ayii 😭😭

RIP 😭

17/10/2023

JIMMITTI KOO
MATIYAS ZEMEDE
Director Girma Tashome
Cinematography Elias Kebede Gemi
ARR. MIX & MASTERING
@ ANTENEH TEFERA(ABUZSTUDIO)

17/10/2023

Baay'ee nama gaddisiisa😭

Mucayyoon kun guyyaa 2 dura ykn afaan Amaariffaan (ብንሄድ ይሻላል ) jettee post gootee turte. Barreefamni biraas kan himimmaan waraqaa irratti coccobee jiru faana jira.

Yeroo tokko tokko sababa yeroo hundaa qoosnee taphannuuf namoonni miira keenya dafanii nuuf hinbeekan. 🥺 anumti mataan koo yeroo baay'ee mudannoo jireenya koo fb kana irratti share godhee Namoonni akkuma post koo yeroo hundaatti gaafa post koo sanatti baay'ee kolfanii qoosan argee baay'ee gaddee delete godhee beeka. Maal jechuu barbaadeetanii.. Namoonni yeroo tokko tokko jechoota ulfaataa ykn gaaffii namatti uumu fb irratti kqn baasan filannoo isaanii isa dhumaa godhaniiti. Yeroo sanatti itti siqee maal taate? Maaf kana jettee post goote? Nagaa mitimoo jechuu irra maaltu ta'ee? Hardhammoo waa qammaste natti fakkaata jechuu filanna.

Obboleettin kun har'a akka ofajeesste dubbatamaa jira waaqayyoo Lubbuu ishee jannataan haa qananiisu🥺

14/10/2023

Oduu gaddaa!
Innaa lillaahi wa’innaa ileeyhi raaji’uun,Artst’iifi qabsooftuun mirga namoomaa Art Halloo daawwee du’aan addunyaa kanarraa boqattee jirti.

Bara jireenya kee guutuu osoo hin boqatin osoo dirri lafa singahin harqoota gabrummaa ummata oromoo irratti humnaan fe’ame bifa Art’fi muuxannoo qabdu hundumaan osoo saba keetiif lallabdu guyyaa har’a gama mana irraa deebi’uun hin jirreetti nurraa godaante.siif jannata maatiifi hawaasa bal’aa oromootiif jajjabinna jabaa hawwina.

12/10/2023

Har’a waggaa tokko guute!

Bakki isaa Buraayyuu, Kattaa ture. Galgala lafaati. Rasaasaan dhahamee kufeera. Bakka inni kufetti namni itti marsee wacaa jira.

“Maaloo utuun ilaaluun du’aa? Mana yaalaa na geessaa maaloo”

Eenyu akka si rukkute beektaa?

“Hin beeku. Anoo diina tokko hin qabu”

Eessa biyyi kee?

“Oromiyaa”

Kanuma. Utuu hin turiin afuurri keessaa baate.

’iiboon kutattuu ilmaa! Warra akka kee dhabnee muka kolfaa taane! Oromoofi Oromiyaaf jiraattee, Oromiyaa jechaa duute!

Dhugaan kee dhokattee hin haftu!

Photos from Advert Kush Art - ኣድቨርት ኩሽ አርት's post 12/10/2023

Kabajamoo abbaa qabeenyaa keenya Obbo Yaadataa Juneeydii baranas hojii boonsaa hojjataniin gibira mootummaa amanamummaanfi naamusa guddaan kafaluun sadarkaa kafalaa pilaatiniyeemaa jedhuun Muummicha Ministeera Dr.Abiy Ahimad Alii irraa waan aa fudhatanii jiru.

Oromoon kan beeknu amanamaa, haqaan hojjataa biyyaaf kan yaadu, lammiif kan rifatu gaachana biyyaati.

Baga gammaddan baga gammadne!

Shambel Bekele "Birraa Birraa" New Ethiopian Oromo Music 2023 (official video) 09/10/2023

Bekele Shambel
Shambel Bekele

Shambel Bekele "Birraa Birraa" New Ethiopian Oromo Music 2023 (official video) Shambel Bekele "Birraa Birraa"New Ethiopian Oromo Music 2023(official video) New Ethiopian Music :Check ou...

Shambel Bekele "Birraa Birraa" New Ethiopian Oromo Music 2023 (official video) 06/10/2023

Shambel Bekele "Birraa Birraa" New Ethiopian Oromo Music 2023 (official video) Shambel Bekele "Birraa Birraa"New Ethiopian Oromo Music 2023(official video) New Ethiopian Music :Check ou...

Photos from Advert Kush Art - ኣድቨርት ኩሽ አርት's post 04/10/2023

FOOLLEE CONCERT
Sagantaa bashanana jala bultii irreecha Finfinne
Mimi’s Addis . Bole gamoo shager fuldura

03/10/2023

Today,s Best photo
🧡❤️💚💙💛💜

03/10/2023

Kallachi ilma abbaa gadaatif deebi’ee jira well come jennaan wolaloo isaa hin quufamne saniin ka dabaale ammoo barreessaa fi woloo beekamaa Amaan Nyafaroo ti kan weellise ammoo adeeroo Kemer Yousuf !!

02/10/2023

Oduu Ammee!

Manni murtii Olaanaa Federaalaa dhaddacha har'a ooleen qabeenya Obbo Dinquu Dayyaasa kan ta'e Reezoortiin Soodaree akka hin gurguramne fi Calbaasii mootummaan baasee ture akka dhaabbatuuf ajaja dabarsee jira! Dhugaan yoomuu ni mooti. Jabaa Oromoo Obbo Dinquu Dayyaasa baga Gammadde! CONGRATULATIONS 🎊 👏

02/10/2023

Sisay Abebe Lencho Gudina🙏🙏🙏https://youtu.be/lfQZMNBq5q0?si=7T_ewufjvRGxIf58

02/10/2023

Aantee Koo Jettee
Kan Aanfattu Ormarra
Amartii Koo Jettee
Kan Kaawwattu Mormarra
Abdii Koo Jettee
Kan Ittiin Boontu Akkatti
Gaaf Cidhaa Gaaf Du'aa
Hin Argitu Bakkatti
Si Waliin Soba Kolfee
Si Waliin Sobee Boo’a
Hiriyaa Ilkaan Qofaa
Yerootu Adda Foo’a!.

Chala Chercher-CC & Jafar Yusuf with friends 🫡

30/09/2023

Kan dhaloota qaree
Goota seena tiksuu
Oolma ati nuuf oolte
Jechi kamuun ibsuu
Daandiiti irra dhuftee
Tasa hin fixu himee
Waan darbe yaadetan
Qalbiin na dhidhimee
Goota qixxeen qabne
Jabaa qaroon lamaa
Nuuf jiraadhu Raayyaa
Leenca fakkii namaa...🔥👏

Wabii Dhaabaa - Eker Dubbistuu - New Ethiopian Oromo Music 2023 [Official Video] 30/09/2023

Wabii Dhaabaa Araarsoo

Wabii Dhaabaa - Eker Dubbistuu - New Ethiopian Oromo Music 2023 [Official Video] GEM Tv :- Wabii Dhaabaa - Eker Dubbistuu - New Ethiopian Oromo Music 2023 [Official Video]Check Out New Ethiopian Music Videos by Golden Ethio Music. Subscri...

Dhaabaa Caalaa - Yaa Baala Fooxaa - New Ethiopian Afaan Oromoo Music Video ( Official Video 2023) 30/09/2023

Dhaabaa caalaa

Dhaabaa Caalaa - Yaa Baala Fooxaa - New Ethiopian Afaan Oromoo Music Video ( Official Video 2023) Young star Dhaabaa Caalaa released his brand new Music Video '' YaaBaala Fooxaa '' on MotessaStudio YouTube channel . • Moti Robale - Yaabbadhu - New Ethi...

Want your public figure to be the top-listed Public Figure in Nairobi?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

#Falmataa #Kabbadaa #maalqaba
Ee balaaln butee🙆‍♀️🙆‍♂️🙆‍♂️😒
🥰🥰🥰#BestPhotographyChallengeio#photographychallengechallenge#peace#picturechallenge#photographychallenge#photo#photoofth...
🤣🤣🤣🤣 Kolfaan Nu Fixan Joollee Tun🤣
New Comedy 2023#bahailyake #manyawe#bestvideo #viralvideo
h
h
5
t
u
j
lamma

Category

Telephone

Website

http://www.AdverKushart.com/

Address


Kirichwa Gardens Apartments, Kirichwa Gardens, Box 21896 GPO
Nairobi
00100
Other Public Figures in Nairobi (show all)
architect mayank singh architect mayank singh
Nairobi

The great African experience of humility & humbleness to be open & receptive to all reseliently walk

Davidson DNG Ngibuini Davidson DNG Ngibuini
Nairobi

Kijana Na Kazi! #PamojaTutabadilisha MCA, Woodley/Kenyatta Golf Course Ward. Champion For Change. 💪

DJ Pinye DJ Pinye
Nairobi

Welcome to the official page for Kenya's legendary DJ & Mentor, DJ Pinye.

Necessary Noize Necessary Noize
Nairobi

DJ Adrian Washika DJ Adrian Washika
Nairobi

PROFESSIONAL DISC JOCKEY. VINYL JU**IE. 25 YEARS IN THE MIX. Twitter @deejayadrian. Instagram Adrian

Raymond Tamakloe Ministries-RTM Raymond Tamakloe Ministries-RTM
Nairobi

Apostle Raymond Tamakloe

Miracle williams. Miracle williams.
MIRACLE MUSIC
Nairobi

Creative producer, music,jingles,TV and radio ads producer, Entrepreneur, motivational speaker.

Fwamba Nc Fwamba Fwamba Nc Fwamba
Harambee Avenue
Nairobi, 254

ex nihilo nihil fit

Dr. Grace Manjau Dr. Grace Manjau
P. O. Box 68233
Nairobi, 0200

Minister of the gospel of Jesus christ. Founder of Charisma ministries , President of International

Jeremiah Oyongo Mauti a.k.a KIALAMBE Jeremiah Oyongo Mauti a.k.a KIALAMBE
P. O. BOX 4112/CITY Square NAIROBI
Nairobi, 00200

Friends Are Like Balloons, If you Let Them Go, They're Gone forever.

Truth Fellowship Truth Fellowship
9710
Nairobi, 00100

Get Life help from a list of Young professional Life coaches, councellors and psychologist.

Dj Slim D Dj Slim D
Nairobi

Best Production Deejay and Hype Entertainer East Africa!