Doba Prosperity Party

Imala Badhaadhina Ni Milkeessina!

Photos from Doba Prosperity Party's post 20/12/2023

Aanaa doobbaatti haatii gootaa gootummaan Beekkamtu ,ilmaa ishee eebbistee miseensa rayyaa ittisaa biyyattii akka makaman,eebban gaggeessan
🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹🇪🇹
Muddee 10/2016 Doobbaa
Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa Araddaa Bilisummaa fi Araddaa Urjii tti haati gootaa gootummaan beekkamtu Ilma Ishee Eebbiistee Miseensa RIB tti akka makamuuf Eebbaan gaggeessan.

Goota Caaluu ,Gotoota
Miseensa Raayyaa ittisa biyyaa ,Birmadummaa Biyyaa kabachisuuf qabsaa'anii fi kabajaa biyyaa ofii tiksuun carraa hojii uummachuudha jedhan.
Carraa qabeessummaan ilmaa nama Seenaa gaarii olkaa'atani qabachuudha, Goota Seenaa qabeessa ta'uuf miseensa Gooticha Raayyaa ittisa biyyaa ta'uun Goota akka Abbichuu waliin biyyaaf qabsaa'udha waan taheef carraa kana dhaqabadha jechuun dhaamaniiru.

Raayyaa Ittisa Biyyaa Ta'uun Kabaja Guddaa fi Gaachana Itoophiyaa ta'uudha.!!

Photos from Doba Prosperity Party's post 06/11/2023

Oduu Muudamaa
******
Onkololeessa 26,2016 Godina Harargee Lixaa Aanaa Doobbaatti
1.Obbo Mahaammad Ahmad Itti Gaafatamaa waajjira Maallaqa Aanaa Doobbaa
2.Obbo Mahaammad Diinee Itti gaafatamaa Ijaarsaa Hayyootaa kan ture Itti Gaafatamaa Komishinii Inispeekshinii Naamusaa (KIN) Aanaa Doobbaa tahuun muudamaniiru.

Baroota hojii gaarii!!!

Badhaadhina Aanaa Doobbaa

06/11/2023

Sabdaneessummaa tokkummaa ijaarun filannoo osoo Hin taane dirqama!!!

Qabxiilee ijoo ibsituu sabdaneessummaa ta’an kanneen keessaa hedumini sabaa, afaan, amanaafi dhimmoonni kkf qabxiilee gurguddoo kanneen ta’aniidha.

Itoophiyaa keessatti nageenyaa waaraafi fulla’aa, akkasumas badhaadhina hunda galeessa dhugoomsuun akka danda’amuuf garaagartee uumamaa simatanii keessummeessudhaan tokkummaa sabdaneessummaa ijaaruun daandii filannoo biraa hin qabne ta’uusaa Paartiin Badhaadhinaa gadi jabeessuun amana.

Paartiin keenya garaa garummaa uumamaa biyya kana keessatti mul’atu fudhachuu fi wal’aansoo qabuun tokkummaa biyyoolessaa ijaaruun Itiyoophiyaa nagaa, waaraa fi badhaadhina waliigalaa goonffatte dhugoomsuudhaaf karaan tokkicha kana qofaa ta’uus ni amana.

Heddumminni eenyummaa hundaa karaa wal-qixa ta’eefi haqa qabeessa ta’een, ofitti fudhatee tokkummaa sabdaneessummaa jabeessuu yoo ta’u, baay’ee taanee akka tokkootti, tokkos taanee akka baay’ina keenyaatti, kaayyoofi galma tokkoof kan ittiin walitti ida’amnu dhugaa Itoophiyaanotaati.

Duudhaalee tokkummaa sabdaneessummaa keessaa qajeeltoon "waliin badhaadhina, badhaadhinees waliin jiraanna" jedhu yaada waliigalaa yoo ta'u, loogii fi moggaatti ofirraa dhiibuu kanneen sirreessaniidha.

05/11/2023

ህብረ ብሔራዊ ሀገራዊ አንድነትን ማጠናከር ለሀገረ መንግስት ግንባታዉ ከፍተኛ ፋይዳ ኣለዉ።

ህብረ ብሔራዊ ሀገራዊ አንድነት እየተጠናከረ ሊሄድ የሚችለው ደግሞ የብሔር ማንነት እና ህብረ ብሔራዊ ኢትዮጵያዊ አንድነት ሚዛናቸዉን ጠብቀው ሲጓዙ ነዉ።

የብሔር፣የቋንቋ፣የባህል፣የሃይማኖት፣የፖለቲካ አመለካከት ወዘተ..ብዝሃነት በገነባት ኢትዮጵያ ሚዛናዊነትን ያረጋገጠ ፣ከፅንፈኛ አስተሳሰብ እና ተግባር የተጠበቀ የፖለቲካ እሳቤን ባህል ማድረግ ኢትዮጵያን ለማፅናት መሠረት ነዉ።

ፅንፈኛ አስተሳሰብ እና ድርጊት ሚዛናዊነትን በማዛባት፣አካታችነትን በማሳሳት ወደ አግላይነት ያሸጋግራል ።

አግላይነት ወደ ጠቅላይነት በማምራት ብዝሃነትን ለመቀበል፣ለማክበር እና ለማስተናገድ ተግዳሮት ይሆናል።በዚህም መነሻ ህብረ ብሄራዊ ሀገራዊ አንድነትን በማጠናከር ጠንካራ ሀገረ መንግስት የመገንባቱን ዕድል ይፈትነዋል።

ብልጽግና ፓርቲ የብሔር ማንነት እና ህብረ ብሔራዊ ኢትዮጵያዊ አንድነት ሚዛናቸዉን ጠብቀዉ እንዲራመዱ በማድረግ በሂደቱም ጠንካራ አገረ መንግስት መገንባትን መሠረት አድርጎ እየሠራ ይገኛል ።

ኢትዮጵያ ለሁሉም ኢትዮጵያዊያን የምትመች፣ ህብረ ብሔራዊ ወንድማማችነት እና እህትማማችነት ያበበባት አገር እንድትሆን ብልጽግና ተግቶ ይሠራል ።

ሚዛናዊ የፖለቲካ እይታ መርህ ሁሉንም ብዝሃነቶች የማስተናገድ የመሀል የፖለቲካ አስተሳሰብና ተግባር ነዉ።

ፅንፈኝነት ኢትዮጵያን ከማዳከም ያለፈ ዉጤት እንደማያስገኝ ከዚህ በፊት የፈተኑንን ችግሮች ዞር ብሎ በማየት መገንዘብ እንችላለን። የዘርፈ ብዙ ፀጋዎች ሀገር ኢትዮጵያ ሚዛናዊ የፖለቲካ እይታ መርህን እና ሙሉዕ እይታን በማጠናከር የለዉጥ ጉዞዋን እንድታፋጥን የዜግነት አደራ አለብንና የየበኩላችንን እናበርክት ።

Photos from Badhaadhinaa Aanaa Doobbaa's post 03/11/2023
03/11/2023

Ida'amuu, Daandii Milkaahinaa!
*******
Ida'amuun yaadama tokko ofitti qabee kaan ofirraa dhiibu osoo hin ta'in, yaadama hammataa hundaa wal qixxummaan keessummeessudha. Nagaaf araara kan filate, jaalalaaf tokkummaaf dursa kan kenne darbees bilisummaa fi badhaadhinaaf kan dhaabbateef filate hunduu ida'amuu ni danda'a.

Dirreen ida'amuu bal'aadha. Carraan isaatis hedduudha. Balballi ida'amuu qaama faayidaaf kaayyoo dhuunfaa isaatiif jecha ida'amuu fedhu irraa kan hafe hundaafuu banaadha.

Daa'imman jaalala isaaniitiin, dargaggootni tattaaffii isaaniitiin, ga'eessotni muuxannoo qabaniin, maanguddootni gorsaan, daldaltootni qabeenya qabaniin, barsiisaan beekumsaan, qonnaan bulaan oomisha isaan hunduu waan qabuun kabajamee ida'amuu ni danda'a.

Lammiin hunduu eenyummaa isaatiin osoo hin dhiibamin kabaja argatee, tokko isa kaan caalee mul'achuu irra wal qixxummaa goonfatee yemmuu jiraatu walooma cimaa qabaata. Paartiileen siyaasaa wal kuffisanii darbuu caalaa gaafa walitti dhiyaatanii ilaaf ilaameedhaan mari'atan, dhaabbileen amantaa garaa garummaa qaban waliif kabajanii dhimma waloo irratti tokkummaan yeroo dhaabbatan biyyi ni jabaatti.

Ida'amuun heddumminni bu'uura miidhaginaaf waloomaati male, madda garaagarummaaf walitti bu'iinsaatii miti jedhee kan amanu daandii hunda hammataa yemmuu ta'u, dhimmoota qormaata waliin jireenya keenyaa ta'an maqsuudhaan obbolummaa sabdaneessummaan akka dagaagu, lammiilee gidduutti jaalalaaf tokkummaan akka laliisu kan taasisu yaadama bu'uura milkaahinaa ta'edha.

Photos from Oromia Prosperity Party / OPP /'s post 03/11/2023
TikTok · Badhaadhina Aanaa Doobbaa 27/10/2023

https://vm.tiktok.com/ZMjpCVc5f/

TikTok · Badhaadhina Aanaa Doobbaa Check out Badhaadhina Aanaa Doobbaa's video.

Photos from Badhaadhina Harargee Lixaa's post 27/10/2023
Photos from Doba Prosperity Party's post 27/10/2023
Photos from Doba Prosperity Party's post 27/10/2023

Manni marichaa dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarse
***************
Gaazexaa Bariisaa

Manni Maree Ministirootaa walga’ii Idilee 25ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota garagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.

1.Manni marichaa wixinee labsii eegumsa Daataa dhuunfarratti mari’ateera.

Galteewwan barbaachisan erga ittidabalamanii booda Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa akka raggaasisuuf sagalee guutuun qajeelcheera.

2. Wixinee labsii Itti Fayyadamaafi Bulchiinsa Lafa Baadiyyaarraa dhiyaaterratti mari’ateera.

Wixinicha galteewwan dabalataa barbaachisan dabalamuun Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf dhiyaachuun akka ragga’u sagalee guutuun murteesseera.

3.Wixinee Labsii Zoonii Dinagdee Addaa dhiyaateerratti mari’achuun akka ragga’uuf Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataaf qajeelchuu ragaan Waajjira Ministira Muummeerraa argame nimul’isa.

19/10/2023

የዘንድሮ የዩኒቨርሲቲ የተማሪዎች ምደባ ችሎታና ፍላጎታቸውን መሰረት ባደረገ መልኩ ይከናወናል -ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ
****
የዘንድሮ የዩኒቨርሲቲ የተማሪዎች ምደባ ችሎታና ፍላጎታቸውን መሰረት ባደረገ መልኩ የሚከናወን እንጂ በማንም ተጽዕኖ የሚቀየር አይደለም ሲሉ የትምህርት ሚኒስትሩ ፕሮፌሰር ብርሃኑ ነጋ ገለጹ።

በ2014 የትምህርት ዘመን በመንግስትና በግል የሪሚዲያል ፈተና ከወሰዱ 145 ሺህ ተማሪዎች መካከል 90 ሺህ ያህሉ ወደ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት መግባት የሚያስችላቸውን ውጤት አስመዝግበዋል።

እነዚህ ተማሪዎች በ2015 የ12ኛ ክፍል ብሔራዊ ፈተና ወስደው የዩኒቨርስቲ መግቢያ ውጤት ካመጡት ከ27 ሺህ በላይ ተማሪዎች ጋር ተደምረው በአጠቃላይ ከ117 ሺህ በላይ ተማሪዎች ወደ ተለያዩ የመንግስት ዩኒቨርሲቲዎች ይመደባሉ ተብሎ ይጠበቃል።

ፕሮፌሰር ብርሃኑ ለህዝብ ተወካዮች ምክር ቤት አባላት በሰጡት ማብራሪያ የዘንድሮ የተማሪዎች ምደባ ችሎታቸውንና ፍላጎታቸውን መሰረት ባደረገ መልኩ በፍትሐዊነት እንደሚከናወን ገልጸዋል።

ቀደም ሲል በተማሪዎች ምደባ ላይ ይነሱ የነበሩ ቅሬታዎችን ታሳቢ በማድረግ ክፍተቶች ተለይተው እንዲስተካከሉ መደረጉንም አብራርተዋል።

በመሆኑም በከፍተኛ የትምህርት ተቋማት የትምህርት ጥራትን ለማምጣት ተማሪዎች በችሎታቸውና በፍላጎታቸው መሰረት እንዲመደቡ ይደረጋል ነው ያሉት።

የህክምና ክትትል እያደረጉ መሆኑን ትክክለኛ ማስረጃ ከሚያቀርቡ ተማሪዎች ውጪ የዝውውር ጥያቄ ተቀባይነት እንደሌለውም ተናግረዋል።

አንዳንድ ግለሰቦች ምደባ ለማስቀየር ጥያቄ እንደሚያቀርቡ የተናገሩት ፕሮፈሰሩ የተማሪዎቹ ምደባ በማንም ተጽዕኖ ምክንያት ሊቀየር አይችልም ብለዋል።

እንደ ኢዜአ ዘገባ ከፍተኛ የትምህርት ተቋማት ሁሉም ኢትዮጵያዊ በእኩል የሚገለገልባቸው በመሆኑ፤ ማንኛውም አካል ስልጣኑን ተጠቅሞ የተለየ ጥቅም ለማግኘት መሞከር እንደሌለበትም አስገንዝበዋል።

ጥቅምት 8 ቀን 2016 ዓ.ም

19/10/2023

ባለራዕዩ መሪያችን የነገዋን ኢትዮጵያ
ሲመለከት።

19/10/2023

“Ramaddiin baraattootaa dandeettiifi fedhii barattootaarratti hundaa’uun raawwatama”
– Pirofesar Biraanuu Naggaa
****
Ramaddiin baraattootaa dandeettiifi fedhii barattootaarratti hundaa’uun kan raawwatamu malee dhiibbaa qaama kamiinuu kan jijjiiramu miti jedhan Minstirri Barnootaa Pirofesar Biraanuu Naggaa.

Bara barnootaa 2014tti barattoota manneen barnootaa mootummaafi dhuunfaatti qormaata riimediyaalii fudhatan kuma 145 keessaa barattoonni kuma 90 qabxii gara dhaabbilee barnoota olaanaa seenanii barachuu isaan dandeessu galmeessisaniiru.

Barattoota kanneen dabalatee, bara 2015 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhatanii qabxii seensa yunivarsiitii fidan kuma 27 waliin walitti ida’amanii waliigala barattoonni kuma 117 yunivarsiitiiwwan mootummaa gara garaatti ni ramadamu jedhamee eegama jedhaniiru.

Odeeffannoo Dabalataaf
𝐅𝐮𝐮𝐥𝐚 𝐌𝐢𝐢𝐝𝐢𝐲𝐚𝐚 Waajjira 𝐏𝐚𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢 𝐁𝐚𝐝𝐡𝐚𝐚𝐝𝐡𝐢𝐧𝐚 𝐀𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐃𝐨𝐨𝐛𝐛𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚:-
👉FB Page
https://www.facebook.com/profile.php?id=100069025785957
Facebook:-https://www.facebook.com/odpaanaadoba
YouTube:
https://www.youtube.com/
👉Twitter:-
https://twitter.com/Badhaadhinaaan1?s=09
👉Telegram:-
https://t.me/badhaadhinaanaadoobbaa_DPP
👉Tik-tok:-
https://www.tiktok.com/
Yeroo hunda waan nu waliin jirtaniif Galatoomaa!!!

27/09/2023

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለ1498ኛው የመዉሊድ በዓል በሰላም አደረሳችሁ።

በዓሉ የሰላም ፣የፍቅር ፣የደሰታ ፣ የመረዳዳትና የአብሮነት እንዲሆንላችሁ እመኛለሁ።
መልካም በዓል !

Hordoftoonni amantaa Islaamaa hundi baga ayyaana Moolidaa 1498ffaaf nagaan geessan.

Ayyaanichi kan nagaa, kan jaalalaa, kan gammachuu, kan wal gargaarsaa fi kan waliin jireenyaa akka isiniif ta'un hawwa.
Ayyaana Gaarii!

27/09/2023

Afyaa’iin Caffeen Oromiyaa Mawulidaa Sababeeffachuun Ergaa Baga Geessanii Dabarsan
****
Fulbaana 15, 2016 - Ayyaana Mawulidaatti fakkeenyummaa fi qajeelummaan tokkummaan kabajuu qabna jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurraahmaan.

Aadde Sa’aadaan Ayyaana Mawulidaa Boru kabajamu Sababeeffachuu ergaa baga nagaan geessanii dabarsaniiru.

Guutuun ergaa isaanii akka ittaanutti dhiyaateera.

Nabii Muhaammad (S.A.W), ergamaa rabbiifi barsiisaa Qur’aana Qulqulluu, naamusa addaafi amala gaarii isaan qaban, beekumsa guddaafi arjummaa olaanaa dhalli namaa hin qabneen kan guuttamaniifi beekumsa addaa Rabbiin isaan badhaaseen kan beekaman, qajeeltoowwan Qur’aanni qulqulluun ajajuufi barsiisu qabatamaatti hojiirra oolchuun wayita lubbuun jiranitti dhala namaaf fakkeenya gaarii ta’uun daandii fayyinaa barsiisaa turaniiru.

Hordoftoota amantaa Musliimaa biratti, ayyaanni Mooliidaa Guyyaa Dhaloota Nabii Muhaammad (S.A.W) yaadachuuf kan kabajamu yommuu ta’u, guyyaa kanatti fakkeenyummaafi qajeelummaa isaan qaban yaadachaa, daandii isaan irra imalan hordofuun ayyaanicha tokkummaan kabajuu qabna.

Guyyaa kanatti duudhaalee gaggaarii qabnu dagaagsinee, nagaafi jaalala, miira obbolummaan waan qabnurraa waliif qooduun, aadaa dhiifamaafi gara laafummaa barsiisa isaaniirraa baranneen dabaaluun kabajuutu nurraa eegama.

Duudhaalee nagaafi jaalalaa Nabii Muhaammed (S.A.W) nu barsiisan kana qabannee, jiruufi jireenya ummata keenyaa boqonnaa itti aanutti ceessisuuf, hojiiwwan roga maraan hojjetamaa jiran cinaa dhaabbannee, qooda lammii tokkorraa eegamu bahachuutu nurra jiraata.

Mootummaan Naaannoo Oromiyaas, fayyadamummaa ummata naannichaa dhugoomsuuf karoora xiiqii bara 2016 keessatti dameewwan hundarratti qabate karaa guutuu ta’een akka hojiirra ooluuf xiyyeeffannaa addaa kenne hojjechuurratti argama.

Biyyi hirmaannaa waloo lammiilee isheetiin gara badhaadhinaatti ceeti. Ummanni keenyas, nageenya qe’eefi naannoo isaa mirkaneessuun, hojiiwwan misoomaa kallattii hundaan hojjetamaa jiran keessatti humna, beekumsaafi qabeenya qabuun hirmaatee imala guddina naannoofi biyya keenyaa mirkaneessuu keessatti gahee isaa adda durummaan bahachuutu irraa eegama.

Caffeen Oromiyaas, galmoonni misoomaa gurguddoon bara kanaaf karoorfaman akka milkaa’aniif itti gaafatamummaa heeraafi ummata naannichaan kennameef bu’uura godhachuun jiruufi jireenyi ummata keenyaa fooyya’ee boqonnaa itti aanutti akka cehuuf, qindoominaan kan hojjetuufi gahee isaa yeroo kamiyyuu caalaa kan bahatu ta’a.

Dhumarrattis, guyyaa dhaloota Nabii Muhaammad (S.A.W) bara kanaa, ‘Nagaafi Raahamanni Rabbii Isaanirra Haa Jiraatu’ jechaa, seenaa jireenya isaanii irra barachuun, akkasumas, imaanaa isaan nuuf dhaaman hojiirra oolchuun, ayyaanni Mooliidaa bara kanaa kan nagaafi araaramni rabbii itti nuuf baay’atu, waan karoorfanne galmaan itti geenyu, kan gammachuu, jaalalaa, tokkummaafi milkii akka nuuf ta’u hawwiin qabu ibsa.

27/09/2023

Baga Ayyaana Mawuliidatiin Isin Gahe!

Kabajamtoota Musliimota Itoophiyaa!

Baga Guyyaa Dhaloota Nabi Muhaammad Geessan!

Guyyaa dhaloota Nabiyyii Muhaammad Musliimoonni gara masjiidaa deemanii waliin salaatu. Hojii fi barsiifata gaarii nabiyyii guddichaa ni yaadatu. Waan Nabiyyiin yeroo lubbuun jiran hojjatan, gad of deebisuufi qajeelummaa, gaarummaafi dhiifama gochuusaanii ni yaadatu. Erga Masjiida keessatti salaatanii bahanii waan qaban warra hin qabneef qoodu, ummata isaanii hundaaf gad of qabuun garraamummaasaanii mul'isu, warra balleessaniif dhiifama gochuun, akka hogganaa amantii isaaniitti gad of deebisuun, gaarummaa fi dhiifama gocha qabatamaan raawwatu.

Nuti Itoophiyaanoonni, hordoftoonni amantaa kamiiyyuu, ayyaana guddaa kana irratti obboloota keenya Muslimootaa waliin tokko taanee, gad of deebisuun, gaarummaa fi dhiifama sona ofii godhachuudhan jireenya hafuuraa keenya gabbifanna. Tokkummaa, jaalalaa fi nagaan guddanna. Rakkoo gad of deebisuun, gaarummaa fi dhiifamni furuu hin dandeenye hin jiru. Lagni cesisuu hin dandeenyes hin jiru.

Kabajamtoota hordoftoota amantaa Musliimaa Itoophiyaanotaa hundaaf!

Nabiyyii guddicha kana yeroo kabajnu hordoftoota amantaa birootif, dhiirri dubartiif, xiqqaan guddaaf, Itoophiyaanonni biyya keessa jirtan, Itoophiyaanota bakka mara jiraatan, hundinuu hundaaf gara laafessa haa ta'u! gaarummaa haa qabaannu! badiin yoo raawwatames dhiifamni haa jiraatu! Gad of deebisuun, gaarummaa fi dhiifama gochuun rakkoo keenya hedduu ni fura. Dhiifama gaafachuu hedduun karaa dheeraa nu geessu.

Rakkoo darbee darbee bakka hundatti mudatu ilaaludhaan, wanti hundi dukkana kan itti fakkaatu ni jira. Dukkana limixii booda ifnni jira! Dhagaa fi gaara hundumaa bira darbee karaa qajeelaan jira. Lagni karaa ce'iitii qaba, gaarri irra gadee qaba, yoo gad of deebisne ifa ni agarra, gara laafessa yoo taanee karaa ni arganna. dhiifama yemmuu goonu daandiin ce'umsaa nutti mul'ata.

Nabi Muhammad waan gaarii guddisuu fi hojii badaa mormuuf kennaman. Namni barsiifata isaanii hunda hordofu sadarkaa kana gahuuf cimee hojjata. Wanti gaariin jal'ate gaafa argamu obbolaa barsiisufi deebisuuf kan dha'ama'aniidha.

Ayyaana kana wayita kabajnu, barakaa Nabii Muhaammad hubachuu fi karaa gad of deebisuutin dabarsuu qabna.

Irra deebiin Ayyaana gaarii!

Itoophiyaan carraaqqii ijoollee isheetiin bara baraan kabajamuun haa jiraattu!

Uumaan Itoophiyaa fi ummata ishee haa eebbisu!

Adoolessa 15, 2016

M.M Abiy Ahimad

16/09/2023

አቶ ደመቀ መኮንን ከኩባ ፕሬዚዳንት ሚጉዌል ቤርሙዴዝ ጋር ተወያዩ
********************
(ኢ ፕ ድ)
ምክትል ጠቅላይ ሚኒስትርና የውጭ ጉዳይ ሚኒስትር ደመቀ መኮንን ከኩባ ፕሬዚዳንት ሚጉዌል ቤርሙዴዝ ጋር ተወያይተዋል።

በውይይታቸው የሁለቱን ሀገራት የሁለትዮሽ ግንኙነት ይበልጥ ለማጠናከርና በከፍተኛ ባለስልጣናት ደረጃ ጉብኝቶችን ለማድረግ ከስምምነት ላይ መድረሳቸውም ተገልጿል።

በተጨማሪም አቶ ደመቀ ከጉባኤው ጎን ለጎን ከኩባ ምክትል ፕሬዝዳንት፣ የውጭ ጉዳይ ሚኒስትርና ከኩባ ፓርላማ አፈ-ጉባኤ ጋር መወያየታቸውን የውጭ ጉዳይ ሚኒስቴር አስታውቋል።

የቡድን 77 እና ቻይና የመሪዎችና የመንግስታት ጉባኤ በኩባ ሀቫና ከተማ እየተካሄደ ይገኛል።
መስከረም 5 ቀን 2016 ዓ.ም

Photos from Doba Prosperity Party's post 16/09/2023

የ2016 የትምህርት ዘመን የመማር ማስተማር ሂደቱ የሚመራበት ሀገር አቀፍ የትምህርት ካላንደር ይፋ ሆነ
**********************

ትምህርት ሚኒስቴር የአጠቃላይ የትምህርት የ2016 ዘመን የመማር ማስተማር ሂደቱ የሚመራበት ሀገር አቀፍ የትምህርት ካላንደርን ይፋ አድርጎል።

መስከረም 14 2016 ዓ.ም የአንደኛው ወሰነ ትምህርት መደበኛ የክፍል ውስጥ ትምህርት ይጀምራል፡፡

ክልሎች በብሔራዊ ፈተናና በተለያዩ ነባራዊ ሁኔታዎች መነሻ የተወሰኑ የቀናት ለውጦች ሊያደርጉ ይችላሉም ብሏል።

ከመስከረም 2 እስከ 6 ቀን 2016 ዓ.ም ለመምህራንና ለሌሎች ባለድርሻ አካላት የአዲሱ ስርዓተ ትምህርት ትውውቅይ እንደሚደረግ ሚኒስቴሩ ባወጣው ካላንደር ተመላክቷል።

ከመስከረም 7 እስከ 11/ 2016ዓ፣ም የትምህርት ሳምንት ሆኖ እንደሚከበርም ገልጿል።

ዝርዝር መረጃውን ከታች ከተያያዘው ሠንጠረዥ ይመልከቱ

መስከረም 5 ቀን 2016 ዓ.ም

07/09/2023

Guyyaan Wareegamaa Dirree Dhawaatti sagantaalee garaagaraan kabajamaa jira

Qaammee 2, 2015- Qaammeen 2, Guyyaan Wareegamaa, Magaalaa Dirree Dhawaatti mata duree “Biyyaa Wareegamaan Ijaaramtu” jedhuun kabajamaa jira. Guyyicha ilaalchisuun Addabaabaayii Geejjiba Baaburaatti argisiisa qaamolee nageenyaatiin, kabajamaa jiraachuu ragaan kominikeeshinii magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Want your organization to be the top-listed Government Service in Addis Ababa?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Videos (show all)

በፈጠራ ፣ በፍጥነት ከአለም ፍጥነት ጋር በመራመድ የሀገራችንን ብልጽግና እናረጋግጥ ።#በፈተና_የፀና_ስኬት#ፅንፈኝነት_ይውደም#ነገን_ዛሬ_እንትከል#አረንጓዴ_አሻራ
የተደመረ ጉልበት=*=*=*=*=*=*=*=*=የተደመረ ጉልበት እና ሃሳብ ካለ ማንኛውንም ችግር ወደ ጉልበት መቀየር ይቻላል።በትናንሽ መነሻ ሃሳቦች ላይ የብዙዎችን የተገራ እና የወል እውነት ያ...
Aanaa Doobbaa #Harargee Lixaa#Oromiyaa #Itoophiyaa
Xiqqeenyaan HidhatuIlmaan Waaqoo Guutuu!
Aanaa Doobbaa fi misooma sululaa
✅OBN Sagalee Ummataa!Harargee Lixaa Aanaa Doobbaa Dhageefadhaa!

Website

Address


Addis Ababa
Other Political Organizations in Addis Ababa (show all)
African Union African Union
Addis Abeba
Addis Ababa, 1111

A UNITED & STRONG AFRICA

Qabsoo Bilisummaa Qabsoo Bilisummaa
Finfinne
Addis Ababa, 2560

Injifannoon Kan Abbaa dhugaati

GMN Grand Media Network GMN Grand Media Network
Addis Ababa

Manegment

Bole Wereda 1 Prosperity Party ብልጽግና Bole Wereda 1 Prosperity Party ብልጽግና
Bole Michael
Addis Ababa, G.P.O

ይህ በቦሌ ክ/ከተማ ስር በሚገኘው በወረዳ 1 ብልጽግና ፓርቲ የ?

Anwar Tuti Anwar Tuti
Somaliya
Addis Ababa, HADLIYAAAA

Addis Ketema Woreda 6 Prosperity Party-ብልፅግና Addis Ketema Woreda 6 Prosperity Party-ብልፅግና
Addis Ketema
Addis Ababa

ለሁሉም ዜጋ ብልፅግናን ለማረጋጋጥ እንሰራለን

Free state movement for Addis ababa Free state movement for Addis ababa
Addis Ababa

Political

Imala Haqaa Imala Haqaa
Addis Ababa

Kaayyoon Kenya haqaa dhokate basne baketi mulisudhaa kanafu nu hordofun haqaa cina dhabachun eru nun

Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Araadaa Paartii Badhaadhinaa Kutaa Magaalaa Araadaa
Belay Zeleke Street, Pissa Road
Addis Ababa, 251,56

providing facts of prosperity party

Abdallaa  Zeenu Abafogi .Follow Abdallaa Zeenu Abafogi .Follow
Jiimmaa
Addis Ababa