Caffee Jannataa

Caffee Jannataa

Yaa ayyuhallaziina aamanuu...

08/10/2024

Kedir Mertu

"Kan Bishaan Baharaa Lixee Bishaaniin Dhume Akkuma jiru Kan Bishaan Baharaa jiruu injifachuuf itti lixee bishaaniin bilisoomee, dooniin Awrrooppaa Gara Eeshiyaa bishaan keeysa bahee Achi Gahee bilisoomee Sooromeetu Caala Bishaan Du'uu fi jiraachuus Ni danddeenya ja'anii Qabssoo jireenyaatiif Itti lixanii Ofitti Amananii Qabssoon Yoo Du'aniis Du'anii Yoo ba'aniis Ba'anii Gama Cee'anii

Akkuma Hammeenya nama Tokkoo Dubbachuu Beeknu Gaarrummaa Namaatiis Dubbachuu Dandda'uu Qabna Irrina Namaa Dubbachuu irra Qaawwa irrina Namaa Irraa Cufuutu Bilchina

Dhimma Dr Abiy Akkam jetta Isa Naan jattuuf Abiy Bishaani Bishaan Waan taheef Namuu Xurii isaa isatti Miiccaatee ittiin Of Qulqqulleessee Bishaan xureessa Bishaan Garuu Nama isa xureesse hin Xureessu Obssaadhaa Qaamaa fi uffata isaa Qulqqulleessee Jaalala Nama barssiisa bishaan

Bishaan Hamma Nu nyaate Caalaa Hamma inni Nu jiraachiseetu Caala Dhugaa Dhugnnee Dheebuu Baana Wa'ee Jaalala Yeroo Dubbanne Waa'ee Jibbaa Yoo Leellifne Nuti Wallaalloodha Ja'amna Nama jibbuu Caalaa Nama Nu jibbu Yoo jibbuu Baannee Jibba Balleessuuf Jaalala Yoo Meenshaa Lolaa Godhanne Nuti Waraani jaalalaa Jaallanne Jaalalaan Moonee Jaallatamnnee Jaalalaan Gabrrummaa jibbaa jaalaa Baanee Jaalalaan Bisoomnee Barccuma jaalalaa Gubbaa Masaraa jaalalaa keessa Kaabbaa jaalalaa Uffannee jaalalaan Miidhagnnee Ifnnee Babbareennee Mirga Namaa kabajne keenyaas kabachisiifnnee Taa'uu Ni Danddeenya Yaanni koo Yaada Ifaadha Malee Dukkanaawaa Miti Ja'eetiin Amana

Uffata Bilisumma Uffachuu Keenyaan Dura Bishaan Walabummaatiin Xurii Gabrrummaa Ofirraa Dhiquutu Durssa Qaama xuriin Uffata Qulqulluu Namni Uffatu Adunyaa Gubbaa hin jiru

Rabbiin Waan Bu'aa Namaaf hin Qabne kan Namaaf Uume Tokkollee hin Qabu Nama itti Fayyadamuu Beekuuf Wantti Hundi Bu'aa Qabdi Abbaatu ittiin Miidha Abbumaatu Miidhaa jalaa ittiin Of Baasa Wantti hundi Akkuma Abbaan itti Of tajaajiletti isa Tajaajiltti

Dhimma Dr Abiy Maal jatta Isa Naan jattuuf Dr Abiy Bishaan Keenya Kan Xurii Gabrrummaa ittiin Ofirraa Dhiqnu Xurii Gabrrummaa Bishaan Bilisummaatiin Osoo Ofirraa Qulqulleessin Malee Uffata Bilisummaa Qulqqulluu Uffachuu Tasuma Hin Danddeenyuu Bishaan Keenya Gabrrummaa Nurraa Dhiqaa jiraa Bishaaniis jiruu jireenya Namaatiif Barbbaachisaa Bishaaniis sa'aatii 24 Ittiin Tajaajilamaa jirraa Itti Jira Hojii isaa Itti jira Bishaan Yoo Daakuu Beektte Daakttee keessaa Baataa Yoo Akka Daakttu Hin beekne Sinyaata Kana Beekuu Qabda Bishaan Daakttee Keessaa Bahuufiis Daakuu Wallaalattee Nyaadhamuufiis Bishaan Osoo Hin Taane Gaafatan Itti Gaafatamttuu Mataa keetii Sumaatu Fudhata Bishaan Daakuufiis Dhiisuufiis Mirga Qabda Garuu Xurii Gabrrummaa Yoo bishaan Madda Walaabuutiin Osoo Firraa Hin Dhiqin Uffata Bilisummaa Qulqqulluu xurii Gabrrummatiin Uffachuun Hin Danda'amu

Kuni Beekaa Afaan Oromooti"

Photos from Ethiopian Broadcasting Corporation's post 06/14/2024

Sheikh Nuri

Mobile uploads 05/08/2024

Qarooma Sahaabotaa nabii Muhammad saw.

05/03/2024
03/27/2024

Sirni afxiraa kuni bareedaadha!

Dirree dhawaatti immoo wallistootaan dhuunfatamee ture.

02/26/2024

Kennaan Rabbii dhuma hin qabdu.

01/05/2024

Ee

12/24/2023

“ Umraan hanga umraa taanitti; Yakka jidduu lamaanitti hojjatame ni balleessiti “ Jedhan Ergamaan RABBII صلوات ربي وسلامه عليه

Hubachiisaa”; Yakki asitti jedhame isa xixiqqaadha. Inni gurguddaan Towbaa ulaagaa isaa guuttate malee Umraan hin qulqulleessitu. Garuu yoo yakka gurguddaa irraa of eegdee umraa bara kana gootee fi tan bara dhufu gootu jidduu yakki xixiqqaan dhiifama siif godhama. Kuni badhaasa guddaa dha.

Yaadachiisa: Yakki gurguddaan kan akka (Nama hamachuu,Kijibuu,Zinaa fi k.k.f )

Want your place of worship to be the top-listed Place Of Worship in Minneapolis?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

Ijoolleen ijoollee akka isaanii fakkeenya godhatan.kanaaf ijoolleen teessan fakkeenya hundaaf haataatu.
Innaa lillaahi wa'innaa ileeyhi raaji'uuBahara ilmii abbaa ulamootaaSheekh #Aadam Tuulaa Rabbiin rahmata siif haa godhu.
Qormaata addunyaa fi kan aakhiraatis Rabbiin siif haa laaffisu.Ajaa'ibaa Yaasiin jedhamti. Harka lamaan hin qabdu. Garuu...
Addunyaa fi Aakhiraa isin haa milkeessu..
Rabbiin isin haa gammachiisu.

Telephone

Website

Address

Minneapolis, MN
Other Minneapolis places of worship (show all)
Pulse Pulse
600 S 9th Street
Minneapolis, 55404

Make Jesus known

Minnesota Hillel Minnesota Hillel
1521 University Avenue SE
Minneapolis, 55414

Inspire every student to make an enduring commitment to Jewish life, learning & Israel.

University Lutheran Chapel University Lutheran Chapel
316 10th Avenue SE
Minneapolis, 55414

ULC is a confessional, liturgical, Lutheran congregation serving the students of the University of Minnesota and the families of our community.

Abbey Way Abbey Way
519 Oak Grove Street
Minneapolis, 55403

Abbey Way is an intentional, intergenerational Christ-centered community.

Reign Ministries Reign Ministries
5401 W Broadway Avenue
Minneapolis, 55428

Developing youth and youth leaders who have Great Commandment hearts and live Great Commission lives

The Salvage Yard The Salvage Yard
Minneapolis, 55412

We are a house church made up of quirky folks who love Jesus and want to see his Kingdom come in the world around us.

University Lutheran Church of Hope University Lutheran Church of Hope
601 13th Avenue SE
Minneapolis, 55414

Summer Worship Sundays at 10:00am in the Sanctuary Sunday May 26th, 2024 through Sunday Sept. 1st, 2024, and also on Zoom/YouTube. Check our website for links and more information....

Fabric Fabric
4645 4th Avenue S
Minneapolis, 55419

church for people who don't like church

First Unitarian Society of Minneapolis First Unitarian Society of Minneapolis
900 Mount Curve Avenue
Minneapolis, 55403

First Unitarian Society of Minneapolis is a congregational humanist community dedicated to promoting a free search for truth, meaning, and justice.

Gethsemane Episcopal Church Gethsemane Episcopal Church
905 4th Avenue S
Minneapolis, 55404

Gethsemane Episcopal Church began with a handful of people in 1856, seeking to establish a worshiping community in the soon to be burgeoning city of Minneapolis. For over 150 years...

Northwest Conference Youth Ministry Northwest Conference Youth Ministry
3106 47th Avenue S
Minneapolis, 55406

The Northwest Conference of the Covenant serves churches in North & South Dakota, Minnesota & Wisconsin, and 1 church in Iowa.

Urban Jerusalem Urban Jerusalem
Minneapolis

"Presenting the Kingdom of God in relevant form, through making the unknown God known by providing a Hip-Hop approach to worship."