ODAA

ODAA

ODAA (Oromo Diversity Australian Association)

05/06/2023
20/02/2020

Tan jaalallen qabne
Ishen akka kootii
Jechi ishee dhugaa
Tan na sobduu miti
Bifashee hin ilaaluu
Amantiidhaas mitii
Amallumaan ishee
Gaarii haa ta,uu tii
Ulaagaasii guttee
Nadubbisuu qabdi
πŸ‘‡πŸ‘‡
follow godhaa

10/02/2020

ODAa follow godhaa galatomaa 😍

Ganama barii ija koo yeroon saaqu ija kee arguu caala wanti na gammachiisu tokkollee hin jiru. Lapheen koo rukuttaa isaa siin sirreessa. Gammachuun koo guyyaa guutuu siin eegala. Kanaafuu yeroo hunda si arguun koo dirqama. Ati walakkaa jiruu kootiiti. Naaf jiraadhu.

Naaf jiraadhu jaalleekoo
Argaan kee naaf qorichaa
Umriin koo yaa dhumuu
si waliin jiraachaa
ija kee mil'achaa
gammachuu argachaa

Yoo sii toollee Shere godhii yaboo πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚

02/02/2020

Koo qaamni hir'atee
Sagal siif haa dhiiguu
Maqaa kee qabadhee
Bariisaa yoon fiigu
Namuu ajaaibee
Waa,ee kee haasawaa
An yoomuu sin dhiisuu
Naan haa ja,an goowwaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
ODAA follow godhu dagatinaa galatomaa πŸ˜πŸ’―πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―πŸ’―β™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’―πŸŒ³β™₯οΈπŸ’šβ™₯οΈπŸ’―πŸŒ³β™₯οΈπŸŒ³πŸ’―πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³

01/02/2020

Diyaaspooraa takkaan "Hedduun si jaaladha! Sin ala jiraachuun koo soba." yeroon ja'ee barreessuuf
Maal haa naan jattu seetan¿😜😜😜😜😜😜😜

"Hehehehehehehe aboo shamshuu shawwadamte! Chaanaala Taphaa fi qoosaa seeteeti qoosaa narratti ergitee??" πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ ODAA follow godhaa galatomaa
β™₯οΈπŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸŒ³πŸ’šπŸ’šπŸ’šπŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

🌳🌳🌳
🌳🌳🌳🌳

🌳🌳🌳

31/01/2020

οΌ’ο½ο½’ο½‰ο½‰ο½Žο½ο½ο½Ž Ife
Imalli koo dheeraa
Yoomuu abdiin muruu
Rakkoo koof nan obsa
Hangaan qaxxaamuruu
Beelli yoo hammaatuus
Quufni yoomuun hafuu
Hangaan bakkaan gahuu
Kaayyoo dhiiseen rafuu{Γ—2}

Harmee Too naaf obsi
Yeroo xiqqoo Hafee
Gaafa bariin gahuus
Dukkanni kun hafee
Barii keeysa deemnaa
Akka arginutti
Abdii koo hin muruu
Naaf obsi mee ati

Rakkoo boodaan kunoo
Ball'inni nuuf dhufee
Halkan keeysa baanee
Dukkanniis nuuf ifee
Kaayyoon koo milkaa'ee
Bilisummaan dhufee
Abdii kutuu dhabuun
Bu'aa tahee hafee.....
_____________
Ι’α΄€ΚŸα΄€α΄›α΄α΄α΄α΄€α΄€ Ι’α΅’α΅ˆΚ°α΅ƒα΅ƒ

ODAA follow godhaa β™₯️🌳🌳β™₯οΈπŸŒ³βœ…πŸ’―

31/01/2020

Nuti dargoggo fi shamarran Melbourne aadaa tenya fi enyummaa kenya kharaa aartiitin mul’isuuf ijaramne. khaayyon teenya qophilee akka shaggooyyee akkasumas dansilee garagara, drama, Fashion show, fi kannen kana fakkaatan dhiheessudhaan ummata kheenya buharsaa aadaa kenyaas callaqqisu. Oromonni hundii akka nu jajjabesitan abdii qabna. Odaa support godhudhaan aartii Oromo guddisuu khessatti qooda furadha β™₯οΈπŸ’šβ™₯️🌳🌳🌳

31/01/2020

Na jaalatta jechuuf
Ragaa quubsaan qabu
Jibba kee barachuuf
Onnees ittin qabuu
Keekanaaf maal godheen
Mee hara baafadhaa
Jibbaaf jaalala kee
Baruun naaf rakkoodha
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
ODAA follow godhuu
Nu cinnaa dhabadhaa
πŸŒ³πŸ’šβ™₯οΈπŸ’š

31/01/2020

ODAA's cover photo

31/01/2020

ODAA

Want your organization to be the top-listed Non Profit Organization in Melbourne?
Click here to claim your Sponsored Listing.

Website

Address

Melbourne, VIC

Opening Hours

Monday 9am - 5pm
Tuesday 9am - 5pm
Wednesday 9am - 5pm
Thursday 9am - 5pm
Friday 9am - 5pm
Saturday 9am - 5pm
Sunday 9am - 5pm
Other Community Organizations in Melbourne (show all)
Access Plus Victoria Access Plus Victoria
6 Claremont Street
Melbourne, 3141

Rotary Club of Brunswick Tullamarine Rotary Club of Brunswick Tullamarine
225 Nicholson Street
Melbourne, 3056

Our local goal is to have more visibility in the Brunswick community and attract new contributors and Rotary members by what we do.

Monash Student Association (MSA) Monash Student Association (MSA)
Level 1, Campus Centre, Monash University
Melbourne, 3800

🍊 Here for you and your student experience πŸŽ‰ Events, community, welfare, & advocacy

Karma Currency Karma Currency
101 Moray Street, South
Melbourne, 3205

Thanks for helping us help 100's of charities across Australia and around the world

WorldSkills Australia WorldSkills Australia
Level 7, 379 Collins Street
Melbourne, 3000

WorldSkills Australia is a social enterprise that passionately believes that skills drive the future

Life Saving Victoria Life Saving Victoria
200 The Boulevard
Melbourne, 3207

We’re on land πŸ– in the water 🌊 and in the skies 🚁

VUSU - Victoria University Student Union VUSU - Victoria University Student Union
C/o Victoria University PO BOX 14428
Melbourne, 3011

The Victoria University Student Union is the peak student body representing all Students at Victoria

PROJECT ROCKIT PROJECT ROCKIT
Melbourne

Australia's youth-driven movement against bullying, hate and prejudice since 2006 πŸš€ JOIN US πŸ‘‡

Portsea Surf Life Saving Club Portsea Surf Life Saving Club
Mt Levy Beach, Mornington Peninsula National Park
Melbourne, 3944

Social Page. https://www.facebook.com/groups/165297226834272/ Swim Classic Page - https://www.facebook.com/groups/165297226834272/

PERWIRA Inc PERWIRA Inc
PO BOX 71
Melbourne, 3131

Indonesian Society of Victoria Social community & non-profit organisation of Indonesia in Victoria Perhimpunan Warga Indonesia di Victoria

Victorian Mobile Landcare Group Inc. (VMLCG) Victorian Mobile Landcare Group Inc. (VMLCG)
Melbourne, 3000

Extreme Landcare!

SURRENDER SURRENDER
78 St Leonards Road, Ascot Vale
Melbourne, 3032

SURRENDER is a collective of people living the radical call of Jesus to the margins. Our next event is our 2024 Festival. Earlybird tickets here: https://tinyurl.com/surrenderco